Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame

  Рет қаралды 57,466

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

5 күн бұрын

Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame

Пікірлер: 599
@ethss7299
@ethss7299 3 күн бұрын
ሽማግሌውን አምነዋለሁ። ጋዜጠኛውን ደግሞ አከብረዋለሁ እንደዚህ አይነት የረከሰ አስተዳደር ስላዋረደልኝ። አንዋር ጀግና ነህ የምር።
@yadetakitila7126
@yadetakitila7126 3 күн бұрын
Gaaffii Dr. gaafatamanii fi deebiin isaan deebisan wal hin simu. Gaz. Anuwar Jamaal ulfaadhu. "Free Afaan Oromoo"
@aligena827
@aligena827 3 күн бұрын
Jabaadhu Dhugaan ummataa Siif Qofa Gaalee jiraa Rabbiin sii eguu rakkoolee akkan bayyeen Aanaalee keessatti bayyanni Argamuu Ammalee itti fufuu qaba 🙏🙏🙏🙏 Jabaadhu ✅
@fufadiriba697
@fufadiriba697 Күн бұрын
Jabaadhu anuwar
@user-jt3ks2vg5e
@user-jt3ks2vg5e 2 күн бұрын
Wallaahi Rabbii Guddatti Kakadhe Namni Aangoo Feete Qabaattus Ati Gaafa Rakkataa Imimmaan Buusiste Imimmaan Jara Sanii Dunittis Erga Duutes Sima Salpisa Sima Guba Tashoomee Imimmaan Haadholee Fi Diiggaan Masjidotaatii fi Duuti Ummata Islaamaa Yoomuu Turee Hin Turu Hanga Dhugaan Baatutti
@MaddaWalabuu-ux3wn
@MaddaWalabuu-ux3wn 3 күн бұрын
Yooyyaa koorommiin dhuuftee obn saagalee ummata naaf jiraadhaa gazexeessadhan nuuf jirradhaaa❤❤❤❤
@buze1buze1
@buze1buze1 2 күн бұрын
OBN🙏 nama ak Takeal Umaa nu ramadaa እንደ ታከለ ኡማ አይነት ታሪክ ቀያሪ ሰው ለሸገር ሲቲ የሚመጥን መድቡልን ከንቲባው ህዝባችንን እያሰቃየ ሽመልስ ዝም ብሎ ለምን ያያል😔
@BalaayMulu-og1zv
@BalaayMulu-og1zv 2 күн бұрын
Dr.tashoomaa teessoonsuun isaaniin hinmadaaluu
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 3 күн бұрын
❤❤osoo nama biyyaa yaadu tayee dura qulqullina eeguu qaba ture. osoo gamoo hin ijaarre manni fincaanii ijaaramuu qaba ture. kan rakkinna mootummatti ummatatti rakkinna fidaa jiru.hooggamtoota maqaa mootummaatii aangoo qabatan nama hiraarsan kana.❤
@AkedirMuhammad
@AkedirMuhammad 3 күн бұрын
Fayyaa Siif Haa kennu obboleessa keenya Anwaar Jabaadhu Rabbin guddate Si Haa tiiksuu Sijaalanna jiraadhu gabna namaa
@rahametamdihun3585
@rahametamdihun3585 3 күн бұрын
Nama yaada isaa ibsuu hin dhandeenye Kantiibaa gochuun sirrii miti . Haa sirreeffamu!
@kebedemegersa3977
@kebedemegersa3977 2 күн бұрын
Yadaa Mali qabaa ibsaa jeeteetii bro
@tv_agenda
@tv_agenda 2 күн бұрын
@@kebedemegersa3977 😂😂😂
@murtianbessa
@murtianbessa 3 күн бұрын
The only journalist in Ethiopia!Anuwar Jemal❤❤
@user-ru2rw4wx9h
@user-ru2rw4wx9h 3 күн бұрын
Umurii dheeraa siif haa kennu Rabbi Annii garuu hojiin jara kanaa, akkaataan yaada kennuu isaaniillee nama iftoomina qabu in fakkaatu ammayyuu namaaf hojiin wal in argannee safuudha yaa isa beekaa namaati jedhanii abdanii ulfaatadha
@OroTechHub
@OroTechHub 2 күн бұрын
Godina Baalee Aanaa Agarfaa deemaa mee Caayaa 💪🫶
@melkamunegasa8067
@melkamunegasa8067 2 күн бұрын
Anwar! Farra hattuu fi sobduu jabaadhu!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Күн бұрын
❤❤Abbaa says mandisni Humni barnootaa irkoodha kanaaf Yaada mo'ataan Qalbiin waraana Uffataachin arganii
@kiyarsilalusinargu
@kiyarsilalusinargu 3 күн бұрын
❤❤ Anawaar Dhiira namaa Goota Sabaa Rabbi Umrii Sihaa tursiisu
@bb6824
@bb6824 3 күн бұрын
Gaz. Anuwaar Umrii Rabbiin si haa dheeressu
@Good-pd2bv
@Good-pd2bv 3 күн бұрын
Saamtu baleessa
@abrahamgemechu5246
@abrahamgemechu5246 3 күн бұрын
Dr. Tashomee must go !
@LaliseeDelelegn
@LaliseeDelelegn 3 күн бұрын
Down Tashome must be
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Күн бұрын
❤Hammeenyaa gurrii dhageeffatuu Fageenyii lafaa lafee laftis riqicha diinaa gzx Anawar Jamaal Jamaal wrwrwb Muslim dhageeffaattootnii aswrwb/yooyyaa lafti Eegumsaa
@ezdinozil3738
@ezdinozil3738 15 сағат бұрын
Anawaro bravo bro 💪👏👏 garu jerrii OBN maalloo mucaa kanaf addara keessaan mucaan.kun nuf egaamu qaba 🙏 biyyaati kana kessati namni dhugaa duubbatu yero bayyee hinbulu 😢😥🥺
@KidaneNigatu
@KidaneNigatu 2 күн бұрын
Haxefi hattu ogassa kessa jiran yoo akkuma kan ummatin offi kessa saxile base malle gudini hin jiru ati immo oguma kegi jabadhu rabbi umuri sif hakenu
@robaosmael3831
@robaosmael3831 2 күн бұрын
I have some questions for the OBN director about caya. Please leave it only for anawar he has competence and dedication form inner for this program.
@sherifahmed2971
@sherifahmed2971 2 күн бұрын
Baayyee gaariidha mariin isin gottan kantiibaa magaalaa shaggaarii waliin haa ta'u garu kantibaan akkana Kun magaalaa shaggaarii fi ummata achii jiruuf rakkoodha yaadnii isaattu waldhawaadha ofti amanumaas hin qabu ragaas hin qabu wanta hojjattes kanaafu kabajamon pirizaantiin shaggaarii fi ummata shaggaariif furmata akka kennuuf gaffana
@jeylanademo4349
@jeylanademo4349 3 күн бұрын
Afaan Hojii Magaalaa Shaggar kami , Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beekan hin fakkaatu, ni gugufatu.
@user-du2gd7ml4g
@user-du2gd7ml4g Күн бұрын
Qophi cayaa kani bayee namati toltuudha jabadha obn sagalee umataa ❤❤
@brekwarratulama
@brekwarratulama 2 күн бұрын
Kana hojjettan sitti agarsiise sunnen horiidha...isaan achi keess aa yaasuudha....qulqullinni kan nama hundaati.Kan Dr Tashoomaa miti.
@urgessasoressa
@urgessasoressa Күн бұрын
Ayii Anuwaar!! Jagna haati deesse. Nuuf jiraadhu!!❤❤❤❤❤
@MulugetaDanno-uq5ef
@MulugetaDanno-uq5ef 3 күн бұрын
Namni sadarkaa Dr.irra jiru, haala kanaan of ibsa taanaan homaa hin barbaachisu. Afaan illee sirriitti nama dubbachuu hin dandeenyeef aangoo kennuun salphina. Magaalaa seenaa Fi morkiin siyaasaa cimaan irra jiru, irraatti kantiibaa akkasii muuduun magaalattii ajjeesuudha. Namni Kun iddoo kan biraaf irraatti yoo muudame bu'a qabeessa ta'uu danda'a, waan ta'eef utuu bakka isaa malu keessanii gaariidha.
@osmanalsaied476
@osmanalsaied476 Күн бұрын
Raakoon Oromiya maallaamalituumaa D/r Abiy Ahmed Alli keesiikeessaa Aduurreen keesii biineesaa Oromoo Jabbeessii !!🎉🎉usa❤❤❤❤
@degefadadi8847
@degefadadi8847 Күн бұрын
Rabbi si haatiksu Gaaz. Cimaa biyyattiin Qabdu Anuwaar Jamaal.
@AbdaaMahmud
@AbdaaMahmud 2 күн бұрын
Maashaa'allaah dhugaan jiru argamaa jira jabaadhuu itti nuuf fufi akkasumatti rabbiin sihaagargaaru Anuwaar Jamaal nama nuti qabnu keessaa isa tokko taateetta dhaloonni kun sieeggata akkasumatti
@dawitkifle6213
@dawitkifle6213 3 күн бұрын
Good job guys. Keep on exposing weak and incompetent "officials"
@kenileisa
@kenileisa 2 күн бұрын
Thank you brother
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 Күн бұрын
Nuu jiradhuu Anwar kenyaa sii jalanaa umurii dheraa nuuf jiradhuu ❤❤
@tijaniabajihad1237
@tijaniabajihad1237 3 күн бұрын
kantiibaa kun afaan oromo hin danda'u Mee dhaggefadhaa siirti
@UrjiiDereje
@UrjiiDereje 3 күн бұрын
Dhuguumaa hin rakkiisaa
@Abdu2030
@Abdu2030 2 күн бұрын
Exactly
@derejehordofa4557
@derejehordofa4557 2 күн бұрын
Thank you. Anuwar. There is huge unsolved problem.
@shiferawofficial2923
@shiferawofficial2923 2 күн бұрын
Hojiin isaanii inni guddaan hiyyeessota homaa qabne irraa mana diiguudha😢😢😢😢😢 Anwar nama jabaa jabaadhu amma illee
@AdemRameto
@AdemRameto Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤ nufii jabadhaa jajabee haqaa
@nejiahm
@nejiahm Күн бұрын
Wow gazixesaa akka Anwar jamaal rabbi nuuf haa baayisuu jabaadhuu
@derejededefoofficial
@derejededefoofficial 2 күн бұрын
Horii Buli Abbo! Mataa dhiirati! ✅Fakkeenya Gaazexeessati be strong and go forward help your people💪💪🙏
@ararsalemmessa1481
@ararsalemmessa1481 3 күн бұрын
Gaazexeessaa sirrii. Mee waan keessummaan waadaa galu fkn torban gidduutti galu, raawwachuuf dhiisuu isaa sagantaa torban itti aanutti jalqaba sagantaarratti beeksisaa. Fkn Dr.Tashoomaa boru xalayaa Waj.president Nan erga jedhe erguufi dhiisuu isaa torban ni eegna
@jasminadam6601
@jasminadam6601 2 күн бұрын
Rabbi sitti haafaraduu!! Dhalli dhalaketii cubbu atii ummata hiyyessaatti goote kana jalaa hinbahiin!!
@taddetesfu6103
@taddetesfu6103 2 күн бұрын
Adeemsi Dr.Tashee sirriidha,garuuu lafarra harkifannatu jira.kana immoo kan lafarra harkisan kaabinoota lafa hedduu saamanii of harkaa qabaniidha waan ta'eef itti muddaa !!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Күн бұрын
❤Moodeela Riqicha Hawasaa kan Yeroo Cufaa irraa lallabni beekaa Eegumsii jiruu Beekumsii Beekumsii gzx AnawarYuusuuf AnawarYuusuuf jiraa jirraa galatoomii hayyuu gzx Anawar Jamaal Charles minister Fayyaaatii taajjabbii caahaa tokkummaatii itti himii
@BuloGirma
@BuloGirma 2 күн бұрын
Baayyee Nama ajaa,iba gochaan kun dafanii ummataaf/investmentotaf deebii quubsaa deebisu qabu hoggantootni bulchiinsarra jiran .Qaxalee ilma Oromoo atimmoo jabaadhu Anuwar Ummanni biyyatti si wajjin jirra!!10Q we wish your Longlife.from Oromia Region!
@feyisamulata5761
@feyisamulata5761 3 күн бұрын
Ayi Yaa Dr. !!!!!
@kiyyaa2525
@kiyyaa2525 2 күн бұрын
Way yaa Dr.! Muuu! Saba keenyatuu saba keenya miidha duruuu😢😢😢 Dr Tashome must go!
@mahdiabdirahman119
@mahdiabdirahman119 2 күн бұрын
Jabadha jabadha OBN please ummanii kennyan bulchitotaan midhaama jiru 😢dhugan ummani kenna amma baha jira at list bulcha nama lamafi sadii yoo seran hidhaman muldhiftan kan biroo sirnan ummatta issa tajajila adara jabadha ummata kessan bira dhabadha Qophiin caayaa galatoma
@BlueSky-hn2rx
@BlueSky-hn2rx 2 күн бұрын
Real oromo journalists with journalism ethics
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 2 күн бұрын
Qaamni bilisa ta"ee Qabxii qophii CAAYAA irratti ka'ee hordofuu jiraachuu qaba. Kanaachi oduu duwaa ta'ee hafa. Galatoomii Anuwaar!!
@mitikuemana
@mitikuemana 2 күн бұрын
Safuudha Aboo jedhe Astamari mokonon
@eliasayalew5708
@eliasayalew5708 2 күн бұрын
ጋዘጠኛው ክብር ልቸረው ይገባል ።እውነት የኢትዮጵያ ምድያ ይህንን ያህል አድገዋል።wow!!!!OBN
@debelumidwifery
@debelumidwifery 2 сағат бұрын
Biyyana eessa jiraa qooyi Anuwar rabbii jedhii kantiibootaa akkana osoo nuuf dhiyyeessiyuu baatan down down jechuun naa hawwisisee bee, namnii hinjiru biyya kana keessa qoyii.
@fireederesaafireederesaa3513
@fireederesaafireederesaa3513 3 күн бұрын
Anuwar mee Maagaalaa tuluboloo raakoo gudaa jiraa manaa jireenyaa ❤❤❤❤
@anoleshow
@anoleshow 2 күн бұрын
Dr Inventerii
@tilahuntahiro3483
@tilahuntahiro3483 2 күн бұрын
🎉Rakkoo ijoon Magaalota Oromiyaa Iddoo mijataa hojii uumuun walqabatee manni Fincaanii baay;ee rakkoo dha. Kanaaf hunduu of ilaalee irraa barrachuu qaban.
@AbdurazaqHebo
@AbdurazaqHebo 2 күн бұрын
Gaafa rabbi nama qabu Woni godhani hin jiru
@ziyadmohammed7023
@ziyadmohammed7023 3 күн бұрын
Bulchiinsi magaalaa finfinnee ji'oota 3 keessatti waan akkas fakkaatu yoo hojjatu shaggar waggaa lama keessatti mana fincaanii waajjira isaanii sirreeffachuu hin dandeenye
@jemalmustefa1232
@jemalmustefa1232 2 күн бұрын
hank U
@jemalmustefa1232
@jemalmustefa1232 2 күн бұрын
Thank ou
@abdikasim2303
@abdikasim2303 2 күн бұрын
wanti namichi haasawu nama ajaa'iba dhugaa. Anuu ati garuu ni dandeessa bar dhugaa rabbii. Nuuf jiraadhu
@najiib4
@najiib4 3 күн бұрын
Anuhaar ilmaa abba gadda nuuf jiradhuu rabbiin siwaliin hajiratuu jabadhuu ❤❤
@user-jq3rr5zv5l
@user-jq3rr5zv5l 3 күн бұрын
Caayaan osoo Bulchinsa magalaa baddeessaa dhufee rakkoo achi keessa jiru laalee waan bareedaa dalagaajirtanii jabaadha !
@gelankenai9313
@gelankenai9313 3 күн бұрын
Dhugaa Uummata Dhugaadhumma gaaru kun DR jeenne waamun Ulfaatadha Dhifaama !
@MohamedWario-lm8cc
@MohamedWario-lm8cc 2 күн бұрын
Rabbi sihaa tiksu ANWAAR KOO!!
@HenokAsfaw-hz2oz
@HenokAsfaw-hz2oz 3 күн бұрын
Yooyyaa Afaan Magaalaaa Shaggar Kami, Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beeku mitii matumaa hoggaansaf gahaa akka hin taane adaaraa xinxalaa Anuwar best❤❤
@AddisuAbeshu
@AddisuAbeshu Күн бұрын
Sabaabaa hinbarbachisuu wanna hojjeetamuu qabuu osuu hojechuu irratti xiyeefatamee gaaridha.
@muraadshamshudin
@muraadshamshudin 2 күн бұрын
❤obolesa kiyaa umrii dheradhuu gafi dhugaa gafate haqa ummata basuf cicomina gafacha jirtan
@tahirgodana9709
@tahirgodana9709 3 күн бұрын
Gaza. Anadarko jemal Rabbin siha tiysu, jabadhu.
@waareetube4061
@waareetube4061 Күн бұрын
Warri obn guddaa galatoomaa!!!!@@
@mirmirsaafaajjiioromiyaa7411
@mirmirsaafaajjiioromiyaa7411 2 күн бұрын
Hojii gaariidha, jabaadhu.
@WW-hs5fj
@WW-hs5fj 3 күн бұрын
Anawar. Keynaa jabaa kaan godina baalee baaha.kaan Magalaa gidhiir kanaa nuu duubbadhuu anawarii kenyaa rakkoo cimarraa jirraa 😔😔😔😓😓
@muhammadoro
@muhammadoro 2 күн бұрын
Ani fakkeessuf miti ykn si jajuuf miti dhugaa Rabbii atti nama jechi cimaadha jedhu qofti si ibsuu miti nama akka malee qarootti umrii nuuf dheeradhu si kijibanii tasuma si jalaa bayuun hin danda'amu
@mergatafa8501
@mergatafa8501 3 күн бұрын
Dr. Tashooman magaala Shagar guddisuuf dandeeti hinqabu. dhadhabaadha. malamaltumaa keesa waan jiru fakkaata.
@osmanalsaied476
@osmanalsaied476 Күн бұрын
Buulliichaa Shagarr jabadhuu 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ !!
@ChalaAlemahyu
@ChalaAlemahyu 13 сағат бұрын
Good baayee namati tola rabbii
@SimenehSeifu
@SimenehSeifu 3 күн бұрын
Magalii shagar rakko cimaa konkolataa abbaa milaa sadii itrattii rakko cimaa qaqabsisaa jiraa hanaaf dargagesaa saxiilaa jiraa hojii irraa hari'ee
@KiyaWelega-q6p
@KiyaWelega-q6p 10 сағат бұрын
Dr.Tashoomen jalqaabaa afaan oromoo duraa sirriitti hadubaatuu
@user-th4er1rq3g
@user-th4er1rq3g 2 күн бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉 galatomi nama jabaa orm qabuduu👌👌
@lydiabooji4772
@lydiabooji4772 2 күн бұрын
😢No wonder all the most visited town centers were so desolate, forgotten and fallen apparaat. Unfortunate that people carry the titles like Doctor somebody are seen here on tv as high school graduates!!! Even less...😢 such a neglect ... people whho were on the fore front of this new govern change are totally under threat to see their tuture. This man needs better get back to school and get formal understanding of community life and the legality of circumstances in and out Oromia cities.
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 3 күн бұрын
❤❤❤ABIYYII AHMAD GALATOOMAA OBN TV hayyama kennuu keessaniif akka hattootni saaxilamaniif kanatu biyya keenna ajjeese 😭
@kiyarsilalusinargu
@kiyarsilalusinargu 2 күн бұрын
Salami Abiyyi Silxaana Tashoomaa kenne malee Obn miti
@AshagreWT
@AshagreWT 2 күн бұрын
Wow! what a journalist he is!
@mytube5480
@mytube5480 Күн бұрын
dhiiraa haadha keetii.keep up it bro.
@IbsaaAliyyii-s5v
@IbsaaAliyyii-s5v 3 күн бұрын
Tnx
@mohammedaaman34
@mohammedaaman34 2 сағат бұрын
Dr eddo jijjiraafi siyaasuma hin danda'anii
@sayatole4032
@sayatole4032 2 күн бұрын
የኦሮሞ ችግር ከጊዜ ወደ ጊዜ እያባሰ እንጂ እየቀነሰ አይደለም ።ቋንቋ የለመዱ ከጎጃም ከጎንደር መጥቶ ይጨማለቃል ይበዘብዛል ።
@keyAD-c6s
@keyAD-c6s 3 сағат бұрын
Gaz. Jaalatamaa fi kabajaama Anawaar gaaffii hoogantoota magaalaa fi aanoota irratti adeemsisatu baayyee gaariidha haalumaa kana gara magaalaa kofaleele kootu
@muraadshamshudin
@muraadshamshudin 2 күн бұрын
🎉🎉dhugaa ketii jabadhu itti fufi
@DerejeGemechu-d7u
@DerejeGemechu-d7u Күн бұрын
Ulfaadhu haqa jiru qilleessarra waan oolchiteef. Garu bakkii kun kantiibaa kanaaf hin madaalu. Daqqaraan kun daandii irraa dafee kafaamu qaba
@jemsahmed8163
@jemsahmed8163 6 сағат бұрын
Afaan oromoo beeku kiyyaan Anwaar❤
@ShemsuAbdu-q2v
@ShemsuAbdu-q2v 2 күн бұрын
Anawar jabadhuu akkanutii itii fuufii mee haragee magala hirna rakko ifa fi bishanii jiraa achasii dhaqii mee kesafuu gada dhagaa
@temesgengetachew3975
@temesgengetachew3975 6 сағат бұрын
Afaan oromoo RIP
@Oromiyaa111
@Oromiyaa111 3 күн бұрын
Namichii oromoo tahuun gafii jalaa jira
@user-vg5yi6vo9j
@user-vg5yi6vo9j 8 сағат бұрын
Afaanuu ni Dhiba Qaalicha Akkamin Kantiibaa taahen gaafii Namatti Uuma
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 2 күн бұрын
Nawaakoo jiraadhuu ❤❤ love ❤️
@beleteyadessa7412
@beleteyadessa7412 20 сағат бұрын
Please Magaalaa shaggar akka maqaa ishee magaala ammayyaa gochuuf kan hojjettan yoo ta'e, nama ga'umsa qaban aangessa!
@turugetachew-dq3pt
@turugetachew-dq3pt 3 күн бұрын
Umuriikee umurii arraagessa nuuf haa godhu
@DagneHailu-f9n
@DagneHailu-f9n 2 күн бұрын
Yaadotnii sagantaa Caayaan dhiyatee Bayee kan nama Gamachisuu fi kan jajabefamuu qabuu ta ee.Gafiiwani fi rakkowaan ka aan kanaaf furmataa argaatee irraa debiin kan dhagenyuu ta uu qabaa.Ummani kenyaa rakkoo bulchisaa Garii isaanittii danqaa ta ee isaan rakkisuu kanaraa Sagantaa midiyaa Caayaan qopheesee kanaan furmataa argataan jedhee abdii qabnaa.waqayoo dhugaa yaa tasisuu!!!
@IbsaAliyi-hu4oc
@IbsaAliyi-hu4oc 3 күн бұрын
OBN ijaa fi guraa uummata caayaa ❤❤❤
@bikilaedosa377
@bikilaedosa377 3 сағат бұрын
Bukoooooooo....Harriin jaarsaa haree sijaamsa...Wayyooo..
@SaladinMohammed-m9c
@SaladinMohammed-m9c 2 күн бұрын
Wallaahi jireenyakeessahinjirru
@kidanefikadu9364
@kidanefikadu9364 3 күн бұрын
Cayyaaa gaarii dha. Gaaruu gara shawaa Kaaba Aanaa Qimbibbitti magaalota akkaa Tulufaa, samboo, chaakii, ..
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.
1:04:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 76 М.
Tom & Jerry !! 😂😂
00:59
Tibo InShape
Рет қаралды 62 МЛН
Must-have gadget for every toilet! 🤩 #gadget
00:27
GiGaZoom
Рет қаралды 12 МЛН
My little bro is funny😁  @artur-boy
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 13 МЛН
ለማመን የሚከብድ አስገራሚ ሀገር ገባሁ Vlog Abel Birhanu
21:17
Abel Birhanu የወይኗ ልጅ 2
Рет қаралды 29 М.
Mana Mare  Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 1ffaa
2:14:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
ደርቢዎቹ - Ethiopian Movie Derbiwochu 2023 Full Length Ethiopian Film Derbiwochu 2023
1:38:25
Netsebraq Media - ነፀብራቅ ሚዲያ
Рет қаралды 383 М.
CAAYAA: Kantibaa Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu Jaldee waliin turtii goone.
54:57
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 14 М.
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ]  Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa  duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.
42:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 38 М.
Достали существо из под земли
0:29
RICARDO
Рет қаралды 2,1 МЛН