Pirank Aruza Sobaa 🤣 Mana Nama Geeysine Abbaan Manaa Nu Reebe kkkk 😂 laala Itti Buhaaraa

  Рет қаралды 148,156

Jafe Tube

Jafe Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 582
@jafetubee
@jafetubee 5 ай бұрын
Galatoomaa Hirdofttoota kiyya subscribe kuma dhiba k100 seenuu qabana subscribe godhutti jabaadhaa 👏🙏🙏🙏
@FalmataaAbdurahman
@FalmataaAbdurahman 5 ай бұрын
@@jafetubee Abshir Qali ko 🫶♥️♥️🫶 atis itti jabadhu 💪🫶🫶
@Hangaatutube-r9h
@Hangaatutube-r9h 5 ай бұрын
OK jafeye❤❤❤❤❤❤
@abdiibobasaa
@abdiibobasaa 5 ай бұрын
🎉🎉🎉❤❤❤😂
@Kamsina224
@Kamsina224 5 ай бұрын
Insha Allah niseenta🎉🎉🎉❤
@BORTETUBE
@BORTETUBE 5 ай бұрын
@@jafetubee abshiir sii waliin jira
@MameKing-vj9tl
@MameKing-vj9tl 5 ай бұрын
Ummataa harargee Ummataa jalalaa wly issinin jaladhaa. Ossoo arsii tenyaa tatee hardhaa balaan butee 🎉🎉🎉 shamaraan harargee love you ❤❤❤ dhugaa rabbii onnee irraa.
@Oroomoo11
@Oroomoo11 5 ай бұрын
@@MameKing-vj9tl walaahii dhugaa ketii walii hubataan,walahii
@Furttuu
@Furttuu 4 ай бұрын
Usi
@hassenusmael1446
@hassenusmael1446 4 ай бұрын
​@@Oroomoo11jira kunnoo
@FalmataaAbdurahman
@FalmataaAbdurahman 5 ай бұрын
Nam tokko na dura hin lalle me warri na jalattan pls mati naf taha ❤❤❤❤
@hanatu
@hanatu 5 ай бұрын
Dhuga dubachufi warii pirank jafee bayee baye onee iraa jalatani lakii xuqaa achumani matii na ❤❤❤❤❤❤anii bayee bayee jaladhaa pirank isaa ww jafee ❤❤❤❤❤
@FalmataaAbdurahman
@FalmataaAbdurahman 5 ай бұрын
yaa Oromo pls mucan kun isinif jecha dila kana lafae me Lik 1000k godhaf pls ❤🎉❤❤
@SharifMohammed-r4p
@SharifMohammed-r4p 5 ай бұрын
Nuuf jadhee maal goodhe bro?🤷‍♂️🤷‍♂️🤷‍♂️ homa . Garuu ofuuma satifi jabbadhu jaffe🫡🫡🫡🫡
@Shawwaa-e3p
@Shawwaa-e3p 4 ай бұрын
Wooow woow woow woow ❤❤❤❤❤
@Oroomoo11
@Oroomoo11 5 ай бұрын
Mashalaah umataa harargee kana umataa jalalaa osoo Arsii kenaa ta.e dulaa mataa si kayaa walahii gabaraa dadhaabee natii fidee jedhee kophee malee manaa basaa Mashalaah harargee kunii namaa hubataanii dhugaa Rabbii❤❤❤❤
@Booni-Glt
@Booni-Glt 5 ай бұрын
Dhugaa keetti 😂😂
@Oroomoo11
@Oroomoo11 5 ай бұрын
@Caaltuujamaal7 😁😁😁
@mustariyaaziyaad6031
@mustariyaaziyaad6031 5 ай бұрын
Kkkkkkkkk
@MisruuShubbe
@MisruuShubbe 5 ай бұрын
Kijibduu
@Oroomoo11
@Oroomoo11 5 ай бұрын
@@MisruuShubbe maltuu kijibaa
@GhdHhhd
@GhdHhhd 5 ай бұрын
As wr wb Welcome jafee ko like nati robasa oro to
@hundezakir2259
@hundezakir2259 4 ай бұрын
Jafe ko bayee namatii tolaa jabadhuu sahibaa South Africa 🇿🇦 Iraa si dawachaa jiraa🎉🎉🎉🎉 🤴👑💖
@hfdccjh3331
@hfdccjh3331 5 ай бұрын
Wly pirkii oromoo kessaa pirkii jafee qofaa Das namaa jedhaa oromoo koo jafee jajabesaa pilsi ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😂😂😂😂
@Bukaarijaabir
@Bukaarijaabir 5 ай бұрын
Dilakana isin gammachiisuuf hojjattee orotoo sbsciribe 100k jalchaa likee itti roobsaa
@RashaadTube
@RashaadTube 5 ай бұрын
Umma San Mashaa Allah Nyata waan gootan Naqafi Bismillah jedhani Hanyatani www❤❤❤❤Nuuf jiradha🥰🥰🥰
@baredduoromo6533
@baredduoromo6533 5 ай бұрын
Harargee wow what a pure poeple ❤proud of you harargoota jaalalaa👑👑👑👸👸👸❤️
@jamaalshemustefa3744
@jamaalshemustefa3744 4 ай бұрын
Wallay billaah jaalalli umma harargee tun adduma aboo rabbin shanii isin Haa baay.isu mee laala osooma dhugaa taatellee rahmata isaanii ufff waanuma mana keessa jira haa naqaniifii bismillaah je.ani haa nyaatan jette 😢❤❤❤❤❤
@Zeydishatube
@Zeydishatube 4 ай бұрын
Congratulations baga gammadde jafe sapiscirap kum 100k seentee jirtaa gammadi siif gammannee jirra Haibiibii
@MuktaarAbdii-wv9mx
@MuktaarAbdii-wv9mx 5 ай бұрын
Dhugaa rabbii arkaa faayyaa Kan sitii Keene obboleysaa keeti hin quusatinaa please 100 galchaa
@Firo_Tube-official
@Firo_Tube-official 5 ай бұрын
camera man 📸 heddu jabadha❤
@FerhanMohammed-w2q
@FerhanMohammed-w2q 5 ай бұрын
Keep it up bro 🎉 I proud of you 🎉harargee people proud all of you guys 🎉❤
@GhazalGhazal-ts4uw
@GhazalGhazal-ts4uw Ай бұрын
Yaa garko mashaallaah isinin wol baru kof Nan gamadee dhuga Rabii 🎉❤❤❤❤
@MusaabeeAhmad
@MusaabeeAhmad 5 ай бұрын
Maashaa allah jafe tube jabaadhu
@HundeeOromoo
@HundeeOromoo 5 ай бұрын
Maqaa kiyaan ergaa dawatan boodan like ittii roobsaa mee oromoo
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 5 ай бұрын
Jaafe Wawa Mashaa Alhaa❤❤❤❤
@Genet-u8y
@Genet-u8y 5 ай бұрын
Phaa kana pirankii jechuun dhugaa jabadhuu obboolessoo❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulAziz-n9x7n
@AbdulAziz-n9x7n 5 ай бұрын
Ummata naqqa-e jechuun ummata harargeeti wollahi billaahi love you so much harargee koo ❤❤❤💋🌹💯
@Oroomoo11
@Oroomoo11 5 ай бұрын
@@AbdulAziz-n9x7n Anaa hadhaa manaa santuu heduu natii tolee osoo gariitii esaa na dhufee bayii naraa jetii silaa
@kamilajimmaa7972
@kamilajimmaa7972 5 ай бұрын
Umataa harargee kanaa akaa male jaladha❤❤🥰🥰🥰🥰
@AyanAbdurahman-n1r
@AyanAbdurahman-n1r 5 ай бұрын
Jafe jabadhu wallahi hedutaka nubuhar site❤❤❤laikii godha
@sumeebintiizuber1443
@sumeebintiizuber1443 5 ай бұрын
Dhugaa gafaa manii madamii naa xafashee sumaa ilalaa anii😅
@Salatube371
@Salatube371 4 ай бұрын
Jajjabadhu jafe tube ❤❤❤❤si cina jirra 💞 💕 😍
@aminaaaami6494
@aminaaaami6494 5 ай бұрын
maashaallaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Salatube371
@Salatube371 4 ай бұрын
Jafe nurra badde ka si yanne❤❤❤❤
@Tayba-mf3md
@Tayba-mf3md 5 ай бұрын
Mashaa Allaah tabarakkah jartiin tan Ajaaibatii isiin dhugamatti Oromoodhaa kabajan nama Dilaa kana nyataa naqaaf jettee osoo garii tatee Mukan isin Ariaa
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 5 ай бұрын
Kkkkkk hhhhhh yaa jafee kenyaa piinkumajachaa akatii lafatee aruzaa qopeysiitee miizee qopeysiitee sargii dhugaa fakeysiitee bar woowww harargee tenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@sultana_Aden
@sultana_Aden Ай бұрын
I 💕 Oromo people i wish i cound understand this prank❤ from Somalia 🇸🇴
@RashaadTube
@RashaadTube 5 ай бұрын
Abbo mucaa Ajaa'iba Jafe hojike Nyadhu ummata Girgireesite 😂😂😂😂🥰🥰
@uehd9530
@uehd9530 5 ай бұрын
😂😂😂😂😂 hujii ke mo ya jafee jabadhu ❤❤❤❤
@Hardotv
@Hardotv 5 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf video tana irraa waantiin hubadhe akka kiyyaati ummanni Kenya akka nama jaalatun hubadhe kessattu hawaasni dirree dhawaa
@RudwaanfaaraxYassin
@RudwaanfaaraxYassin 5 ай бұрын
Jafe ❤❤❤❤100k
@ObsaaAliyyii-h6n
@ObsaaAliyyii-h6n 3 ай бұрын
Eessa badde jaafe Kiyya qaalli Nama Jabadhu ❤❤❤
@naajiibbjiimmaaagaatiraa-v9i
@naajiibbjiimmaaagaatiraa-v9i Ай бұрын
maashalla 💗❤❤❤❤❤❤
@naajiibbjiimmaaagaatiraa-v9i
@naajiibbjiimmaaagaatiraa-v9i Ай бұрын
😂😂😂 kkkkkkk
@MelekAsetyv
@MelekAsetyv 5 ай бұрын
Mashaa Allah Harmee too ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jafee hojii kee nayadhuu walyii kolfan Duee walyii ❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂
@Magarfuuii
@Magarfuuii 9 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂made 😢😢😢
@Haanichoo
@Haanichoo 5 ай бұрын
Jaafee Ummaa Saan saarphirayziii godhuu qabdaa dhuugaa Raabii❤❤❤❤❤❤❤ dhuugadhaan oromodhaa thank you ummaa🎉🎉🎉🎉🎉
@rabiask4824
@rabiask4824 4 ай бұрын
Mashaalha mashaalha baay'ee namatii tolataa jabadhuu jafee ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂
@AjibaaAbanagash
@AjibaaAbanagash 5 ай бұрын
❤❤❤❤jafe 👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽
@Nura_Tubers
@Nura_Tubers 5 ай бұрын
Coming Soon 100K Subscribe Congratulations Jafe Tube ❤
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 4 ай бұрын
Mashalaa mashalaa rabii siraa haa jalatuu nama boharsaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HawiiTaddasa
@HawiiTaddasa 5 ай бұрын
Wayyoo dhugaa akkani jafee ilaluu jaladhu hojikee bayyee.namaa.bashanasisaa.jabadhuu
@Muhammednur-dv8ef
@Muhammednur-dv8ef 4 ай бұрын
Please next part 😂😂😂
@MilkeessaaToofiq
@MilkeessaaToofiq 5 ай бұрын
Sinenaha hin rakatiinii🎉🎉🎉
@safiyaadam-c6y
@safiyaadam-c6y 4 ай бұрын
jafe kenyafi congratulations 🎊 ❤❤
@XayyibaaUmaar
@XayyibaaUmaar 5 ай бұрын
Homaa sobaatifi akkanati ifajaa oltaani rabbi isinii lafisee wallaahi garuu Mashaallaadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂
@OsamaKamal-ux5sq
@OsamaKamal-ux5sq 5 ай бұрын
Jaafeen barana prank 🎉warana adunyaa lammaffaa😂😂❤❤❤❤The car❤❤
@muheeahmadtube5270
@muheeahmadtube5270 4 ай бұрын
Dhugamatti uummanni Harargee kuni uummata jaalalaati ❤
@mesiiprss2173
@mesiiprss2173 Ай бұрын
😂😂😂😂😂dhugaa.bayyee.nanti.tola.kuni.adaa❤❤❤❤❤😮😂😂😂😂harmeen.suni.garaa.qulquluudha❤❤❤❤❤❤
@HAmzaaAhamaad
@HAmzaaAhamaad 5 ай бұрын
Jafee ittii fufuu qabaa bayee namatii tolaa jabadhuu sii wajiin jiiraa❤❤❤❤❤
@makeyagirsha6329
@makeyagirsha6329 5 ай бұрын
Ummaata kana hundaa akkamitti walitti qabde wallaahi kolfaan du'ee 😂😂😂😂
@IbsaArif
@IbsaArif 5 ай бұрын
From London Nice Idea❤❤❤
@AlamudinIbsa-z3x
@AlamudinIbsa-z3x 5 ай бұрын
Jaffe hojii te mo dhugaa dubachuf hedu nu buhaarsite wly ❤❤❤❤❤
@Zackarysham
@Zackarysham 5 ай бұрын
Wlh nama ajaa'ibaati harmeen teenya
@Fauzia-vl8yd
@Fauzia-vl8yd 5 ай бұрын
Jafee yaa hojii kee 😂😂😂😂😂qalbii nama cabsun hin barbaachisu walhii rabitii towbaa Debi.ii
@furatshow1724
@furatshow1724 4 ай бұрын
garuu an ka nagamachiise garaa ballina ummata harargee kana ❤❤❤❤❤ rabbi isin hin rakkisin
@abdiibobasaa
@abdiibobasaa 5 ай бұрын
Kkkkkk Jaffe biyaa day gote❤😂
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 5 ай бұрын
Kkkkkk hoji ke jafe 😂😂😂
@Khader1277
@Khader1277 5 ай бұрын
Jafe takka pirank akana dalaydee beetuu hedduu kofle😂
@rabia1287
@rabia1287 5 ай бұрын
🤣🤣Liiki sheer Godhfii oromo ko jajbesaa❤❤❤
@MisruuShubbe
@MisruuShubbe 5 ай бұрын
Jafee jabadhuu ammas kaa itti anuu hojjadhuu
@SadiyaAhamad
@SadiyaAhamad 5 ай бұрын
welcome jafee ya muca marat😂😂😂😂😂😂😂
@Omturkey2028
@Omturkey2028 5 ай бұрын
Way ummataa harargee aradaa ummataa galeef umamutti ummataa addatii 😂😂❤❤❤
@arafaat.Abdallah
@arafaat.Abdallah 5 ай бұрын
Jabadhuu.jafee.
@Ifraah-j3j
@Ifraah-j3j 5 ай бұрын
Maashaallah umma islaama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jaafe please me irra deebi'i kan aruza kana bayyisi hojjadhu bayye namatti tola❤❤❤❤
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 5 ай бұрын
Wwwww Mashaa allaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa jafee attii dhuggaa 1ffadha jabadhuu
@MmMm-eb3xv
@MmMm-eb3xv 5 ай бұрын
Mee alee sabkirmii naa godhaa Mee umtaa kiyyaa
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 5 ай бұрын
Namati tola ❤❤❤❤❤❤
@AbdulbaharGn
@AbdulbaharGn 5 ай бұрын
Maashaa Allah jaafee kiyya jabaadhu
@MagartuAbroo-qr3og
@MagartuAbroo-qr3og 5 ай бұрын
Ani wanini si sodadhee Namaa jabaa Afan dhaxee si dhwinii❤❤❤❤❤
@Naske14
@Naske14 Ай бұрын
Mansha Allah ❤🎉
@BEKISHOW1
@BEKISHOW1 4 ай бұрын
😂😂😂 Aboo hojjii bareedaa dha jabaadhu
@ibsankemal5386
@ibsankemal5386 5 ай бұрын
Way numaan kofle😂😂😂😂😂😂 aboo bg nuuf deebite jidduu tana nurraa dhabamtee hb
@IbsaaMahammad15
@IbsaaMahammad15 4 ай бұрын
Wow I love ❤️ jafe tube 0:29
@SudeysiiIbsaaMahammud
@SudeysiiIbsaaMahammud 5 ай бұрын
Maanamadarartan😂😂😂😅😅
@Nura_Tubers
@Nura_Tubers 5 ай бұрын
Coming Soon 100K Congratulations Jafe Tube ❤
@Family-i5h
@Family-i5h 5 ай бұрын
Jafeen baranaa umataa pirankiin lafarraa fixeee❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@FoziazZiaz
@FoziazZiaz 5 ай бұрын
Peranek kee emootuyu ajayiba ejaa qelibii nema eraa egii ❤
@rahmaBukure-q1w
@rahmaBukure-q1w 5 ай бұрын
Wolahii kolfaan duu'ee annii😅😅😅😅
@Ĥàŕàŕàĝèètòòòŕò
@Ĥàŕàŕàĝèètòòòŕò 5 ай бұрын
Masha Allah 💋 ❤❤❤❤❤❤❤
@ImaanAbduraman-ks6fm
@ImaanAbduraman-ks6fm 5 ай бұрын
Waay hararge too ummata jalala😍😍
@hawwahawwahawwa5349
@hawwahawwahawwa5349 5 ай бұрын
Pernkimafi Etophiya Hunda yafate Jafee😂😂😂😂😂😅😅
@Omturkey2028
@Omturkey2028 5 ай бұрын
Way jafee kolfan na ajjeftee prankuma kee lalaa yeroo kophaa ta'uus wallah❤😂
@Hawomohammed87
@Hawomohammed87 5 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤mom 🎉🎉🎉
@ussoo_Tube
@ussoo_Tube 5 ай бұрын
Maatii nuuf tahaa ❤❤ oromookoo
@IftuuAhmad7075
@IftuuAhmad7075 5 ай бұрын
Masha Alha Uman Nama Garidhaa
@FatimaMohammed-o6b
@FatimaMohammed-o6b 5 ай бұрын
Jafee huji 😂❤❤❤
@MohamedAden-sy4oc
@MohamedAden-sy4oc 5 ай бұрын
Jaffe❤ heddu galatoomi why waan gaaarii hojjacha jirtan heddu sijaaladha
@Family-i5h
@Family-i5h 5 ай бұрын
Abbaan koo maqaan enyuu 😅😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂umaa esaa jirtaa aruzaa birrattuu jiraa kottuu😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅
@Munzirjamaal454
@Munzirjamaal454 5 ай бұрын
Jafe yaroo hunda jalqabarratti video tee anaatu laala
@umuuni
@umuuni 5 ай бұрын
mashaa alhaaa pirki ajaibaa ❤❤😂😂😂
@ssassa2525
@ssassa2525 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Harargee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@efrahee390
@efrahee390 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤wwww yaa jafee dhugaa namatii toltaa❤❤❤ jabadhuu
@rameetube4927
@rameetube4927 4 ай бұрын
waan Baayee Namatii toluudhaa Jabadhuu Jafee
@naajimahamed
@naajimahamed 5 ай бұрын
Ay harargee balanqabdu❤❤❤
@gadisanasir851
@gadisanasir851 5 ай бұрын
Wallahi arraa dhugaanin si jaaladhe. Kana kuno prank in billa aleyka ❤
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
人是不能做到吗?#火影忍者 #家人  #佐助
00:20
火影忍者一家
Рет қаралды 20 МЛН
Pirank Munshid Mahir Goonee Dhalatti Marame
22:40
Jafe Tube
Рет қаралды 309 М.
"SURPRISE "Gaggeessaa Art. Isaaq Zeenuu Gara Ameerikaa Maatii Cairo irraa
22:30
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 50 М.
Pirank Jinnii Galgalaa Firomsa Iratti
16:38
Jafe Tube
Рет қаралды 267 М.
Pirank Wardaa Irratti 🤣 Hattuun Saamamte goone kkk 😂
10:48
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН