Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 23,742

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 369
@algnineshdinqisa
@algnineshdinqisa Ай бұрын
Baga sii dhifte dhugaa borumoo gate demta kan har"a yeroo ishin kootuu sin jetu dhaqu diidu maali kuni isayu hin dubata😢😢😊
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 4 ай бұрын
yeroo kana wa'ee jalalaa dhisaa ummatta Gofaa irra dubadha please😢😢😢😢😢
@buzunashdadhi4143
@buzunashdadhi4143 4 ай бұрын
Oromoon yoom saba biraaf sagaalee ta'ee bekaa dhugaa rabii namotaa midia heddulen tajabe waraa tiktoki duur ajandaa barbadanii afaan bana olaan namnii takkaa video hin hojanee gonfaf ummata miskina wa'ee siyaasa bekne balan akkana iraa gahee warii gamadanis heddudha gaaruu kan rabituu caalaa
@BakarNura-tw9rg
@BakarNura-tw9rg 4 ай бұрын
Maal dubbatan re Bala rabbiiti
@ofiinbontuuTube
@ofiinbontuuTube 4 ай бұрын
​@@buzunashdadhi4143muka nyadhuu saba kamtu oromoof sagalee tahe beka Ajja sharmuxaa🐗🐗🐗🐞🐞🐞
@MOHAMMEDMame-vs1jm
@MOHAMMEDMame-vs1jm 4 ай бұрын
Mahleet Darajjee, qophii tana atumti dhiheessi. Si jaalanna.
@obseeshow9855
@obseeshow9855 4 ай бұрын
I LIKE comment 😂😅 Namni Akka koo kometi dubisu jalatan jirtu. Gurban Kamera sodate moo Mali wanti hasa'uu ifa namaa hin ta'u jalalatu ratese lataa faxecho hin kolfina 😢
@fatamabh2326
@fatamabh2326 4 ай бұрын
😁😁😁
@Gariinamaafyaadii
@Gariinamaafyaadii 4 ай бұрын
Kkkk😂😂😂😂
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 4 ай бұрын
Kuni dhiraa mitii horidhaa dhiraa Gowaa kkkkkkkkkk😊
@obseeshow9855
@obseeshow9855 4 ай бұрын
@@abrasedeme3153 ❤️🤭
@LidiyaTakeley
@LidiyaTakeley 3 ай бұрын
Gurbaa kanarraa waarrii baraatan naatii himaamee annaf homaa naaf hin gaalee safuudhaa abboo
@Addis-yd1tx
@Addis-yd1tx Ай бұрын
Waqaa Kuni nama arsaa ishii miti aniyyuu arera namani nama jalattu akkamitti yeroo namaf dhabaa ishii biyyaa ormatti gubattee isaa walin hasa,uu barbadi inni immoo dadhaben rafaa jedhaa Kuni hikin jalala hin gallef 😅
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 Ай бұрын
Dhugaa jetee ​@@Addis-yd1tx
@GenetDiriba-q3d
@GenetDiriba-q3d 14 күн бұрын
Anis akumaa ketii homaa naf hin galee ❤
@OppoA-fu8et
@OppoA-fu8et 4 ай бұрын
Uuuuuuu dhisaa maloo Maqa walii hini baleesinaa oobolotakoo biyaa haabaa jiranii naganii galaaa iisnii jalatamootaa ❤❤❤❤
@kennaa-z3g
@kennaa-z3g Ай бұрын
😢❤❤❤
@SoreLulu-p8n
@SoreLulu-p8n 4 ай бұрын
Gowadhaa atii kanafi isaa dhisitee belamtenanii hojii qaba jedha kunuu faraa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@QosanAyele
@QosanAyele 4 ай бұрын
Ofi dhaaqu dide silaa maali siif gootire ufaata micuun hiraa biraa dhaqu naama dhoowaa Kun dubachuyu hin beeku waaqa naama hoji taa'u Kee baareda garu
@mesidiro3371
@mesidiro3371 4 ай бұрын
Bagaa sii dhistee atii hojii malee yeroo ishiif in qabdu kun malii gowaa😂😂😂😂
@bertaamoud4997
@bertaamoud4997 4 ай бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo badii sumatuu qabaa bagaa sii gatee goshii 😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@Ajema-gq5rr
@Ajema-gq5rr 4 ай бұрын
Dhabami lafarraa
@iyaarusimetaarobi2610
@iyaarusimetaarobi2610 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@Urjii.wallaggaa
@Urjii.wallaggaa Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@Urjii.wallaggaa
@Urjii.wallaggaa Ай бұрын
Hecii dabarii
@waaqayoobekkadha4373
@waaqayoobekkadha4373 5 күн бұрын
𝙄𝙨𝙖𝙮𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙙𝙪𝙗𝙖𝙩𝙖𝙢𝙤 𝙠𝙪𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙠𝙚😂😂
@meronyegeta1475
@meronyegeta1475 4 ай бұрын
Ballesankee inni tokko gafaa ishin dhuftee kottu siin jette sanii hojidhafuu karaa qabuu sanbata duraf sanbataa boddes gafaa jettun atiyyu ishif iddo dhabukee agarsisaa. Jalalee (jartii) ketii mitii akkamitti sagantaa kiyya kessa hin jiru turee jetta, biyya anbatii dhuftee sarphirayizi sii gochuf ta'uu danda'aa kan ishin otoo sitti hin himin dhufte (balessan sumaa biraa jiraa.)
@SifanTumsa
@SifanTumsa Ай бұрын
Homtinu naa galee annaa 😂😂😂😂😂😂gurbichii kun yaduma daadhabbii godhatee obn San dhaqee😂😂😂😂😂
@sifaanamente2460
@sifaanamente2460 4 ай бұрын
Gurbaa ati hiikka jalaala hinbeektu ok 'otoo anati kabaala dhan lafaati siidheen deema 😂😂tich
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc 4 ай бұрын
😂😂😂
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 Ай бұрын
Atilee akkumaa koo jaalalaa hin beektuu 😢😂😂 Mali malii haasa'a garuu 😁😁
@Meseret514
@Meseret514 4 ай бұрын
😛😛😛😄🤔baga si dhiifte rabbii ishii haa eebbisu
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
😂😂😂😂☹️
@MitkeBogale
@MitkeBogale 4 ай бұрын
silaa atii isheraa ufataa michuu cashifaatee kaa😂😂 ayii dhiraa baraa kanaa atii yeroo maa latuufi dhugaa otuu anaa obsaa qabuu torobeeti yeroo tokkoo mitii guyyaatii yeroo meqaa akkaa naa dawwaaluu fedhaa torobeeti yeroo tokkoo kunii jalaalaa moo jibbaa silaa
@SabontuuShawaa-k2f
@SabontuuShawaa-k2f 4 ай бұрын
Miskinaa Abujuu jalala keessaa jiraa😂😂
@mmmsss7192
@mmmsss7192 Ай бұрын
O'oo ati maalii gotee 😂😂 essaa ba'eekun😂
@rozajamal862
@rozajamal862 Ай бұрын
Malli sirraa baranne ree amaa😂😂😂😂
@ElsabetA-x9k
@ElsabetA-x9k 4 ай бұрын
Hin dubbadhu isheedhuma gaafadhu jedhe mitiiyi😁😁
@Eth-tube
@Eth-tube 4 ай бұрын
Ega dubbannee maaf dhufee nadhibeem😂
@FayeDaret
@FayeDaret 4 ай бұрын
Haayii goowwaa garaamtuu gowwaadha jeenaan milaa kaasee hanga maata jettee oromoon atii wayee jalaalatuu hin beetuu bagaa sii dhiiftee gobaazii dhaa ishiin🤫🤫🤫🤫
@DaseDaba
@DaseDaba 4 ай бұрын
In the frist hhhhhh jalaleekee hin jedhiin jedhaa micaan osoon ilaluu rafuuf ani . Lagaa marqaa jenaan ijoleen bojitoon itti yatii jedhan ! Jalalumtii sif '' galatssmera'' galii rafiimee
@FanosBayisa
@FanosBayisa 4 ай бұрын
Mucani ya'a wayitii dhuga qabadi italati
@obseeshow9855
@obseeshow9855 4 ай бұрын
Jalali midhee janjese lataa kkkkkkk
@SamihaZaiter-p9i
@SamihaZaiter-p9i 3 ай бұрын
Wayyoooooooo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂anis duhu koti maayileetkoo gubadhe mucaan bayyen sobduudha wayyo nagumanyerookee gubde bareddukoo😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
@LidiyaTakeley
@LidiyaTakeley 3 ай бұрын
Bagaa sii dhisteen jedhaa gamaa kootiin maal namnii akkasii jireenyaaf mitti firendiif hin taa'uu kun waantii hasaa hin beeknee kun maal hasaaree dubiiyyuu hin beekuu🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭
@RozaJehar
@RozaJehar 4 ай бұрын
Dhugaa dubaatufi wanti ini hasaya jirraa na hin galee dhugaa waye jalalaa bekumiti wan hasofna hin beyu😂u mikin bagaa si gatee demee jalapeños te sun rakkoo ha qabuu isin miti siti malee dhugaa jetee ati hojii fi malee jalalaa fa hin tatu 😊 😂
@sarraaoromooislma1263
@sarraaoromooislma1263 25 күн бұрын
Kani biraa nanesa fakata. obboleti tiyaa biri ke qabadhu. nama ofiraa lala Jaladha. nama borufi isni barbaduu. garu namarti murtesuni hin dandamu
@EteneshAlemu-po1rj
@EteneshAlemu-po1rj 4 ай бұрын
Waayyoo garaa koo hikkaa jalalaa kan hin beeknee maaliif midiyaa irratii dhuftee 😂😂😂
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 4 ай бұрын
malii kunii hijoo bagaa si gatee demtee goshii jalalaayuu hibetuu at duraa jalalaa bar😂😂😂😂
@SofiaZed
@SofiaZed 4 ай бұрын
Yaa biideen Bara Bela 😅😅😅 abjuu kessa jira fakkata 😊saa mucichii 😅😅 garu jallaala hin qosina wari komeenti 😂😂
@sabbontuuoromoo365
@sabbontuuoromoo365 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Dhugaa jeete
@naimanasreden4551
@naimanasreden4551 Ай бұрын
dhifama obbolleessa koo midhamera jete erga umatatii himati akka hawasa tokoti situ badii qaba
@adrerdjdjd1475
@adrerdjdjd1475 4 ай бұрын
Maaloo ijoolee mucaan hasahayuu hin beeku jaalala malit beeka Kun dheedhiin akkuma shalateti hiram😂😂😂😂
@KayoDaba
@KayoDaba 4 ай бұрын
Warii OBN Waan Namnii irraa Barachuu Dan'dahuu Tokko Dhihesaa please
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 4 ай бұрын
Dhirii akkan. Jaalalli fi jibba isaa waliin hin beekamu
@sabbontuuoromoo365
@sabbontuuoromoo365 4 ай бұрын
Maali kun horiin Waantuma isheen sii mitee sababa Kan dhiyeesite hin jiru nu gorsuu dhufte moo wantaa sii irraa gahee ibsachu dhuftee Atii dhamahaa waayiti😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Qananii12345
@Qananii12345 4 ай бұрын
Wantii hasa,aa jiruu naf hin gallee ergaa belamtee wamtee maliif hin dhaqnee dhiraa yadaa isaa illee ibsachuu hin dandenyee jalachuurraa namatii ha hafuu hagabuu buleetii Midia irratii ba,ee😅😅😅
@muluu0503
@muluu0503 3 ай бұрын
Baga siidhiifte atis tuffii sikeessa jiraa😂😂😂
@RozeRoze-b2k
@RozeRoze-b2k Ай бұрын
😂😂😂😂 dabarama waayitii gurbaan kun
@muluu0503
@muluu0503 Ай бұрын
@@RozeRoze-b2k maal kun jiidhaan iccii😂
@kwkw2880
@kwkw2880 4 ай бұрын
Ati huccuuma micaachuuf irra hafttaa🤣🤣🤣🤣🤣 arggama dhiira jaalalaa hin beeknnee🤣🤣🤣🤣🤣dhiiruma faljjii narra qabi yaa rabbii hadaraa😆😆😆😆😆😆🤦🤦🤦🤦🤦
@makiama9561
@makiama9561 4 ай бұрын
Hojjidha kkkkkkk😑😑
@MeleseTessema
@MeleseTessema 3 ай бұрын
Atti cubbuu hin goone tan haa demtu sif hin tattuu waan ta'ef atti hayyuu dha jabadhu Obbolleesa koo
@jamilajimma2998
@jamilajimma2998 4 ай бұрын
Maal Kun jalalaa osoo hin barriin qophii yeroo jalalaraa dhufee😂😂😂😂😂😂😂 badiin keetuma gadii bu'ii mataa shamaraa biyyaa arabaraa
@AlemayehuDereje-j9z
@AlemayehuDereje-j9z 4 ай бұрын
Waa'e maali dubaacha Jira. Yaadin isin dhikeesitaanif kan ini haasawaa Jiru dugdaa Fi garadha
@mohammednurturu6353
@mohammednurturu6353 4 ай бұрын
Jazbaan malii Kun kana hojii jedhee isii dhisaa😢😢😢😁😁😁
@AsdAsd-ph2ee
@AsdAsd-ph2ee 4 ай бұрын
In dubadhu jedhani maaloji dhuftere😅😅😅😅😅😅gowa 😊
@paysipaysi2840
@paysipaysi2840 4 ай бұрын
Wanuma jedhannu in bekuu uufuuuu😂😂😂 oto iti hafe maluma imachu dhufe garu
@SadamSayid-f8x
@SadamSayid-f8x 4 ай бұрын
badi Asi Ati midhama oso tanee midhaadha jaalalaaa ishee mite ama mo mal hasofta jalalaa jeechuu waan jalatan kamu nama jalatan saanif dursa keenu jeechudhaa
@Ogummanqabenyaa
@Ogummanqabenyaa 4 ай бұрын
Yeroo durbi issin jalatee jalaal debisu hin bektanu booda moo ni bosuu isheeniyu sii wamte maliif haftaa baaga sii dhistee
@memeal9923
@memeal9923 4 ай бұрын
Rikordiii erguu adisasba dhaqxee😂😂😂
@masiidha2380
@masiidha2380 4 ай бұрын
Studiotti waamamanii nan irraanfadheen jiraa Aka baranuutti waan si mudate hunda hin haasftuu😊
@AsdAsd-ph2ee
@AsdAsd-ph2ee 4 ай бұрын
Bg si dhifte ati asamayu in bektu raatu 😂😂😂😂😂😮😮😊
@JemilaAsefaa
@JemilaAsefaa 2 ай бұрын
Ammaa kunis jaalalaan midhamee ibsachuu dhufee jechuudhaa dinqiidhaa 😂😂😂
@workienugusie
@workienugusie 4 ай бұрын
Yaani isaatu hin ibsaane akkamiti furamaani dhufaa 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 Dhugaa jalalali maal akka taa'e hubate wayyii😅😅😅
@ababocalchisa5129
@ababocalchisa5129 4 ай бұрын
Kunii jalalaa mitii dubiyyuu hin bekkuu malodhaa😂😂😂😂😂😂
@Ayanto-tb7mk
@Ayanto-tb7mk Ай бұрын
Isaa hin bilbilin jedhaa isatuu 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@Lalisegonfa
@Lalisegonfa 4 ай бұрын
Biftii isaaf asa'an isaa tokkoo miti😂😂😂
@meetiimeetii1708
@meetiimeetii1708 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@Ajema-gq5rr
@Ajema-gq5rr 4 ай бұрын
Lafti dhiphoodha namni siin jedhe jiraa😂😂😂😂
@elmarakasa1206
@elmarakasa1206 4 ай бұрын
Maal jecha jira mucaan ijoo😮
@furnemiresa1
@furnemiresa1 4 ай бұрын
Kkkkkkkkkkkk aniyuu na dhibaa jiraa hirbii keesaa jiraa tadha😅😅😅
@furnemiresa1
@furnemiresa1 4 ай бұрын
Kkkkkkkkkkkk aniyuu na dhibaa jiraa hirbii keesaa jiraa tadha😅😅😅
@AsdAsd-ph2ee
@AsdAsd-ph2ee 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@kedijajemal8203
@kedijajemal8203 24 күн бұрын
Miskina wahi 😢😂😂😂😂
@HikoKasim
@HikoKasim 2 ай бұрын
Kunii waan nama barsisuu hin qabu egeef gabiin dubaa olitii jedhe oromoon😮😮😮
@اوسيالزهراني
@اوسيالزهراني 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂 nama dhiba namichi
@nanifirome9285
@nanifirome9285 4 ай бұрын
Siridhaa obbolessaa koo baraa 2010 nitork hini jiru ture annafi jalale koo ilee wali lola ture maafi naa hini bilibile kani jedhuni garu nitork dhaa mali gochuu danidaa amale waali funne waali lolaa mafi siti fakkata nuti dubaritoni horimon kenyaa yero yerodhani jijirama akkasuma amali kenyaa ilee jijirama kannafu walifi hubadhaa waali hubachuu caala ergaa yero biyyaa galituu siti himu dhisitee obbolesa keti himitee obbolesaa kee waajini jalalaa jaaliqabde taa nati dubaritoni dhiraa yero nufi kene nu wajini hasa'u baribana wani ta'efi horaa bulaa namumaa arigitaani hini dhiyesinaa wari obn dubbaa isani qoradhaa niti manaa kani dubbariti biraafi bo'uu qabani wari dhiraa
@HhjskjKckxjxnxn
@HhjskjKckxjxnxn 4 ай бұрын
Jiidhaa Akka j kiyyaatikun😅😅
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 4 ай бұрын
😂😂
@korefana38
@korefana38 4 ай бұрын
😂😂
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 4 ай бұрын
Manumatu nama waa dhoksaa😅😅
@Caaltuutube12
@Caaltuutube12 4 ай бұрын
Waqaa amalaa kiyyaa qabdi anilee naaf dawalu malee buluu danda'uu😅😅😅
@sayda1200
@sayda1200 4 ай бұрын
Diramadha mo wansa 😂😂😂
@leenii694
@leenii694 4 ай бұрын
Commenti dubbiseen kolfaan jira ani😂
@Sumayaa54
@Sumayaa54 4 ай бұрын
Ayii yaa dhiira oromoo isin jaalala hin beektan rakkoo guddaadha😂😂😂😂😂😂
@meetiimeetii1708
@meetiimeetii1708 4 ай бұрын
Jasbaa malii kun jalalumaa jedhamu hin beeku kun😂😂😂😂
@Obsii365
@Obsii365 4 ай бұрын
Wayyoo silkii hin bilbilii torbee tti tokko yoo bilbilee hin gahaa 😅😂 Wayii rakkoo iddoo tokko tokko tti wanti inni jedhuu naaf galuu didee 🫣🧐😅😂😂🤣
@user-hk1ly7bc2gAlfiyaa
@user-hk1ly7bc2gAlfiyaa 4 ай бұрын
Finfinee dhaqee sagalee warbefii dhiraa jalalaa beytuu😂😂😂😂😂
@mominabaareduoromo982
@mominabaareduoromo982 4 ай бұрын
😅😅
@obseeshow9855
@obseeshow9855 4 ай бұрын
Ye zandro fiqer 😂
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 4 ай бұрын
😂😂
@fatamabh2326
@fatamabh2326 4 ай бұрын
😁😁😛
@AsdAsd-ph2ee
@AsdAsd-ph2ee 4 ай бұрын
Wayoo garako komenti 😅😅😅😅😅
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 4 ай бұрын
Itti yadii osoo hin dubatani oke jalaala manaa fincani see moo ufataa micaa mataa mure dadhabee rafuu hedda isinu hojii araba hojata oltee si fanaa taphachu fetii atii yoo yeroo hini kenii bagaa demate warrini yeroo jalaala kunii namaa wanii hasayufi wanii dhisuu hini benee hini fidina malii jechudha silaa kunii dhugaa rabbi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 4 ай бұрын
Kkkkkkkkk wayine har'a waatu Jira Yaa uumataaa 😂😂😂😂😂 gurbichii mal haasa'aa😂
@YaaddeeTube
@YaaddeeTube 25 күн бұрын
Ofuu Hasahaan Keeyyuu Ni Himaa Obboleessoo Yaadakeef Jijjiraadhu Badiikee Hubaadhu Maal Kun!?
@Desta-r8o
@Desta-r8o 4 ай бұрын
Isheenoo callistee maa dhaggeeffattii solaa wasnsaa hinbeekamuu kkkkkkk😂😂😂😂😂😂
@Addis-yd1tx
@Addis-yd1tx Ай бұрын
Bagaa si dhistee osoo si dhisuu batee naa ajabayyuu namaa garmaa waqaa jalalee kee hin jedhin jedhaa isayyuu gowwan kun 😅
@BerkiBirhanu
@BerkiBirhanu 4 ай бұрын
Yaa waaqayyo galatake kan jaarsa akkanaa narraa qabdeef amma kun badiisa himachu dhufe mo maal haasahaa jiraayyu😊
@Birhane334
@Birhane334 4 ай бұрын
Wayoo garakoo nan kolfee dhugaa 😂😂😂😂😂
@BerkiBirhanu
@BerkiBirhanu 4 ай бұрын
@@Birhane334 dhugumaam hiikkama jaalalaayyu hin beeku kun
@Bareduuqarsa
@Bareduuqarsa 4 ай бұрын
Dhugaa bagumaa sii dhiftee Jalaala jechuu dursaa nama sii jalatuu kennuu qabdaa uftaa moo Jalaala calaa 😂😂😂
@sabayeshasheijji-fx8dn
@sabayeshasheijji-fx8dn 4 ай бұрын
😂😂😂😂 gowwaa kkkk bagaa sii gatee
@Eama5-vj4xf
@Eama5-vj4xf 4 ай бұрын
Kkkk
@sifaansifaan481
@sifaansifaan481 4 ай бұрын
Hoolaa wayii usii🤫😂🤛
@Fauzia-vl8yd
@Fauzia-vl8yd 4 ай бұрын
😂😂😂😂anii kaa jedhuu wan tokoyuu hin hasa.uu kaa jedhuu maf dhihatee safudha boo
@HxcgsjJxjdbdfv
@HxcgsjJxjdbdfv 4 ай бұрын
Dhirii yeroo sobuu hin bekkamaa😂😂😂😂😂😂🎉😂😂
@IPhonetastic-d8i
@IPhonetastic-d8i 4 ай бұрын
Silaa isheen hin dadhabdu ati galgalaa ni dadhabdaa 😂😂 dhirii kenyaa ashakarii nama setii bagaa dide
@siifanhoratoo5705
@siifanhoratoo5705 4 ай бұрын
Ani😂waan mucaan kun hasayu takkaa na galee isiinu taa akkamitti kan gowwaa woliin tan turtee😂😂
@edileetsagayeeemiruu3356
@edileetsagayeeemiruu3356 4 ай бұрын
Osoodhugumaa jaallallii siqabee maal raftta isheenujjrti guyyaaguutuu hojjii biyya namattii gubattuu
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 Ай бұрын
Amshir bro huundinu nii darbaa obsii warii komentii maalifi arabisitu gaaru
@JuriObsee
@JuriObsee 4 ай бұрын
Baga si dhiftee rakkamaa akka ketii kana walini shamari biyyaa arabaa yomi rakkati maloo dhiraa akkana inumaa wajini in jiradhuu Ana tayee aboo hojii kee nyadhuu 😂😂😂😂😂
@AsAd-b2c
@AsAd-b2c Ай бұрын
Kun isaa akka abba mana kiyyatti 😂😂😂😂😂😂
@mesidiro3371
@mesidiro3371 4 ай бұрын
Waqaa kun jalalaa in bekuu malii kun😮😮
@OpsyOpsy-ti9zs
@OpsyOpsy-ti9zs 4 ай бұрын
Hin yadattuu tanaan maal himachu dhuftè😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@faraanabdalla72
@faraanabdalla72 4 ай бұрын
Yaa habibbti osoo guyya tokko caarra naf kennitani
@birtukan7715
@birtukan7715 4 ай бұрын
Kun kijibaa jiraa dhugaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😊
@JittuuJittuu
@JittuuJittuu 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂, mali hasaa jira garuu jalaali mali akkaa ta, ee beeka?!!!!!
@OromoFiri
@OromoFiri Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂siruuma nama jaalala hin fakkatu
@alemugudeta5578
@alemugudeta5578 4 ай бұрын
Jiidhaa maaliiti kun yaa 😂😂😂😂😂😂
@geteshambel8575
@geteshambel8575 4 ай бұрын
Ani kolfan de'ee😢😂😂😂😂
@AbbNab-qc7yh
@AbbNab-qc7yh 4 ай бұрын
Baga si dhiifte gizeedhan Isa akka kee kana wojiin cinqamuun hin tahu😅😅
@sifaanrabira
@sifaanrabira 4 ай бұрын
Hhhhh bagaitti hafe hasa ayuu. Rafaa waan hasoftu fakkata 😂😂😊
@Birhane334
@Birhane334 4 ай бұрын
Wayoo garakoo dhugaa rabii bayee kolfee 😂😂😂😂wayii miskinaa kunii refuu armaa adhaa gadii dhisaa jedhenii😂😂🤔🤔
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 4 ай бұрын
Mal jechudha namichoo obboleeti kee seetemo torbaniti😂😂😂dursaa hikaa jalalaa barii bagaa si dideen😮😮😮
@simbook7894
@simbook7894 4 ай бұрын
Hasa hin beku Namichi 😂😂😂
@tabutierna214
@tabutierna214 4 ай бұрын
Malii kuni ijoo hin sobaa isaa balleese yonaa janjaana qaba kanfii irraa gafaata badii asii oduu🤗😏😏😏😏😏
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 4 ай бұрын
Dhugaa ketii😂😂😂😂😂😂😂😂
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 26 М.
Yeroo Jaalalaa
23:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 80 М.
How many people are in the changing room? #devil #lilith #funny #shorts
00:39
VIP ACCESS
00:47
Natan por Aí
Рет қаралды 26 МЛН
Каха и дочка
00:28
К-Media
Рет қаралды 3,2 МЛН
MEETIIKOO - NEW AFAAN OROMO COMEDY 2024 EPISODE 3
18:19
Hamba Media
Рет қаралды 7 М.
Yeroo Jaalalaa
17:07
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
Mana Kiyyatti Dhuftee Na Qabatte
26:58
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 8 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
yeroo jaalalaa.
29:25
Urjii Entertainment
Рет қаралды 19 М.
Yeroo Maatii: - Araada-Diraamaa Gabaabaa
26:31
OBN GAAMMEE
Рет қаралды 22 М.
ForX : BEENU,BEENU" Goommittii Goommaa #keessummaa_Shikifii_Sanbataa
21:39
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 9 М.
Yeroo Jaalalaa
18:57
Nooruu Tube
Рет қаралды 80 М.
Yeroo Jaalalaa
20:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 25 М.
Diraamaa Jarti badu Haadha gurbaa  akka hojjettu godhatee
38:18
Marru show
Рет қаралды 59 М.
How many people are in the changing room? #devil #lilith #funny #shorts
00:39