Qophii yeroo jaalalaa OBN irratti jaalala Halaalaa

  Рет қаралды 156,542

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 627
@JemMohammed-h5g
@JemMohammed-h5g 9 ай бұрын
Fuudhuun isaa badii miti garuu jaartii isaaf ijoollee isaa haala kanaan boochisuun rabbi duratti isa gaafachiisa namicha nana yoo rabbi sodaate lubbuu mucaa kanaa baraari obboleetti kiyya nasriin rabbii dhihoodhaa eegi
@minaraman5443
@minaraman5443 9 ай бұрын
Safuu Jaalalaa❤ Dhugaa dubachuuf laftti natti naanna’e , miira kee guutumaan natti seene, imimaan buusaa dhageefadhe seenaa kana fakaatu qaba anni biyya ormaan jira haati manaan koo biyya keessa jirtti hanga gargar jiraachuu eegalle amma wogoota 8 dhiyeenya kana deemeen argeen dhufe guyyatti yoo xiqaate Sa’atii 4-6 telefoonaan dubanna ishee wojiin waan haasawu najalaa hin dhumu . Wonti sirraa bare yoo jiraate jaalala keesatti icittiin waan tokko raawachuun hangam akka nama miidhu si’uma ta’een dhandhame. Garuu homaa miti oboleti koo ilmaan keef jajabaachu sibarbaachisa.jireenyi nama jaalataniif akka ta’e naaf gala. Garuu nan danda’a jette of amansiifnaan waan hin danda’ame hin jiru jajabaadhu harka hin kenin dhaamsa kooti. Dhiirota akkasii waaqni nun godhiin kadhaa waaqaati 😢
@VipVip-rc5uq
@VipVip-rc5uq 9 ай бұрын
Wly yanike bareda senama kenya kesa jirti mucayonis anile imimanin dhagefadhe fixe sena koo fokatayu😢😢
@SAADDIITUBE
@SAADDIITUBE 9 ай бұрын
Rabbiin akka fadhe qaba fadhii Saatiin.waliiti isiin Haa deebiisu rabbiin qiiwwaa qabu jabadhu ati jabdu akka sibiila
@diyaalhag8923
@diyaalhag8923 9 ай бұрын
Wallahii wabilahii namini miciyo tana beeku nama oljedhe nama hilale mati isii malee hiriya tokko hinqabine gara lafeeti way keriyee teena maaluma dhagaya jira osoo akkasiti waljaalatan moo abshiri homaa miti rabbiin walit isin deebise walit isin haa urgeeysuu aaaaa heduun gade gara laftuu namaa
@EthiopianlafamooNamaAA
@EthiopianlafamooNamaAA 9 ай бұрын
Gurbaan waada nyaatee..... Ee miskinii Keyriyaa teenyaa rabbii sii haa jajjabessuu😢😢😢 amshiir rabbiitubsiif jira 😢😢
@محمد-ط8ت2ك
@محمد-ط8ت2ك 9 ай бұрын
Worroonni dhiiraa yeroo Baayyee waan Akkanaa Hojjattu Rabbi sodaadhaa Fuudhuun Takkoo Hin qabu garuu ykn Gadi dhiisuu ykn Amansiisuu ykn shufanii ilaaluu mallaqa qofaan gargaaruun Rabbi jalaa sin baasu Rabbi Biratti waan Ulfaataa dha wlh Baayyee Na mararte!!
@Hayubaarbi-ye6fn
@Hayubaarbi-ye6fn 9 ай бұрын
Abshiiiiir obboolleetii teenyaa❤❤❤❤❤❤❤ ijoollee tetiratii fayya sii haa kenuu isallee rabbii ni dandayaa sif haa debisuuiu inshallah❤❤❤
@GuGu-qj4rh
@GuGu-qj4rh 9 ай бұрын
😘
@AlaaddiniiSufiyaan
@AlaaddiniiSufiyaan 5 ай бұрын
Ishaa allaah bira dhetaa
@dinkasoruma6361
@dinkasoruma6361 9 ай бұрын
Abbaan manaa ishii akkas tahuun irra hin turre. isheen garuu jabduu namaati, rabbi nagayaa ishiif haa kennu.
@OsmanOlu-ls4ry
@OsmanOlu-ls4ry 9 ай бұрын
Ee wlh garaa nama nyati😭😭😭
@makkiqashitoro2624
@makkiqashitoro2624 9 ай бұрын
😢😢abshir rabbi ofi jalatee siif haa kennu yeroo dhironni kenyaa ilmaa ofi gatee hadhaa mana ofi qali gatee akkan bochisuu araguu calla malatu nama gadisisaa jabadhu gifti koo
@SelahadinAliyyi
@SelahadinAliyyi 9 ай бұрын
Ani hamdiyaa gaafaan redion dhaggeffadhaa ture akkana hin seene Intala muslimaa tan maqaan isii kan abbaa fi akaakoo muslimaa isiin garuu yeroon argu baay'ee rifadhe akka ijoollee kiristaanaa sanuu irra hamtuu isaanii fakkaattee mullatti. Yoo si dhagahee fuula rabbii deemuuf deebii qopheeffadhu! gaazixeeysituu tahuun qullaa naman ooftu rabbiif maal deebifta obboleettii tiyya itti yaadi rabbiin sihaa qajeechu sikeessa haa kaayu
@هبهالله-ق7غ
@هبهالله-ق7غ 8 ай бұрын
Dhugaa jete jazakumullaahu keyirani
@ummuismaailtube
@ummuismaailtube 8 ай бұрын
Dhugaa
@Sabritube2404
@Sabritube2404 9 ай бұрын
Ayii dhiraa gantuu rabbiin namaraa ha qabuu
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 9 ай бұрын
kkkk
@robashow7614
@robashow7614 9 ай бұрын
Ganamte bektamoo?
@SabirKadir-vz4uj
@SabirKadir-vz4uj 9 ай бұрын
ishee irratti waan irraa hin eegne irra arge
@hamizya-dd8ep
@hamizya-dd8ep 9 ай бұрын
​@@SabirKadir-vz4ujhin beekta moo😢
@semuzakir3293
@semuzakir3293 9 ай бұрын
Aaamiiin wlh rabbiin nurraa haqabu
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 9 ай бұрын
Wly ani immiman qabachu dadhabe hy baye gara na nyate obsi obboleti tiyya abshir 😂😂😂😂
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 9 ай бұрын
Ufuu anaa nyatuu shamaraan akan jslalaa dhugaa nafikeentuu hin jiruu garuu gurbaan kunii wadaa nyataa wolaahii akaa oboleetii kotii garaa nyatee shii abishir bareeduukoo hin yadinii dhirtii anumaa woltii wadaa nyataa❤
@mamaentertainment77
@mamaentertainment77 9 ай бұрын
dhugaa waadaan jaalalaa isaa haa qabu ...... rabbiiin guddaan of isa haa barsiisuu
@وريفالكناني
@وريفالكناني 9 ай бұрын
Abshir qaalii koo hin darba wonti hin darbine hin jiru dhirii tokko tokko hamlee dhisati lafe nama cabse jirura nama basa obsi obsi furtu jirenyaati habibti ijollee ketif jecha obsa qabachu barbachisa 😢😢😢😢😢😢❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@mustibintali165
@mustibintali165 9 ай бұрын
imimaan khee khanaa rabbii ibidaa itii haa godhuu
@siifanhoratoo5705
@siifanhoratoo5705 9 ай бұрын
Keeriya jabadhu ammalee abdii hin kutatin ammas ganaa ijooleedha jirenyaa garii jiratta inshaallah rabbii siif jira😢😢😢
@oromiya684
@oromiya684 9 ай бұрын
🍼🍼🍼🍼 shiishaa akka xuuxotii afaanii hina buuftuu 💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾👀👀👀 sibeeyin maalif kijibadda akkanatii
@jdhueb3650
@jdhueb3650 9 ай бұрын
Dutuu gaargar namaa bastii obsii garaan naa baade yoo rabbiin sii laafisee akkaa tasaa sii dhufee gamaachu keele nuu dhageesisi
@imranabdurahmanmisbah2618
@imranabdurahmanmisbah2618 9 ай бұрын
Bekkaa jatii shafaa jatii isin jumata qamatee qamatee shishaa taa akaa harmaatii dhuduu waan das jaantuun America 🇺🇸 boyuu isiitii 😢😅 e miskinaa wlhi
@oromiya684
@oromiya684 9 ай бұрын
Dhugadha shisha maale joleehuu qubbaaa hin qabadduu asiraati batee hasahuun waan biraatii maale
@MitikuAngasu
@MitikuAngasu 9 ай бұрын
obsaan eegi,yoo ta'uu baates ijoollee keef jiraadhu rabbiin kan akka isaatti jaallatuu fi si jaallatu siif haa kennu
@MahammedYuusuf
@MahammedYuusuf 9 ай бұрын
May Allah Encourage You My Sister
@ziziEthiopia
@ziziEthiopia 9 ай бұрын
Wayo nama mararti dhuga jabadhu waqayo siif yaa debisu aba ijole ke gara siif yaa lafisu sifis ijole ketifis qashti koo hin bohin homa miti jireenyi adunya buha bahi qabdi obsan kesa darban male kanaf ijole ketif jajabdhu waqayo siif yaa gudisu ijole ke ati abdi qabda isan waqa wajin boru gamade jirata abshir 😢😢😢
@dasiientertainment2212
@dasiientertainment2212 8 ай бұрын
(😭😭😭😭😭😭(
@AjibaaAbanagash
@AjibaaAbanagash 9 ай бұрын
Umani ormoo kandada jirtanu achi fudhani isile please kayrya biraa dhabadhaa❤
@zenabamahommed9305
@zenabamahommed9305 9 ай бұрын
Yaa obboletti ko akka nama muslima tokkoti dhamsaa sif qaba me rakko hundaa rabbitti himadhu qama ke sattaradhu salata jabessi me yero tokko ol kahi karaha lama salati rabbin kadhu cinqi kana kessa si baasa rabbin utu haqa kessan gutee fuchun rakko hin qabu gaaru ofii jiru isaa jiraata dubarti tokko nikaa ofitin hidhe taahun kun sirri miti haqa gutuu gaafan jedhu dirqama mallaqa erge nyaataf dhugaati kennu miti haqa firasha qabdi dubartiti tokko kanafu ati me gara rabbi ketii debihi isaa kadhu wolahi inni jalala amma sitti jabatu kanas si irra lafisaa amrii jiru ke hundaa sif siressa
@faayoojamaaloromoo
@faayoojamaaloromoo 9 ай бұрын
Ayiiii 😭Dhugaa Hedduu garaan na badde Abshiir yaa Obbaleeytii too Rabbi Akka kheeyrii Siif qabu Siif haa Filuu☝️😢😢
@nuradinsufiyan8648
@nuradinsufiyan8648 9 ай бұрын
Keeriyaa Nama Jaalala walin qabsoo bara dheera booda injifatee ammaf barnootaf qopheysiite Itti cimuus she was overcome it
@hfdccjh3331
@hfdccjh3331 9 ай бұрын
Abshrii bareduu tenyaa atii jaabduu namaatii gotaa jaalalaatii atii ganadha ossoo ijolee herumatee ilmoo dhaltee atii Ammas ijoleedha Abdii hun muratiin kaan isaa caluu rabbiin siif haa kenuu 😢😢💔💔💔🖤 wly imimanii qabachuu dadhabee garuu gurbaan waddaa nyatee 😢😢😢
@AsliMustafa-v6t
@AsliMustafa-v6t 9 ай бұрын
wollahi al 3 irra deebie booye😭😭😭😭fudhun rako miti osoo reefu jaalala dhadhamaran rakko moyachu isa dhabu isati
@LinaAhmed-lo6vw
@LinaAhmed-lo6vw 7 күн бұрын
Yaa Lubu tiyaa😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 ай бұрын
❤Eegumsaa obboleessoo gara mana keetii deemsis mariidha medicine ilkaan yaada maatii sababa hin dagatinaa. Keeyiraa Rabbiiin obsa,siif haa keennnuu.Amshiir JAABADHUU
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 9 ай бұрын
Rabbi waalit isiin haa deebisuu habibti
@Galane-nr3pz
@Galane-nr3pz 9 ай бұрын
Uuuufffeeeeee😢😢😢😢.dhiruma amati akm ha gonu mee ya gofta
@tali5219
@tali5219 9 ай бұрын
Giftii koo abishr rabii siif jiraa😢😢😢😢
@ZiyaadKadar
@ZiyaadKadar 9 ай бұрын
Keyriya teenya obsi abba mana ketifi abban ilmaan ketii osoo sin wajjin jiru dubara biraa fudhus obsi arras abbama warra ketifi abbama ijolle ketiti ati intala muslimatimi jabadhu ilmaa kee barsifacha egii ilmaa isa fuadefi lello irra hafuu hin dandayu dhirri 2 fudhun harawa mitii waan hundaa obsi adenyaa tanarra hagamuu hin jirannu umma Asiyyafi Emaan abdalla fi mayram abadallale naga jedhinii yeroo lama lama naaf dhungadhu anii Ziyaad H/Kadar
@hawwiijamal666
@hawwiijamal666 9 ай бұрын
Anis gafaa tokkoo obn irrati aferame sena kiyya isni qoda ishallaa 😢😢 kiyya oso dhagetni hundima kessa onne cabba wolhii 😭😭
@sussioro
@sussioro 9 ай бұрын
Anan dhuga wly of nati fakate yoo isini hafura bafatu duka bafadhe boha jira rabini jalala isa sif late obsa sif ha kenu lubu tiya wly😢😢😢😢😢😢😢😢uuuuuf wayi dhira 😢😢😢😢😢😢😢
@adugnahabtamu9049
@adugnahabtamu9049 9 ай бұрын
Jaalalti gowwaa nama gooti namichi dhagaadha amantii daheeffatee jaalala dhugaa danqe....abaarsi sirrii ta'uuyyuu baatu gumaa jaalalaa sirraa yaa kaffalu waaqni😂😂😂😂
@bekiagurmu3656
@bekiagurmu3656 9 ай бұрын
mee Maloo Micayyoo kana waliin wal na quunnamsiisi ani eshee asofsiisuu barbaada Anaani haadhokoo homaa miti Rabbiin jira atillee Jabaadhu yoo dandeesse na haa quunnamtu!!
@sinafabdella5547
@sinafabdella5547 9 ай бұрын
Ok bro kiya
@sinafabdella5547
@sinafabdella5547 7 ай бұрын
Galtomii bro kiya gara tiktok nadubisi ker habibti jedhama
@nuraanuraa1683
@nuraanuraa1683 9 ай бұрын
yaa Rabbii kee seenaa kiyyaa natii fakkata ani akkaa ketii uuuffff fudhee isaa dhagenyee malee hallii jalalaa kanumaa Rabbii na haa tiksuu ani gafaa fudhee dhagayee wani jiradhuu natii fakkatuu garuu Rabbiin anafi da'imani tiyyaa waggaa kudhani qopha nu jirachise nutii hin dhisinii wallahi imimani kee imimani kiyyaa Rabbiini obsaa si haa kennuu dhiraa likkii olii amanuni boodeni isanii gantudha ofii kiyyaa natii fakkate bakkaa nama dhukkubdee qabatanii ofuu walalee innii sennaa ofii walalee ebade jalalaa jechuni nama gadii si godhaa yoo gantuu jalatee 😢😢 ahhhh nama dhukkubsaa
@kadijaoromo508
@kadijaoromo508 9 ай бұрын
Osoodhuma waggaa haga fedhe waliin jiraatanii, ilmaan haga fedhes walirraa horanii dhiira amananii irratti of gatanii jiraachuun kufaatii hamaa nama kuffisa 😢
@New-vc7ts
@New-vc7ts 9 ай бұрын
Akka gara si gubetii gara isa ha gubu obsii obboleti tiyya rabbi jira 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@garamutekle368
@garamutekle368 9 ай бұрын
Homa miti wal jaalachuunis waldhiisuuniis akka jiru jaalala keessa jirachuu beekuun gaarii dha.
@kalildddddd7854
@kalildddddd7854 9 ай бұрын
Please duai goradhu irran fadhu rabbin ka bira sif ha kannu
@Sabontuoro-j3i
@Sabontuoro-j3i 9 ай бұрын
Rabbiin waliitii issan haa debbisuu insha Alha 😭💔💔💔
@efa7330
@efa7330 9 ай бұрын
Gurbaan Waadaa nyaate. Lafti Abdatan Sanyii nyaata, Namni Abdatan immoo Waadaa nyaata jedhan
@suheylaibro525
@suheylaibro525 9 ай бұрын
Qoy namni deme nidebi'a?? Tunu duniyadha kademe hindebi'u malif yeron duniyatun gababdu wantahef life is going on....😢😢😢😢
@AmanAliAbdulahi
@AmanAliAbdulahi 9 ай бұрын
Abishirii guyyaan tokko dhufuun isaa hin hafuu abdii kee hin muriin .imimaan jaalala kun narran yaa'a anni sin gargarii bahee kophaa akkamin ta'aa jettii kiyyaa asii bahiif mee onnee ishee qabanesii. Kun bayyee amanufi nama dhiibbaa
@MdSadiya-bv8gd
@MdSadiya-bv8gd 9 ай бұрын
Uuuuf baayyee nama gaddisiisaa wly dhiira gantuu jechuun kana 😢😢😢😭😭
@farmanimalsfarming
@farmanimalsfarming 9 ай бұрын
yoo kabiraa fuudhuu barbaades maaf qalbii ishii cabsa jalqaba ishiif kabaja kennee tahuu qaba.abshiir ati kabiraa kan rabbi sodaatu siif haa kennu jaahila xiraawaa kanaaf hin booyin.
@addisualemayehu8123
@addisualemayehu8123 9 ай бұрын
ati dubartii jabduu jaalalaan badhaate waaqayyoon caba ati jaalalaaf cabdee ilaalle jaalala isa akka galaana yaa'e addaan hin cinee sif ha laatu
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 9 ай бұрын
Onee namaa Cabzee dhugaa Giftii Koo Jabbadhu ❤️😢😢😢
@Caltu-oy4ox
@Caltu-oy4ox 9 ай бұрын
Sirbaa kana maqaan enyuu oromoo🎉🎉
@Mazaawal
@Mazaawal 9 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭Hy dalagaan namaa kunii gariin namaa bochisaa walh
@kebaroromo6099
@kebaroromo6099 9 ай бұрын
Abshirr Obbooleti tiyyaa Ittii fakkaate male namni hadha mana isati fi ilmaan isaa dagatu itti gafatama. obboleti tiyyaa ati nama cimtudha jalati sila bifaa qabate si fakkaati wlh
@KeriaBeriso
@KeriaBeriso 5 ай бұрын
Senaa bayye gara nama nyatuudha abshir jabadhu baredu tiyya rabbin obsa siif haa kennu
@asnakudaba6504
@asnakudaba6504 8 ай бұрын
Dhugaadha seenan kee garaa na nyaatte.rabbi guddaan si haa jabeessuu obboleetti tiyyaa.
@temamibrahim593
@temamibrahim593 9 ай бұрын
Dhalli namaa bineensa bineensa caaludha! I can't say any more.
@teshiteambo6669
@teshiteambo6669 9 ай бұрын
Rabbi sif jira jabadhu ATI obboletiko
@fatumatube3721
@fatumatube3721 9 ай бұрын
Seenaa wal fakkaata mo ishema tana walif tiv irraatti affeerramte marafu dhiirii amma gantudha😢😢😢😢😢😢😢😢
@abditakala5713
@abditakala5713 9 ай бұрын
No word ,,library jaalalaa ati
@AboMazn-vn7mz
@AboMazn-vn7mz 9 ай бұрын
Abashiir qalii rabbumaa abdadhuu qalii namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@MohammedHusein-b6u
@MohammedHusein-b6u 9 ай бұрын
Hamdiyaa Analee sagantaa naf kenni❤❤❤❤❤
@Oromia2024
@Oromia2024 9 ай бұрын
Yaaa oboleessaa Raabiii oboleytiii hin qabduuu please of dubaa Debi.ii of laaaliii😢😂
@WaleEntertainment
@WaleEntertainment 9 ай бұрын
Aniis Kaa'ee gaafa tokkichaa OBN kan dhaaqee boohuu lataa😅😅😅😅😅😅
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 9 ай бұрын
kan bosuuf yoo jirate dhaqii 😢😂😂😂😂😂😂😂
@PashaaMohammad-gc6ni
@PashaaMohammad-gc6ni 9 ай бұрын
Gaaruu obbooleettii ittiyyaa taana maalii dhaamnaafii
@Musatariyaametamet
@Musatariyaametamet 9 ай бұрын
Ahhha Wayiiiiiiii Wayiiiii heedu gara nama,nyata wly 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@FoziyaaKadiir
@FoziyaaKadiir 9 ай бұрын
Uuuff wly bayee onee namaa cabsaa 😢😢😢😢amshir qalii too ❤
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 9 ай бұрын
Miskiin tiyyaa dhiritt.ganatuudhaa ergaa jirenyaa namaa kessaa senanii safuu waanii jedhammuu hin bekkaan anniis mudaanoo guddan qabaa obsii rabbiin waan siif tuu siif haa kennuu abshiir 😢😢😢😢😢
@mohammedtussa4847
@mohammedtussa4847 9 ай бұрын
Waantiin jaalalii nama hin gonne hin jiru Rabbiin namaa haa laafisu Isiin ittumaa yaada fagoo aadaan hin jirtaan Rabbiin isaan haa mijeesuu
@MusheUke-ni3hp
@MusheUke-ni3hp 9 ай бұрын
Keerii teenya,haalaa fi amala tasgabbaa'aa kana dhiisee namni sirraa fagaatu,...uuu !! Garuu,abbaa manaa kee kanaa rabbi walitti isin haa deebisu !!! Gurbaa nana nama hin boochisiniiti; gara maatii kee,isa durii kanattis koottu siin jenne adaraa.
@queenzuzu710
@queenzuzu710 9 ай бұрын
Imimmaani qabachuu dadhabee wellaah Abshir obbolleettii tiyyaa waantii dabaree hin jiruu hundii dabara ati jajabaadhuu dhiiraa jechaa hamilee ofii Cabisani
@merrybulti777
@merrybulti777 9 ай бұрын
Gaazexeessituun kun garuu akkam garaa jabaatti dhugaa ani imimmaaniifuu ilaaluun dadhabe
@orosabontuarsii5162
@orosabontuarsii5162 9 ай бұрын
Wallaahi bayee Namati dhagahama Abshiir hin boohinii😢😢😢😢😢
@HalimaaHalimaa-t5j
@HalimaaHalimaa-t5j 9 ай бұрын
Yaa jalalaa gowwa namaa gotii❤❤❤❤ gubaa jalallaa namumaa jalatetuu bekaa
@HamdiZiyad-jf5rg
@HamdiZiyad-jf5rg 8 ай бұрын
Humamiti kun nidabra
@mohaj8116
@mohaj8116 9 ай бұрын
Yaboo namni kun dhugaa amanun mama rakkisa dha..lakkas namni kijiba dhugaa ni fakkesa…dhugaan rabbuma birra jirti
@muktararsicha7158
@muktararsicha7158 9 ай бұрын
Ufffii halaan onnee nama cabsaa baayee
@AbushiZalaqa
@AbushiZalaqa 9 ай бұрын
Akmii naga faya qali namaa qomoo Koo
@fatumaArarso
@fatumaArarso 9 ай бұрын
Yommii inni dhufee akka hin deemne godhii keeriyaa tiyyaa 😭😭 Abshiir obboleetii tiyyaa ❤❤
@ANAWAR225
@ANAWAR225 9 ай бұрын
Abshiir ya obaletii tiyaa wly waniin jedhuu dhabee wly rabiin nii bekaa isaa fidee harakaa ketitii ha debiisuu😭😭😭
@SamiyaXasan-bx7jh
@SamiyaXasan-bx7jh 7 ай бұрын
Hedduu garaa nama nyaata garuu obsiin siin jedha kaa keeyrii teenya ati garuu Hamdiin akka duutu beekii Rabbi sodaadhu
@MucatiiArsiiQueen
@MucatiiArsiiQueen 9 ай бұрын
Dhirii tun toko tokkoo jesbamaa bar😢😢😢😢 sorry 😢 Abshir mysister 😢😢😢😢😢
@remedanabase
@remedanabase 9 ай бұрын
Abshir keyria inshallah rabbin si gattuu yoo inni si gattees du'ai itti jabadhu rabbiin si haa milkessuu bareduu
@SaadaMammud
@SaadaMammud 9 ай бұрын
Abshir jajjabaadhu obboleettii too❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@IfrahaJafer
@IfrahaJafer 9 ай бұрын
Numa dabarti qashti tiyya 😢😢😢😢😢
@masaramasara1595
@masaramasara1595 9 ай бұрын
Warii dhiraa kunii malifi fakkesuu jalatuu jalalaa jechun wan salaphaa mitii namaa bekut rabbi obsaa sifii haa kenuu😢😢😢
@LencoMohamed-h3g
@LencoMohamed-h3g 9 ай бұрын
Hhhhh Irafadhu Shariyan 4hayate Mitie wan akana mata ke kesa basi Duranu dhalan nama dura sene hin irafatu ja.ni 😅😅😅😅
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 9 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰❤ Abshirii hadhoo koo dhirumaa Amatuu hin Amanatuu Buchoo koo💔💔💔💔
@Galane-nr3pz
@Galane-nr3pz 9 ай бұрын
Imiman kun dhuguma isaf gari miti dhuga rbin is haha. gafatu .atisi Mal siti hafe gayela Mata keti dhabadhu rbin siha milkesuu.namicha sirati fudhe fans jirchuni duwa lamatati oboleti too.😢
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 9 ай бұрын
waly senaanke heduu gara nanyate😢😢😢😢😢😢😢Abshir
@Jimmitii
@Jimmitii 9 ай бұрын
An kan na gadisise isidhaf oso hin tanee namichafii malif yo jetaan haqqiin jalala lafatii hin haftu wan tahef imiman sii kanan ni gafatama fulaa Rabbiitii 😢😢
@keyeronkanda4762
@keyeronkanda4762 9 ай бұрын
Anaan haadhokoo ati dubartii jabduudha jabaadhu waan darbe dagadhu jireenya mataa kee eegali
@Salamuye
@Salamuye 9 ай бұрын
Duran durse obn sura nama hayam abba. Allatii maxansu hin danda’u yaka sera si gafachisa dhufetiin silala gafa inni ja’e malaqa walitiii qabate bajaj nuf bitii jate bitef nyate shishan fi jimatii fixe yeroo lamadatif ammas ni. Dhufa malaqa Warir kayate dachii nuf bita jate ergii jaten ni erge bite gurgurte nyate fexa rako isin umte yedu jira oson hin beyne namu yada kanachu danda’a jolle mana duwa kessatii dhiste adam dademu dardara wajin dabarsun rabii hin sodatu badii isi hin dubatu of qulqulesite nama xuresu fetiii
@orocoinmmasportschannel.6604
@orocoinmmasportschannel.6604 9 ай бұрын
Sahibi dhiisi dubbii jabduu dha ha xiqqo ifirraa baaftu. stop 🛑
@fuad607
@fuad607 7 ай бұрын
Umitiya rabin haqa ke habasu hadha fuad amata 100000 naf jiradhu
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 9 ай бұрын
Biddeen nama sanaa irra haa ta'u!!! Baay'ee nama gaddisiisa!!!! Irra deebi'een dhaggeeffadhe (dura TV Waliif irrattis), Imimmaan ishee ilaaluun sammuu namaatti ulfaata! Ayii dhiiraa! Maalo hinboossisiina.
@Amanaatv
@Amanaatv 9 ай бұрын
❤❤❤❤ ee miskiina wallahi. Haadha mana ofii ija tokkoon laaluun dirqama
@ahjs6614
@ahjs6614 9 ай бұрын
Birin nama jijiraa dhali nama bayy'ee rakkisoita 😭😭😭😭😭
@EdiSirajEdiSiraj-f2e
@EdiSirajEdiSiraj-f2e 9 ай бұрын
Seenaa garaa nama nyaatudha dhugaa rabbii❤❤❤❤❤❤
@iliyasmahamud469
@iliyasmahamud469 9 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢 wly heddu gara nama nyachi dubbin tunni bakka itti dhumtu fi bakka itti
@AlaaddiniiSufiyaan
@AlaaddiniiSufiyaan 5 ай бұрын
Isha allaah biraa dhetaa obsii qalii nama
@HawiShife
@HawiShife 9 ай бұрын
woyyo sare koo baye boyee hay jalala gowwa nama goti 😢😢😢😢
Yeroo Jaalalaa
19:39
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 23 М.
Yeroo Jaalalaa, Namni ani jaalladhu nama biraa jaallata, namni ani hin yaadnemmoo na jaallata... .
25:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 100 М.
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 28 МЛН
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 29 МЛН
Enceinte et en Bazard: Les Chroniques du Nettoyage ! 🚽✨
00:21
Two More French
Рет қаралды 37 МЛН
Maatiin koo  ''isa moo nuun  filatta jennaan isan filadhan jedhe- Keessummaa Yeroo Jaalalaa
25:44
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 224 М.
Yeroo jaalalaa Kutaa 2ffaa
21:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 92 М.
Yeroo Jaalalaa: Anoo akkas hin seene  'Gaabbii Jaalalaa'
20:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 36 М.
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 142 М.
//በስንቱ/ /Besintu "ዝሆን መሆን ነበር"
31:27
ebstv worldwide
Рет қаралды 184 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 26 М.
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 28 МЛН