Yeroo Jaalala

  Рет қаралды 138,009

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 345
@oromiafioro128
@oromiafioro128 3 жыл бұрын
Hiyyeessa jechuun nama sammuu qabnee dha namni sammuu qabu waan hojjate jijjiirramu beeka.
@shagemami2289
@shagemami2289 3 жыл бұрын
Namni dhugaa dubbatuu garaa nama nyataa dhugaa😢 baga rabbii sii milkeesse obbolessa koo 😍
@jesuslord703
@jesuslord703 3 жыл бұрын
Wwwwoooww bagaa Gooftan kee sii gargaree obboolessaa koo uuuuufffffiii Ameeen anis barumasa baayee irraa argadhee
@Lalii-w2d
@Lalii-w2d 2 ай бұрын
Wooow dhugaa baayeen jalaadhe seenicha ebbifama waliin umurii raagaa
@vshhssvshshhs6334
@vshhssvshshhs6334 3 жыл бұрын
Wooyyoo seena Bayee gaara nama nyaata garuu inni caalan JALAALA dhugaa waalif qabachu keessan maalee isaa keessa dabartaan Sana miitii JALAALII MOHATADHA
@bontudejene7198
@bontudejene7198 2 жыл бұрын
Jalali mo.adha 😭😭umuri dheradha walin 🥰🥰🥰🥰🙏
@mesytasfaya1656
@mesytasfaya1656 Жыл бұрын
Dhugaadha hiyuuman nidarba jalalaahin dagesuu 💔💔❤💚❤😪😪😪😪😓😓😓😓
@Obsii365
@Obsii365 3 жыл бұрын
Wow baay'ee namatti tolaa bagaa Waaqayyoo si milkeessee obboleekoo❤😘
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 3 жыл бұрын
Kkkkk dhugaa dubataa mucaani baay'ee namati tola dhugaa 😍😍😍😍😍😘😘😘🤣🤣😂😂
@kiyakiyasanyihacee1118
@kiyakiyasanyihacee1118 Жыл бұрын
Wwwwwwww😮😮😮😮 dhugaa baay'ee namatti tola 🥰🥰🥰😊😊
@olantuutube7487
@olantuutube7487 3 жыл бұрын
Jabadhu rabbin umurii dheraa sif haa kenuu matii kee wojiin
@olantuutube7487
@olantuutube7487 3 жыл бұрын
💙💙❤
@rakcity6216
@rakcity6216 3 жыл бұрын
Wowow Ati nama waaqayyoo Ebbisee Mooneet bareedukoo nuuf jiraadhuu garramii tiyya
@shaashituucawaqaa6784
@shaashituucawaqaa6784 3 жыл бұрын
Dhugaa baay ee namati toltu waqaayyoo si haa ebbisuu namaa kakuu
@immabeettube5009
@immabeettube5009 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuff bagaa waqayyoo sii milkeese obbolesaa koo
@safeyah0075
@safeyah0075 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffffff seenaan Kee baay'e garaa nama nyaata waa hundafuu baga milkofte
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@belayche4050
@belayche4050 3 жыл бұрын
You are very kind 👍❤💚💚
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Waayyoo garakoo baayee nu buhaarsiitee obboleessakoo waqaayyoo jireenyaa dhuma hin qabaanee issiniif haa milkeessuu
@gdsjhdjd8736
@gdsjhdjd8736 3 жыл бұрын
Hii
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
@@gdsjhdjd8736 mean???
@kassuwako8524
@kassuwako8524 3 жыл бұрын
Afaan wal hin makina yeroo hasoftan warii keessumma oromifa qulqqulu dubbadha
@workijifara6428
@workijifara6428 3 жыл бұрын
Mudanoo Ajaaibaa dhugaaa Waqaayoo umurii dheraa sinifii haa kenuuu
@gadisegetachow894
@gadisegetachow894 3 жыл бұрын
Wowwww Bayee namatii tolaa umurii dheradhaa waliin turaa♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💕💕💕
@obseereggaasaa6622
@obseereggaasaa6622 Жыл бұрын
Wwawwaooo. Dhugaa. Namatii. Tolaa. ❤❤❤
@sabontuyoutube5562
@sabontuyoutube5562 3 жыл бұрын
Uufffii rabbiin wajiin isiin yaa jirachisuu
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
@marsankebede7953
@marsankebede7953 3 жыл бұрын
😭😭😭😭 Seennaa garaa nama amessuu dha dhugaa anlee guyyaa tokko Seennas qabuu akkati nani dubadhaa Monetii kenyaa nufii jiradhuu dhugaa bayyee si jaallaan
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💓
@workejes680
@workejes680 3 жыл бұрын
Wow baay'ee nama barisiisa dhugaa,galatooma.T.congraaaaaa gooftaan ammas ittifufe si haa eebbisuu.
@immabeettube5009
@immabeettube5009 3 жыл бұрын
Maati naaf ta'ii mee hadhoo koo
@melikatringo5852
@melikatringo5852 3 жыл бұрын
uuuuuuuffffff bayee garaa nama nyaataa waqqayyoo bagaa si gargaree
@immabeettube5009
@immabeettube5009 3 жыл бұрын
Melissa kootu maati naaf ta'ii mee hadhoo koo
@lensafikadu2115
@lensafikadu2115 3 жыл бұрын
Wooooow akkaataan ati jaalala itti ibsitu ajaa'iba bga milkoofye
@romatyt3126
@romatyt3126 Жыл бұрын
Bayye namati tola baaga miilkofte❤❤❤❤
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 3 жыл бұрын
Bagaa goftan sii gargare obbolessa ko😍😍
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@abjuunkoohikkaaqabaa79
@abjuunkoohikkaaqabaa79 3 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏Bagaa Goftaan si milkesee obolessa Koo❤️😧
@mariambadrmohammed9005
@mariambadrmohammed9005 3 жыл бұрын
Baga milkoofte sanyii koo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@caaltuulijtewaahidoo9452
@caaltuulijtewaahidoo9452 3 жыл бұрын
Dhugaa keetii jetee duressiu fi iyeessii tokkoo itaauu uufff garaa namaa nyaataa dhugaa wayee jalalaa kasanii idumuu 😪😪😪💚🌳💚
@salyfoani8838
@salyfoani8838 3 жыл бұрын
bagaa waqayoo siif milkeese 💯💯💯🙏🙏🙏
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Baayyee namaatii toltuu obboleessakoo baga waaqaayyoo Si milkeesse❤❤❤❤
@fayisedadi7322
@fayisedadi7322 6 ай бұрын
Wwoooo bagaa waqayyoo goftaani si milikiyasi hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@gshd6390
@gshd6390 3 жыл бұрын
Dhugaa barumsaa gudaa qabaa galatomaa isiin lachuuuuuuu uuuuuuuuuphaa❤❤❤❤😍💋💋💋💋💯✔🌹💪💪💪👍
@asiaasiatub8268
@asiaasiatub8268 3 жыл бұрын
Woww maashaa allaah bayyee namatti tola
@asiaasiatub8268
@asiaasiatub8268 3 жыл бұрын
Baga gammaddan isin lachuu
@boontuusalallee110
@boontuusalallee110 Жыл бұрын
Wow Sena bay'ee barumsa namaf tahuu fi bay'eee namati toluu ❤❤❤❤waliin horraa bulaa 💖💖💖💖💖💖
@mekditube3799
@mekditube3799 Жыл бұрын
Essssyyyy bagaa waqayyoon si gargaree❤😢😢😢nama jalata argaachuu ni ulfaata
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 жыл бұрын
Wowowowowow bayyee namatii tolaa waqayyoo baga sii milikesse
@gadisekiyu8332
@gadisekiyu8332 2 жыл бұрын
Baga waqayoo irraa sii ansee bags milkoftee😍😍😍
@BurtukanDadi-m2c
@BurtukanDadi-m2c 5 ай бұрын
Baga waqaayo goftaan si gargaru dhugaa bayee namati toltu
@nezhaaldahabi9865
@nezhaaldahabi9865 Жыл бұрын
Wayi jalalal😭😭😭
@obseekasuu6140
@obseekasuu6140 3 жыл бұрын
Bagaaa waqayoo siin milkesee Jalali hundaa calaa
@nigat_tube
@nigat_tube 3 жыл бұрын
Wow baaye namatti tola ...kabajamtoota maati chanaalii kana Barumsa Ingliiffa Afaan oromotin baru barbaaddan kootta gara @nigat tube
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
@portugalpotentially9666
@portugalpotentially9666 3 жыл бұрын
Uuuuuffffff bayeee eeee gara namaa nyatiii💚💚💚💚💚💚💚
@gettibiranuu8326
@gettibiranuu8326 Жыл бұрын
Baga milkoofte sanyii koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@rukyaruqiyyaa4165
@rukyaruqiyyaa4165 3 жыл бұрын
Woyiii mudanoo addatii ergaa bayee qaba
@jalaanegirmaa8300
@jalaanegirmaa8300 Жыл бұрын
Hiyyeessa kan jedhamu namaa qamaa midhamaa ta'e kan bakka namani demmu kan demmu hin dandenye malee namani fayyaa gutuu qabuu hiyyeessaa hin jedhamuu 🥺🥺analee waanti akkan naa mudatee jiraa dhugaa homaa miti qabenyii fixeensa ganamati hin dhufaasi hin badasi kanafuu jalalaa ni motaa kanafuu bagaa milkoftee bro koo
@nuraaarsitiiqorsitii5672
@nuraaarsitiiqorsitii5672 2 жыл бұрын
Uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff uuuuuuuufff bayee garaa namaa nyataa dhugaa rabbii 😭💔👈
@mnhappyfamilytube9407
@mnhappyfamilytube9407 2 жыл бұрын
Ijollen shawakotim gotota jalalaatim alhamdulillah.
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓
@SINGITAAN
@SINGITAAN Жыл бұрын
Uuuuffff seenaa mucaa kanaa bayyee garaa nama nyaata hiyyuman xurridhaa bagaa milkooftee qaalii.nama
@shawayee885
@shawayee885 2 жыл бұрын
Bagaa waqayoo si milkesee obolesaa ko 🥰🥰🥰
@oromoodhigaakoooromiyaabiy5697
@oromoodhigaakoooromiyaabiy5697 3 жыл бұрын
Woowoowwo bayee garaa namaa nyataa
@SofiaSofia-vf8od
@SofiaSofia-vf8od 3 жыл бұрын
bagaa Rabbin Si Milkessee Obolessa Koo
@bangg1467
@bangg1467 3 жыл бұрын
Yaadnii keessaa baayee namatti tolaa jabbaadha.
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Warra boqollo baga nagaan dhuftan obbolesso baga milkoofte ati / yaa warra harka dhiiga abiyoot diqaaltichi dhuguma dhibame moo kkkkkk?
@gadisekadiir2873
@gadisekadiir2873 3 жыл бұрын
Kkkkkk kk 😂😂😂.dhugaa.jetee
@gdsjhdjd8736
@gdsjhdjd8736 3 жыл бұрын
Hi @@gadisekadiir2873
@kidanefikadu1092
@kidanefikadu1092 3 жыл бұрын
Yeroo hundaa ....... gadhee
@saudisaudi8254
@saudisaudi8254 3 жыл бұрын
Kkkkkkk
@shagemami2289
@shagemami2289 3 жыл бұрын
kkkkkkkkkkk 😃
@sinbooamboo5711
@sinbooamboo5711 3 жыл бұрын
Baga milikooftee dhugaa bayyee namati tolaa
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@stayonline5130
@stayonline5130 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan
@dggh3514
@dggh3514 3 жыл бұрын
09
@mastubekuma6419
@mastubekuma6419 Жыл бұрын
.waalif jiraadhaa ❤❤❤ horaa bayyadhaa ❤❤❤
@hadhaagidii6429
@hadhaagidii6429 Жыл бұрын
King bor imachi🥰🥰🥰
@sabontuyoutube5562
@sabontuyoutube5562 3 жыл бұрын
Bagaa waqqayyoo sii milkesse dhuga ambo biyyaa jalalati
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
Waani baay.ee Nama barsiisa Ebbifamii jabadhu
@senakeneni4243
@senakeneni4243 2 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa monii dhifamaa garuu .. xalayyaa jalalaa hin simatanii
@yaadashiishumi
@yaadashiishumi Жыл бұрын
Dhugaa siini lachuu. Nama seenati bagaa milkooftani
@GetuAshetu-rf8sc
@GetuAshetu-rf8sc 6 ай бұрын
Waaqayyoo bagaa nama sii godhee.
@aesha1288
@aesha1288 3 жыл бұрын
❤YOU are very good 👍♥🌹
@mastubekuma6419
@mastubekuma6419 Жыл бұрын
Dhugaa bayyee namatii toltuu ❤❤❤❤❤❤
@jesuslord6097
@jesuslord6097 3 жыл бұрын
Esaye bagga milkofte kani jalatan aragachun bayye nama gamachisa uffff
@gumaabaas5454
@gumaabaas5454 2 жыл бұрын
Moonet jaalalli sirraa na qabekaa maaloo naafyaadi!
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@hiruuteesilaassee2560
@hiruuteesilaassee2560 3 жыл бұрын
Seenaa baay'ee gaariidhaa dhugaa ❤❤❤
@rahimadebiso3351
@rahimadebiso3351 Жыл бұрын
Wow wow wow bayee Nama tolaa 💜💜💜💙💙
@gadisehhalagorgis7083
@gadisehhalagorgis7083 3 жыл бұрын
Wowo baayee namatii tolaa
@saradames3509
@saradames3509 3 жыл бұрын
Baga milkofatee hadhoo koo ❤
@alamuae8939
@alamuae8939 2 жыл бұрын
Www kutataa hatii dechee bagaa waqayyoo sii wajiin ta, ee😍😍😍😘❤️🙏🙏🙏
@derbitube7133
@derbitube7133 3 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwwo ☝️☝️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍🙇‍♀️
@عامرالشهري-ز2ه
@عامرالشهري-ز2ه 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah tabaraakallaah👄👄👄👄💚💚💚💚oromoo
@abdiinasir5445
@abdiinasir5445 3 жыл бұрын
masha Allah wan rabbi seete moo😂😂😂
@ofiinbontuuTube
@ofiinbontuuTube Жыл бұрын
​@@abdiinasir5445dhuga keetti
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 Жыл бұрын
😂😂❤❤❤❤
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 жыл бұрын
Baga milkoofte obboleessa koo ❤️🙏
@yggggg2022
@yggggg2022 3 жыл бұрын
Nafajiirdha byee namatiitoltuu
@CaltuChantu-ww3rm
@CaltuChantu-ww3rm Жыл бұрын
Eebbifamii dhugaa hundumtuu yeroo qaba
@dbgfcgfdbhfvg1282
@dbgfcgfdbhfvg1282 3 жыл бұрын
Barumsa gaariidha dhugaa waqaa
@dammedammu7018
@dammedammu7018 3 жыл бұрын
Wow barumsa guddadha
@asantitafa1169
@asantitafa1169 3 жыл бұрын
Bagaa waqayyoo sii milkesse namni jiruu ni jijirama yoo fayya qabatan
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to ❤💓
@leensaadamee3592
@leensaadamee3592 3 жыл бұрын
Uuuff isheenu dubarti gaariidha
@kaffarnicell2948
@kaffarnicell2948 3 жыл бұрын
Wooow.bayyee namati tolaa moneet qoophiin kee akka damaati mi'awaa. Obbolessaa bagaa milkooftee.
@immabeettube5009
@immabeettube5009 3 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta'ii mee hadhoo koo
@Obsii365
@Obsii365 3 жыл бұрын
Galatomaa Moneet bareedduu koo ❤😘
@ambaraambara6351
@ambaraambara6351 3 жыл бұрын
Sena hajaiba👍👍👍👍
@jesuslord6097
@jesuslord6097 3 жыл бұрын
Woow guder nanin bekka
@emebetyoutube8451
@emebetyoutube8451 3 жыл бұрын
WOW baay'ee namati tolaa ❤❤❤❤❤
@immabeettube5009
@immabeettube5009 3 жыл бұрын
Mogoo koo kootu maati naaf ta'ii
@ayyantuwarrawancii8727
@ayyantuwarrawancii8727 3 жыл бұрын
Uuuffffffff qimami tiyyaa mudaannoo garaa nama nyaatuu dhugaa jajaabee koo 😢😢😢
@heleneakl3243
@heleneakl3243 3 жыл бұрын
Mooney.bayye.bayye.baredaa
@burteburte4228
@burteburte4228 3 жыл бұрын
be
@heleneakl3243
@heleneakl3243 3 жыл бұрын
@@burteburte4228 Akami
@heleneakl3243
@heleneakl3243 3 жыл бұрын
@@burteburte4228 maqakoo.Boge.berut.ira
@heleneakl3243
@heleneakl3243 3 жыл бұрын
@@burteburte4228 moonetdhifaama.Lakkofsa.bilbilakeenafi.ergu.dadesa.Beirut
@shewatube7498
@shewatube7498 3 жыл бұрын
Wow wow 🙏🙏
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞💓
@shootishooti62
@shootishooti62 3 жыл бұрын
Dhugaanamatitolaa. Galatoma
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 3 жыл бұрын
Iseeeyyy wqy haa galatuu inni ulaagaa nama guchisuu isaadha
@salamayoti2146
@salamayoti2146 3 жыл бұрын
Bayee baredaa jaabadhu😍😍😍
@AaSs-v8h
@AaSs-v8h Ай бұрын
Ganaadha jedhee osoon eeguu fixan😂😂😂😂❤❤❤❤
@etisa6250
@etisa6250 Жыл бұрын
"Jaalalli bultii hin ijaara, qabeenyas ni hora" siif qabadheera bro
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 3 жыл бұрын
Mooneeti teenya bagaa nagaa nuuf jirtee Saboontuu koo 🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️𝑨𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒏𝒏𝒖𝒖 𝑾𝒂𝒚𝒚𝒊𝒔𝒊𝒊 𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒃𝒐𝒐𝒏𝒊 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐 𝒉𝒊𝒏 𝑸𝒃𝒖𝒖😍😍😍 Xalayaa 72 jettee Gosii kitabaa barreestee jirtee
@chaltochalto9928
@chaltochalto9928 3 жыл бұрын
Bayyee bareedadha seenaan kee obboleesa. Mo'oneti atilee nuuf jiradhuu monuu
@Keriyaadam
@Keriyaadam 2 ай бұрын
Jalalli biridhan hin tilmamamu jalalan maleee.
@endale2533
@endale2533 3 жыл бұрын
Amazing stay blessed
@sddfsdfty591
@sddfsdfty591 3 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍💞💞
@abbaamuudaa3523
@abbaamuudaa3523 3 жыл бұрын
Seenaa barnoota qabudha garuu warra soddaa sadarkaa sanitti media irratti hubuu hin malle karaa dimshaashaan ibsuun numa danda'ama ture. Hin jaalanne. Miskiinni duroome rakkisaadha jadhamuuf nan dirqame. Barnoota baee qaba. Galatoomi.
@iftuuoromooiftuuoromoo8184
@iftuuoromooiftuuoromoo8184 3 жыл бұрын
moonet galatoomi qophiin kee heddu nama barsiisa nama bashannansiisa
Yeroo Jaalalaa Kutaa 2ffaa
21:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 54 М.
Yeroo Jaalalaa
23:46
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 116 М.
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 1,6 МЛН
The evil clown plays a prank on the angel
00:39
超人夫妇
Рет қаралды 51 МЛН
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 59 МЛН
سورة البقرة كاملة, رقية للبيت, وعلاج للسحر | القارئ علاء عقل - Surah Al Baqarah
3:51:48
ሀዲዮማ (HADIYYOOMA) ኪና ሾሞሮ// ክፍል 1
44:56
Fiita Tube || ፊታ ቲዩብ
Рет қаралды 682
Seenaa Dhugaa Baay'ee Nama Gaddisiisu
11:37
Oromia 24
Рет қаралды 72 М.
Yeroo Jaalalaa
25:39
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 46 М.
سورة البقرة كاملة, رقية للبيت, وعلاج للسحر | القارئ علاء عقل - Surah Al Baqarah
3:59:37
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН