Miseensonni WBO walii galtee nagaan galan maal jedhu...

  Рет қаралды 97,259

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 281
@MesayMesfin
@MesayMesfin Ай бұрын
እኔ አማርኛና ኦሮሚኛ ከሚናገሩ ቤተሰቦች ነው የተወለድኩት በእርቁ በጣም ደስተኛ ነኝ❤❤❤
@WaynishetGetachow-j7y
@WaynishetGetachow-j7y Ай бұрын
ኑርልን ወንድሜ❤❤❤
@kenaskids4126
@kenaskids4126 Ай бұрын
@seafnaf7376
@seafnaf7376 Ай бұрын
Great to see you WOB come home for your people I greatly appreciate God bless you all
@Sol-Godelias
@Sol-Godelias Ай бұрын
ትክክል ብለሀል ጀግናው የትግሉ ባለቤት የምንታገልለት ህዝብ ነው ሰለዚህ ህዝቡ በሰላም ፍቱት ካለ የህዝቡ ድምፅ ማክበር አለብን:የህዝብ ታጋይ እሰከሆንን ድረስ ያለከው ጀግና ታጋይ❤❤
@PaulaHelou
@PaulaHelou Ай бұрын
Yaa waqayyoo imiman oromot dhagechef kaa galata kee yaa waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤lamii koo akkatin gamadee warii akka koo oromon tokko ta'uti kan gamadan like 👍 naf godha❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@halimafeyiso
@halimafeyiso Ай бұрын
Yaa rabbii yaa allah biyya kenna nagaha nuuf kenni
@faniyeemareyamiilij4716
@faniyeemareyamiilij4716 Ай бұрын
Dhugadha maloo rabbii
@Betty12195
@Betty12195 Ай бұрын
@@faniyeemareyamiilij4716ijoo Mee naaf debisa gaafi koo obboles koo mekelkeya ture achuman sagalen isaa naa jala bade garuu moo bilbila obolesa koo kan fayadama jiru wabodha nan jedhe achuman obolesi ko esaa deme akamiti bilbila isaa argate jenani anumatu qabe iraa fudhe ini amaa boojira naan jedhe Yero toko toko mo mana hidha jira naan jedha du’es ni jedha bicha wa heddu jedha jira kanfu jarooni mana hidha jiran hoo akkamt tau??????😢😢😢naa debisa wari bektan 😢😢
@Gadise-p2d
@Gadise-p2d Ай бұрын
Baga nagaa dhufta dhuga rabbii waqayyoo isanii yaa ebifamaa
@TomasLegese-fp9pm
@TomasLegese-fp9pm Ай бұрын
በጣም ደስ የሚል ነው ፈጣሪ አሁንም እስከመጨረሻው ያሳምርልን ።እንደ አንድ ኦሮሞ በጣም ደስ ብሎኛል ።❤❤❤
@mdoman986
@mdoman986 Ай бұрын
Waaqayyoof Galaani Guddaan haa ta.u Bagaa Nagaadha Garaa Tokkummaa dhufaan Jajabadhaa Waaqayyoo hammanyuu Nagaa Jalaala Tokkummaa Sabaa kenyaaf Biyyaa kenyaaf dachee kenyaaf Dhaloota Biyyaa kenyaa ETHIOPIA 🇪🇹 hundaaf haa kennuu ❤❤❤❤❤❤❤
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ yaa rabbii tokkoo nuu tasisii garuu jaallaan si biraa kufan lubbuu isaani yaa maaruu😢😢😢
@Natty-g4j
@Natty-g4j Ай бұрын
The best of best I’m speechless thank you thank !!’
@chaltusuphe9465
@chaltusuphe9465 Ай бұрын
Baayee nama gamachisaa waaqaayoo baraa keessaan yaa ebbisuu ❤❤❤❤
@AandC1130
@AandC1130 Ай бұрын
God bless you guys for thinking peace
@TeybaAhmed-n1h
@TeybaAhmed-n1h Ай бұрын
Akam jirtuu isiin jalaadhaa qaiiwaan kenna nuuf jiraachuu hawaa bayiise" ijja tenaa qalliiwan ❤❤❤️❤️💚💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️
@ElsabetElsabet-kb9bt
@ElsabetElsabet-kb9bt Ай бұрын
Congratulations my beloved Oroooooooo❤❤❤❤❤❤❤
@NhvFgg
@NhvFgg Ай бұрын
Isin wanti natti toltan alaaba kenyaa fii neshaa kessan osoo hin kennin dhufuun kessan na boonese😘😘😘😘😍😍💯💯
@legessehailu8690
@legessehailu8690 Ай бұрын
Torban tokkof alaabaa sana baatu sana booda isaanu gaafii lubbuudhaan jiraachuu dhabuu keessa seenu.
@Lamaalmutared
@Lamaalmutared Ай бұрын
Nufu jirdhuu sanyii oromo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MULE_AZD
@MULE_AZD Ай бұрын
Bravo WBO 👏 👏 👏
@BeshatuBultum
@BeshatuBultum Ай бұрын
Oromookoo waaqayyoo imimmaan keenya nuuf argee.tokkummaan jalqabeera. Baga nagaan dhuftan jajjabeekoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BeshatuBultum
@BeshatuBultum Ай бұрын
🙏🙏🙏🙏
@abidii21
@abidii21 Ай бұрын
Yaa waqqayyoo dhugaa nufi tasii❤❤
@JohnDugo-s1z
@JohnDugo-s1z Ай бұрын
Tokkummaa humna yaa oromo koo tokkoo nuuf ta'aa waaqayyoon haa ulfaatu oromodhaf wol dhageti haa kenu nagaan biyyaa keenyaf haa ta'uu🙏🙏🙏🙏 peace for all Ethiopia ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mengistutilahun6000
@mengistutilahun6000 Ай бұрын
መጀመሪያም ንፁሀን ከመጨረሥ ውጭ እሄ እንደሚሆን ይታወቅ ነበር
@KwKe-hl6sv
@KwKe-hl6sv Ай бұрын
Dhugaa bayyee ganmanee yaa umataa kenyaa motumaa kenyaa umri dheradhaa biyaa tenyaa raabbii naghaa nufi haa godhu sabafi salamilee naghaa hawinaa ❤❤❤akanumatt nagenyii itti nufi haa furu ila qiyamtt
@Makiyyaarsii
@Makiyyaarsii Ай бұрын
Oromoo gafii gaftee osoo Debi,iin adum galani qabso jalewwani yomiin loli dhabate amalee motumma shane jedhetumaa qeqa
@Yeroon859
@Yeroon859 Ай бұрын
Galatoomaa warri hafanis akka galan qaamni ilaallatu hunduu dhiibbaa godhaa oromoo hin boosisiina rabbiif jedhaati😢
@absiol3588
@absiol3588 Ай бұрын
Peace to Oromiyaa!! Peace to Ethiopia!!! How long more Is this war going? Enough is enough!!! Make peace stop war!!
@نسمةيونس
@نسمةيونس Ай бұрын
Galanni kan waqayyoti tokkummatu caala jabadhaa jajabe sabaa🎉❤
@Brbr-pd6ey
@Brbr-pd6ey Ай бұрын
Wowwww bay,e gammaden jira ❤❤❤❤
@abbaa8712
@abbaa8712 Ай бұрын
Love this from Norway. Good job.
@Lelisasileshi-i9i
@Lelisasileshi-i9i Ай бұрын
Dhugaa rabii. Oromonii bekaa dha ❤
@MkKmo-zs5ys
@MkKmo-zs5ys Ай бұрын
Duraanuu utuu akkas ta,eera ta,e jaallankoo hin dhumani turee warri haftan baga galtanii jaallankoo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉👏👏👅
@AbbaaFiroomsaa
@AbbaaFiroomsaa Ай бұрын
Nagaaf araara dhugaa hawwina ummata keenyaaf kan sobaa bakka tokkoonuu nun gayu Yaa Rabbi tokkummaaf araara dhugaa nuuf fidi
@NasirJihaad
@NasirJihaad Ай бұрын
Gallatoma isiin jallana nuf jettani robbaf adun midhamtan bagga naggaan nu dhuftan gara fulduratis rabbiin woliif isiin ha galchu ❤❤❤❤❤❤
@ሚፍየአላህባረያ
@ሚፍየአላህባረያ Ай бұрын
አልሀምዱሊላህ!!! Alhaamduliilah!!negaagnaa waa hundhaaf berbaachiisadha.ሰላም ህይወት ላለው ነገር በሙሉ ከምንም እና ከማንም በላይ ነው:::ለማበድ ራሱ ሰላም የሆነች ሀገር ያስፈልጋል፡፡
@NasirArgada
@NasirArgada Ай бұрын
እንኳንም ደስ አላችሁ የኦሮሞ ወንድምቻችን
@QaliQaly
@QaliQaly Ай бұрын
እኔ እምፈራዉ ደራማ እየሰሩብን እዳይሖን በአማራ ህዝብ ላይ😢😢😢😢
@CookOut-zb1ck
@CookOut-zb1ck Ай бұрын
Bayee gamadnee jiraa beyaa alatii, baaye kabaajaan galtomaa jadha!! Great appreciation for those who participated in peace deals!! You guys are respecting our community, no word to say ! Thank you!! From USA 🇺🇸!
@AyyuuTube-v1i
@AyyuuTube-v1i Ай бұрын
Yoo hundii keessaan galtanii malee ammalee ummanii kenyaa naga hin argatuu adaaraa keessaan warii haftanisii imimman hadha hiiyyyeessaa ilalalati galaa psl🙏 😢😢😢😢😢
@SenaDereje-g7m
@SenaDereje-g7m Ай бұрын
Yaa waqayyoo isaa hafees afaan tokko godhi galchii 😢
@Sifan-q9f
@Sifan-q9f Ай бұрын
Waaqayyoo dhugaa nuuf godhee uuuff yaa waqaa dhugaa nuf godhii maaloo ummaa koo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭🤲🤲🤲😭😭😭😭🤲🤲😭😭😭😭🤲
@WaloomaWalooma
@WaloomaWalooma Ай бұрын
Galata guddaatu sinii mala dhugaa ❤❤❤❤❤
@CalnNega
@CalnNega Ай бұрын
ሰላም ለሰው ልጆች ሁሉ።
@DejuDejene-h7m
@DejuDejene-h7m Ай бұрын
Galata guda qabadu umata ormo ira🌹🌹🌹🙏🙏🙏
@BurtukanSisay-us5gk
@BurtukanSisay-us5gk Ай бұрын
waqayoo isini haa ebisu❤❤ mee matii aaf ta.a oro
@MeseretBayisa-bd6pm
@MeseretBayisa-bd6pm Ай бұрын
Yaa waqayoo galata kee 🤲🤲🤲 naga bustee imiman ummata dhagefate 🙏🙏❤❤❤❤
@mesayabera9846
@mesayabera9846 Ай бұрын
Ijoollee keenya eebbifwmaa gurguddoota keenyaafi beektota keenya dhageessanii garanattiin waan dhuftaniif, ulfaadhaa nuuf joradhaa jenna.
@rametotibeisso69
@rametotibeisso69 Ай бұрын
Dhibdee Siyaasaa gara qawwee fiduun kaayyo duruma kufaa ture.rakkoo Ummataa baldhaa ittuu hammeesitan. ammas galgala ta'us gara nagayaa wal hubannaa uumun waan gaarii. rakko wal xaxaa baayye Ummataa nagayaa irratti dabalame,Saamame. baqate. ..kabaja namaafi biyyaa.
@obsinaanbirraatuu7638
@obsinaanbirraatuu7638 Ай бұрын
Akkumaa Shime fi Sanyin harka wal fuudhan Abiy fi Marronis akka harkaa wal fuudhan rabbii nuuf haa godhu . gammaddeera baayyeen❤❤❤
@letajifara
@letajifara Ай бұрын
Maal godhu kan keenya hin taane. Ammas karaatti walgattanii yaa'uu eegalatanii?
@befekadudemmissie4592
@befekadudemmissie4592 Ай бұрын
ለመሆኑ ፣ አሰልቺና እንቶ ፈንቶ ወሬአቸውን ትተው ፣ ሠላማዊና ትጥቅ አልባ የሆኑትን የአማራ ተወላጆች ላይ ለፈጸሙትና እየተፈጸመ ስለአለው አሰቃቂ ጭፍጨፋ ምን ይሉ ይሆን ?
@أمينهامينه-ش8ث
@أمينهامينه-ش8ث Ай бұрын
Rabbiin toko isin ha taasisu inshaa Allah
@AaronTura6601
@AaronTura6601 Ай бұрын
Akkanumaan waggaa kana hunda ummattaa dararaa baatani warri hafes osoo galanii wayyaa kanamalee waan tokko hin jijiirtani raatuu mara
@SumayaSumaya-cg2kh
@SumayaSumaya-cg2kh Ай бұрын
Galatomaa ulfadha🙏🙏🙏🙏👌👌👌❤️❤️
@Abdallamahmad-c6y
@Abdallamahmad-c6y Ай бұрын
Ok
@Deep_Matter_Analyetic
@Deep_Matter_Analyetic Ай бұрын
OBN./ Dawannaa akkana agertannii hin beytanu congratulations. Good work
@Abaynesh-z9j
@Abaynesh-z9j Ай бұрын
Elel elel elel yaa Rabi galatakee galata male maal qabde kan kana nudhagesifte sif galata 🙏🙏🙏!
@أمينهأمينه-ع3ه
@أمينهأمينه-ع3ه Ай бұрын
Baagaa nagaan nuf dhuftaanii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@EnateMaryamxabqyhach
@EnateMaryamxabqyhach Ай бұрын
Yawaqaayoo galattakee❤❤❤❤❤❤❤❤
@almaztadase5763
@almaztadase5763 Ай бұрын
Baga nagaan nu galtaan nagaatu calaa warrii haftani maalo koota Ummataa keenya hin daraarinaa bu'a tokkoo hin buftani koota gala❤
@ibsaakabiiroo9421
@ibsaakabiiroo9421 Ай бұрын
1ffaa irratti Alaabaa Oromootin Magaala keessa sochouun dhokaadha 2ffaa Meeshaalee waraanaa hiikkatan malee 3ffaa Rifeensa Ofirraa Ciraa Jechun Isiniti dubbii kaase boddee inuma ilaalla 😢😢😢😢
@SewuLesewu-i7x
@SewuLesewu-i7x Ай бұрын
Maaltu sitti hanqate? Nagaan sitti hin mijannee?
@hanantube2144
@hanantube2144 Ай бұрын
yaa rabiiii biyaa tenyaa nagyaa nuuf godhii uuuff dhugaa wantii Akaa nagyaa hin jiruu walhii Anii kaa naa yachisuu qalisaa jirenyaa calaa biyii kenyaa nagyaani dhamuu kaana
@fozyafozeya1491
@fozyafozeya1491 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤💯💯💯. Baga nagaan galtan.
@galaane-x2e
@galaane-x2e Ай бұрын
Dhugaadh nagaan barbachisaadh❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@Sorome-d8v
@Sorome-d8v Ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuffff baga nagaan galtanii dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@alemteebarelyamentohunilac236
@alemteebarelyamentohunilac236 Ай бұрын
Yarabbii galata ke tokko ta'a jira amale tokko nu tasissi ya gofta dhiga kenya lafa hin balessin harmi hareme kegna murame mormi kenyas murame nu gaha ama hadara kesan lammii ko wali gala malo malo ana na dhukube kessi ko 😭😭😭😭😭
@cvfxvc7385
@cvfxvc7385 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Galtaa waqaa...kan naga caluuu hin jiruu ...
@AbdiiAhmedMummada
@AbdiiAhmedMummada Ай бұрын
Good idea
@Sorome-d8v
@Sorome-d8v Ай бұрын
Ammas warrii hafanii haa galanii❤❤❤❤❤
@masfinifa2453
@masfinifa2453 Ай бұрын
Namni kanatti hin gamadne enyu? Dhugaan sin jedha attii waldhamsa sibarbachisa Nuti garuu Nagaa dhebone turee dhuga jira🎉🎉🎉🎉
@RahamaFozea1141
@RahamaFozea1141 Ай бұрын
Eyyeen dhugaadha nageenyaa barabana bagaa nageenyaa nu bustaani nu jiraadha🎉🎉🎉🎉🎉
@ibsaaHararge
@ibsaaHararge Ай бұрын
Mashaa Allah Har'a Maqaa shane jinii jankaa jedhu dhiftaanii Maqaa isaanii isaa sirrin WBO Jetanii Wamtanirtuu
@Sarah-t1f6t
@Sarah-t1f6t Ай бұрын
Fakkeessitudha warri OBN kuni
@ibsaaHararge
@ibsaaHararge Ай бұрын
@Sarah-t1f6t dhugaa ketti😂😂
@Uzefihaydar
@Uzefihaydar Ай бұрын
Baga nagaadhaan nuu dhuftani ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@InamDxb-z4g
@InamDxb-z4g Ай бұрын
ገለቶማ ❤❤❤
@kamaljabalkamal3107
@kamaljabalkamal3107 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ qomoo koo
@QaldhaaQilleensihinraafne
@QaldhaaQilleensihinraafne Ай бұрын
Isin Warri Yakkicha Raawwataa Turtan Erga Keessaa yaatanii yakkichi isinumaa waliin dhaabbate.
@Deep_Matter_Analyetic
@Deep_Matter_Analyetic Ай бұрын
Wayyii badaa dhiraa, baguma seentan kormee 💪🏿🫶🏿 tokkumman humnaa
@omariumari1202
@omariumari1202 Ай бұрын
በርቱ ማሻአላህ
@AbutiDadii2
@AbutiDadii2 Ай бұрын
Uuuuuufff galataa kee gooftaa koo 🙏 😢😢😢❤
@ZSEBO3348
@ZSEBO3348 Ай бұрын
Can government protect us from Fano 🤔
@እኔምሐገርአለኝ
@እኔምሐገርአለኝ Ай бұрын
ክብር ለአሜሪካን መንግስት አብይ አደለም ትራፕ እነዚን ከብቶች ካልሰበሰብክ አወረድካለዉ ብሎት ነዉ ለራሱ ጥቅም አብይ እንጂ ለሰው አዝኖ አደለም
@galaane-x2e
@galaane-x2e Ай бұрын
Galaanii waqaayoof haata'uu Nageeny biyaa keenyaa oromiyaadhf❤❤❤❤🥹😭😭😭🥰🥰🥰🥰
@bayoos8947
@bayoos8947 Ай бұрын
❤❤❤👍👍👍
@NesirmanOrro-d3z
@NesirmanOrro-d3z Ай бұрын
Ummattaa orommoo Ammaa wolitti dinnaa ta'ee kunno wly maalif addaa cittee galtee ergaa tokkumman falmatani tokkuman galu Ani OBN Hin baressine worraa commentiti barressee Gallun issani midhaa nurrati gessaa malee nu hin fayyadu Sanyin kaadidha
@Diribat
@Diribat Ай бұрын
unity is strength
@MofnDnjdjd
@MofnDnjdjd Ай бұрын
Kinoo hardha rafee bula anii . Baayyee gamadee yeroo ani sagalee kiyya olbaasee ilililiiii..jedhu madamiin koo maaltaate ,maal dhageesse naan jettee nagaafatte .anis saba kootitu wolitti araarame, dhiigaa kootitu wolitti makamee, lafee kiyyatuu fooni uffatee jedheen . Torbee sadi dura dhugaa rabbii ABOn obboleessaa kiyya seenanii mana keenyaatti harmee koo biratti goorra,anii biraa deemani halkaniin .ergasii booda baayyee ofi jibbee ani maalii ofiin jedhee .garuu araaramuun tokko hawaasa baadiyyaa keessa jiruuf baayyee gaariidha haalumaa kanaan itti fuufaa
@masfinifa2453
@masfinifa2453 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 congratulations 👏🎉
@KwKe-hl6sv
@KwKe-hl6sv Ай бұрын
Naghaa naghaa yaa biyaa tiyaa ❤
@miftaahhusseen
@miftaahhusseen Ай бұрын
Rabbiif galanni haa gahu❤
@CaneeCanee-b2s
@CaneeCanee-b2s Ай бұрын
Yaa waaqqaayyo sihaagallaatuu❤❤❤
@jfj2799
@jfj2799 Ай бұрын
Yaa waqayyoo galataa kee bagaa nagaan galtaan❤❤❤❤🎉🎉🎉
@AbbaaFiroomsaa
@AbbaaFiroomsaa Ай бұрын
Maal barbaada tureree jalqaba kan bosonatti galtan waan ittin amanne keessa turtan jechuudhaa Raajiidha haasooyni keessan silaa tokkummaan marii nagaatiin galtanii gaariidha akki isin dhuftan garuu wal gantanii galaa jirtu kun ammoo furmaata tookkollee hin fidu isinillee nagaan jiraachuuf wabii hin qabdan dhugaan jirtu tanuma walumaan arguuf deemna
@Siinboone-vq1jw
@Siinboone-vq1jw Ай бұрын
Uuuuuuf galatakee yaa rabbii koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@TeybaAhmed-n1h
@TeybaAhmed-n1h Ай бұрын
❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️
@alemgenayeshu158
@alemgenayeshu158 Ай бұрын
Gaachanaa sirnaa baayyee horannaa alana
@OpC-fg6sn
@OpC-fg6sn Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@SamuelMulugeta-nw1gu
@SamuelMulugeta-nw1gu Ай бұрын
Salaama dhaqaati gantoota gaaffi oromoo isa kaamtu siif debi'ee si galche
@theenlightenoromo5361
@theenlightenoromo5361 Ай бұрын
qabanaa'i ....be positive...
@LemiFeyisa
@LemiFeyisa Ай бұрын
akkas kormee inni bartee inni sabaaf dhabbatu akkas
@AhmedAbdella-m1x
@AhmedAbdella-m1x Ай бұрын
Baga nagaan dhuftaan qomoo
@Kennawqyo
@Kennawqyo Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🙌🏾🙌🏾🙌🏾🙌🏾
@AbdiiAhmedMummada
@AbdiiAhmedMummada Ай бұрын
I happy today
@kpthakptha8726
@kpthakptha8726 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ galaata waqaayyoo
@Kennawqyo
@Kennawqyo Ай бұрын
Yaa wqyo galata 🎉
@NhvFgg
@NhvFgg Ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️♥️💯
@Lubna-xg9gp
@Lubna-xg9gp Ай бұрын
Bagaa nagaan galtan❤❤❤❤❤❤❤❤
Oduu Guyyaa  Sa'aatii 7:00 OBN Amajjii 19, 2017
35:34
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 174
Жездуха 42-серия
29:26
Million Show
Рет қаралды 2,6 МЛН
Sigma girl VS Sigma Error girl 2  #shorts #sigma
0:27
Jin and Hattie
Рет қаралды 124 МЛН
«Жат бауыр» телехикаясы І 26-бөлім
52:18
Qazaqstan TV / Қазақстан Ұлттық Арнасы
Рет қаралды 434 М.
'Yaadaafi qalbii keenya gara nagaatti deebisuun badhaadhina Itiyoophiyaaf haa hojjennu.' Dr.Abiyyi
17:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 29 М.
Qophii Addaa II Turtii Haala Yerooratti Obbo Ayyaanaa Fayyisaa Waliin Godhame
19:57
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 22 М.
Simannaa Ajajootaafi Miseensota WBO
3:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 157 М.
ን ፒራሚድ ዝሰርሑ ህዝቢ ተረኺቦም!
47:35
Hbri Vodcast | ሕብሪ ቮድካስት
Рет қаралды 141 М.
Jiruu Kuulanii,  Diraamaa Mirga namoomaa
22:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 60 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Amajjii 18,2017
18:41
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 4,7 М.
ህጋዊ ድሃ ሙሉ ፊልም | Hgawi Deha | New Ethiopian Movie 2024
1:37:04
Eliana Entertainment
Рет қаралды 2,8 МЛН
Ilma keenya Itiyoophiyaaf kennine. Dr.Abdusemed Husen
47:44
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
Жездуха 42-серия
29:26
Million Show
Рет қаралды 2,6 МЛН