Qalluun Siif Sodaadhe Jigaakoo|Xalayyaa Jaalalaa

  Рет қаралды 33,360

Oromia 24

Oromia 24

Күн бұрын

Пікірлер: 256
@foziorotube
@foziorotube 4 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/m3W5cn2sYpyaqNk link kana tuqa shammaran mucayyoo abbaa mana usuu qabdu Jarsaa madami irraa ulfayyee 😭👈 jetti hangaa dhumaa dhagefadha waa irraa bartuu
@gannattibbeeso9465
@gannattibbeeso9465 4 жыл бұрын
Rabbii sif haa lafisu obolleeti koo
@makdbugaketiitifufi5803
@makdbugaketiitifufi5803 4 жыл бұрын
😭😢😢😢😭😢😢😢☝👈
@sifaanjaalatuoromoo7051
@sifaanjaalatuoromoo7051 4 жыл бұрын
Foziko lakofsa ko si erga ykn na ergi ke malo si dubbisa
@mobileshop9937
@mobileshop9937 4 жыл бұрын
Kkķķkkk
@foziorotube
@foziorotube 4 жыл бұрын
@@sifaanjaalatuoromoo7051 00966554547390
@mariyamethopia6374
@mariyamethopia6374 4 жыл бұрын
Nama gadisaa jabadhuu rabini sii haa garagaruu☝️☝️☝️☝️☝️
@sifaanbiishooftuu8982
@sifaanbiishooftuu8982 4 жыл бұрын
Kuni hundu ni darbaa roozato obsi dursaa rabbi akkawo tetif umurii sifii yaa dheresu hiriyaa ke kan amma waliin akka jireenyi kee itti fufu abdii qabna rabbi si waliin yaa ta'u roozito seena gudda nufii dabarsite. Matii mana mortu irra deemte gufuu namati tatu rabbi nura sinaa bararu
@rahimakamal8047
@rahimakamal8047 4 жыл бұрын
Uuuufffee jabadhuu rabbii kadadhuu rabbi nisi hagaruu
@hawamohammadmohammad4074
@hawamohammadmohammad4074 4 жыл бұрын
Rabbitti tawakkalii rabbi si qarqaraa amshir sanýii
@ayinalmeli3837
@ayinalmeli3837 4 жыл бұрын
Obboleessa Kee wali barsisi tii ishee iraa fagadhuu sii jedhaa ani akka yaddaa kiyyati garuu moo hin sodatin waqayyoo kadhadhuu jirnyaa nama keessa gufuu Bayyee jira waqayyoo sii wajin yaa ta,u oboleti koo💞💞💞💞
@fatmaabdalla6625
@fatmaabdalla6625 4 жыл бұрын
Rabin si haa eguu qalutii hin amaninii qalun hin sobadii atii.jabadhuu
@raheemamoh334
@raheemamoh334 4 жыл бұрын
TaawakhaltuuAllaaAllhh jedhii yoo intallaa isilammaa tattee yokanisii akkummaa amantaa keetitii Rabbii tokkoo kadhuu insha'Alhh
@muraadijimmaa7573
@muraadijimmaa7573 4 жыл бұрын
Laakosaa Naafiillaadhaamee Baayee naamaa Tiitoollaaa
@Oromia24
@Oromia24 4 жыл бұрын
251917695449
@a.oromiyaa.oromiya5665
@a.oromiyaa.oromiya5665 4 жыл бұрын
Yarabii uuufii amshiri
@mustobintmahmed2566
@mustobintmahmed2566 4 жыл бұрын
Hin sodatin rabbi male wanti takka si gotu☝️☝️☝️☝️
@jamilaarsii7940
@jamilaarsii7940 4 жыл бұрын
Rozan adaada ishii irraa fagaachuu qabdii jedhaa ani ishiif jetee jireenya ishii funduraa dhabuu irraa adadaa ishii dhabuu woyyaa rabbin isii halafiisuu
@GiftiiOroQueen
@GiftiiOroQueen 4 жыл бұрын
Kan Darbee Dhiisii Amma Akka Harawaati Jireenya Jalqabii! Ati Yeroo Kamiyyuu Amanti Ofii Keeti Itti Amanatu Sodadhu Malee🙏 Kan Namni Biraa Itti Amanuu Hin Sodatanii👍❤ Amantii Ofii Keeti Itti Amanatu Kadhadhu Inn Dabarsee Dinatti Si Kenuu🙅‍♀️ Rabiin Umrii Keesan Gutuu Waliin Isin Haa Jiraachisuu🙏❤❤❤
@rheemarheema8408
@rheemarheema8408 4 жыл бұрын
Rabbii kee abadadhuu dhugaa rako keehiriyaa kee kan wan hudaa iti himii akka si amanuti achii bodaa yo rabbi jedhee jirenya gari jirata
@sabontuoromoo356
@sabontuoromoo356 4 жыл бұрын
Gamachuu ani susii nati tahe saganta keessani dhageefachuuni jabadhaa bayyee gariidha
@AaAa-ix3fs
@AaAa-ix3fs 4 жыл бұрын
Jabaadhuu lubuu waqayoo jiraa
@obsuunamaladubraatijdihhdh3258
@obsuunamaladubraatijdihhdh3258 4 жыл бұрын
Jaalallee kee isa lammaffaa Rabbiin umrii waliin isin haa dheeressu Hamaan Siif deemu fashalee haa hafu Giiftii koo
@bayisetolasaa8958
@bayisetolasaa8958 4 жыл бұрын
Obsi wanti hin dabare hin jiruu sistu koo waqaa yoo jiraa ☝️😭😭
@tigistibekele4228
@tigistibekele4228 4 жыл бұрын
Jabadhu waqayo nama gatu
@صاليءإسمعيل
@صاليءإسمعيل 4 жыл бұрын
Obboletikoo abshir rabbi ti tawakali rabbi siin gatuti hin sodatin matikee walin barsisi isatu barreda rabbi sii ha tiksu gocha namaras adadankeefi rabbi ishef debisa homa miti
@naiman3460
@naiman3460 4 жыл бұрын
Safuu yero Amma firri hin jiru hadha koo fi abba koo qofa rabbi walin 😭😭😭😭😭😭
@xggdgagx8875
@xggdgagx8875 4 жыл бұрын
Hojii seexaana hin sodatinii rabbii kee qofaa sodadhuu hireen harkaa rabbiitii kan duraa sun ketii mitii duubaa debitee hin yaadiin obboleettii koo jalaallee kee wajjiin fundurrii kee ifaa waaqayyoo waliin isiin haa ga'uu😥😥
@seenaakoo2900
@seenaakoo2900 4 жыл бұрын
Tuni addaadaa maali ijji ishii haa baddu Obboleettii teenya ati garaa qulqulluu dhaan waaqayyoo kee qabadhu ,daangiboo fi qaalluun seexanni sirratti aangoo hin qabu ati jabaadhu,
@nanaatuunanaatuu7296
@nanaatuunanaatuu7296 4 жыл бұрын
Uuuuffff yaa rabbiii koo kun mudanoo kiyaan tokoo aniis waan akkasitiin irriya koraa addaa bahee garuu amaa irriyaa biraa godheen jiraa akkasuma jaalalen koo inii ammaa akkan matii koo barsisuu naa cinqaa niraa 😭😭😭 absbir dhigaa too anii mudanoo koo kaanan imee dhisuu qabuu 😭😭
@carcartube4322
@carcartube4322 4 жыл бұрын
Yaa Obbolleetii koo Ani waan sijedhuu hin qabuu. Gammeenu Jedheraa waan Ta'eef. Sihiriin Namati godhamuu kaan si qabuu yoo itti Amantee Qofa. Ati Rabbii keeti citi Gochaan arkaa nama Sexanaa waan Ta'eef itti hin amaniin hin shakiinis. Hiriyaakee moo Waan jiruu hundumaa itti himii Amanamtuu tahiif. Waan boor muldhaatu hardhaa hin dhoksiin. Adadaake Rabbii haa qajelchuu. Off ishee haa beksiisuu Aduniiyaa qormtee kessaati waan akkasii hojjatii isheen. Astokfurilahaa Laaziim.
@hasbullahiiwanimalwakiil1504
@hasbullahiiwanimalwakiil1504 4 жыл бұрын
Nsaraa dhugaa ketii sanyii
@carcartube4322
@carcartube4322 4 жыл бұрын
@@hasbullahiiwanimalwakiil1504 Baga Hararamnee Sanyii koo. 😍😍
@hasbullahiiwanimalwakiil1504
@hasbullahiiwanimalwakiil1504 4 жыл бұрын
@@carcartube4322 malii jechuu ketii ? Sila wal lollee jirra?
@carcartube4322
@carcartube4322 4 жыл бұрын
@@hasbullahiiwanimalwakiil1504 eyyen Wololee Turee.
@hasbullahiiwanimalwakiil1504
@hasbullahiiwanimalwakiil1504 4 жыл бұрын
@@carcartube4322 essatii abo.dogogorte jirta sa
@afraaldhaheri3388
@afraaldhaheri3388 4 жыл бұрын
Rabbii kee Qofati Amaanii Oboleetii koo
@mufariyaatagaaroo835
@mufariyaatagaaroo835 4 жыл бұрын
Abahiir uktii koo Roziyee
@hanankabtoo3059
@hanankabtoo3059 4 жыл бұрын
Ani 3fadh like godhee
@ماسيماسي-غ6ش
@ماسيماسي-غ6ش 4 жыл бұрын
Anii..naatiitoolee..hin...jiiruu...dhiifaamaa
@ayshahalek7563
@ayshahalek7563 4 жыл бұрын
Galatoomi ani aka kooti Hama yoomiiti dhoksitee dandeesa wol barsiisii galgalaaf ganama rabiin kadhuu harka namaaraa na eegi jedhii siif dhagahaa insha Allah
@arabeyarab4675
@arabeyarab4675 4 жыл бұрын
Rabbii malee qaluun homaa siingodhuu Rabbiittii Amniin
@adanubekele8292
@adanubekele8292 4 жыл бұрын
Raabbii ke kadhadhu amanta ketin homu si tuqu abershi
@Aisah-k4e
@Aisah-k4e 3 ай бұрын
Rabini si haqaru😢😢😢
@madinaa1452
@madinaa1452 3 жыл бұрын
Abshir oboleti tiyaa raabi jiraa muca biyaa koti dhugaa jetee gameen ❤😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️
@sabrinaabdy4511
@sabrinaabdy4511 4 жыл бұрын
Uuuufffiii Rabii sifi haa lafisu Wani jabate hunidayuu😥😥😥😥😥😥
@halimakalil3802
@halimakalil3802 4 жыл бұрын
Rabbii kee tokkochattii amanii hojjii qaluuttii hin amanniin jireenyaa akka harawattii lafaa kasii jiradhu kan darbe dhisii. Maattii kee barsiissii jireenya kee gara fulaa durattii ittii fuufii
@jemalqaabato2023
@jemalqaabato2023 4 жыл бұрын
Rabiin malee watii taakayuu homaa namaa hin godhuu abshiirii
@sabboontujimma838
@sabboontujimma838 4 жыл бұрын
Oboletii tiyaa aka maqaa ketiti muslima nati fakata kanaaf yoo Amantiin kee muslima tae yeroo hundumaa gamama ganama yeroo hiriba katu hayatul kursii qarai amas zikirii iraa Lailaha ilaalahu wadawu la sharikallahu lawulumulku walawul hamduu wahuwa ala kuli shayin qadiir yeroo100 jedhe,amas bismila hilazii layaduru bi ismii shayul fil ardii wamaa fi samai wa huwal aliyul aziim yeroo 3,amas , hasbulallaahu Laila ha ilaalahu Aleyhi tawakaltu wahuwa Rabbuul arshil Aziim yeroo 7 jedhi Rabbiin si wolin haa jiratu yoo amantaa biraa kan hordoftuu tates kesa kee qulqulesiti waqa kee kadhadhuu
@MuhamadMuhamad-jy8iy
@MuhamadMuhamad-jy8iy 4 жыл бұрын
Dhifamaa wajjiin mee Kutanii jiduu jidutii sirbaa irraa hin kaayinaa anii senaa dhaagefatuu fi dubisuu ni jallaadhaa qophiin kee nun hedduu naa tolaa bayee sii hordofaa jiraa seennaa Asiraa dhaagefadhuu kanaa hiriyoottaa kiyaaf qodufii qophii qabaa akkumaa dhaagefadhun imimaan😭 naa bu'aa Garuu Muziqaa irraa kayuu ossoo dhiftee naatii tollaa naamnii fedhuu jiratuu maal garuu yoo naamnii baarbaduu irraa heduu tatee dhisii bakkaa Musiqaa san irraa achii butee dhaagefadhaa
@radiyaaarsiirr5238
@radiyaaarsiirr5238 4 жыл бұрын
obboolleetii teennaa amshiiraa raabbiin waan jabatee kulii sii haa lafiisuu lnshaalaa
@sharafmahamad1029
@sharafmahamad1029 4 жыл бұрын
Oromoo
@fatishow6590
@fatishow6590 4 жыл бұрын
Fira manna orma namaf wayya
@abdulakimmohammed8624
@abdulakimmohammed8624 4 жыл бұрын
Jaalalaalleekee maatikee baarsisi jedha Akakoti
@MuhamadMuhamad-jy8iy
@MuhamadMuhamad-jy8iy 4 жыл бұрын
Jabadhuu haalumaa kaanii ittii fufii baarumsaa hedduu namaf tahaa
@yeroosanarsii5473
@yeroosanarsii5473 4 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan baay'ee isiin jalaadha
@hawibiyyachannel8562
@hawibiyyachannel8562 4 жыл бұрын
Yeroosan Arsii maatii taanuu
@yeroosanarsii5473
@yeroosanarsii5473 4 жыл бұрын
@@hawibiyyachannel8562 hayye galatomii
@muluubiranuu2308
@muluubiranuu2308 4 жыл бұрын
Amaniii malee hin sodatin Oboletii koo❤️🕌🕌🕌
@AbabachiRabumaa
@AbabachiRabumaa 6 ай бұрын
Waqayoon kadhadhu 🎉🎉
@kiyakiya5004
@kiyakiya5004 4 жыл бұрын
Oromia 24 thanks. Yaa okti kun yaada seexanati. Waaqa dabarse jirtu amani isaas kadhadhu.waaqa tolfamatti tasa hin sodatiin. Ati ciimtu taanan amanti isaan jedhan kanayyu isaanis irraa jijjiru dandessa. Waaqayyo sii haa gargaaru.
@hasbullahiiwanimalwakiil1504
@hasbullahiiwanimalwakiil1504 4 жыл бұрын
Rabbiin sitti hatolchuu jedhiin abshiir dhigaakoo
@sabbontuoromo3472
@sabbontuoromo3472 4 жыл бұрын
Warri dhagefattani like gochun issinitti hulfattamo maalif birra dabbarttu like & com.. hammiledha
@زمزم-ت5ض
@زمزم-ت5ض 9 күн бұрын
jabadhuu ቃስህት amshirii
@fenetarsiishashamane119
@fenetarsiishashamane119 4 жыл бұрын
Amshir oboleti koo rabbini jira
@saratan8472
@saratan8472 4 жыл бұрын
Hin Soddatiin Dokkumma Waqayyoo Homma hin dadhabuu Guyyaa Egaa mallee Lubbu too❤
@asmaaakoraiakorai5074
@asmaaakoraiakorai5074 4 жыл бұрын
Abshiir hin sodaatin waan akkana qalbbi kee kessa baleesi rabbi kee kadhadhuu Kan rabbitu callaa
@safiyagirl9635
@safiyagirl9635 4 жыл бұрын
Yaa rabbi firris hin jiru baraa kana yaa allah ati nuu lafissi 😭😭😭😭😭☝️☝️
@imabettolsa9532
@imabettolsa9532 4 жыл бұрын
Bagaa nagaan Dhuftaanii Oromiaa 24 Utuu Karaa ilaluu Nufiidhuftaanii Sagantaa kessaan hangaa Gahutini Arifadhaa Jabadhaa
@astuusifamayuuabdinjirawaq257
@astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 жыл бұрын
Uuuuuuuffffffffff hadhaa koo anii Wanani siin jedhuu hin qabuu waqayyoo gatii kee a barbaduu omaa mitii jabadhuu amantaa ketii jabadhuu kadhaadhu siraatii hin hojaatuu hin sodatin
@faxumaumar7380
@faxumaumar7380 4 жыл бұрын
Yoo musilimaa taate Qurana jaabeesii qaarii Inshaalha Rabumani furumaataha siifi haa keenuu
@calitutube9524
@calitutube9524 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffiii Dhugaa Baayee Nama gaaddisisa Hojin Sexanati Amani
@SaraSara-jt3vv
@SaraSara-jt3vv 4 жыл бұрын
kanaaf jalaala keetii sifi wayya😭 Rabbii keekkadhuu
@martiiikonjo5701
@martiiikonjo5701 4 жыл бұрын
Dhugaa jiruu ittii himii wal hin barsisiin
@masaaratkumaa4506
@masaaratkumaa4506 4 жыл бұрын
Waqayoo kaakaadhuu seexaanii bakaa qaabduu waqayoo siraa a,iifatuuu
@zedabtamam2461
@zedabtamam2461 4 жыл бұрын
Roziyee koo abshir unduuu hin darabaa garuuu utuu anaa tahee wol arsisii jedhaa
@haniilyu5651
@haniilyu5651 4 жыл бұрын
😭😭
@sifaniiyoutube9473
@sifaniiyoutube9473 4 жыл бұрын
Bagaa naganii dhuftee
@jelaaluujuneed8797
@jelaaluujuneed8797 4 жыл бұрын
😘
@saratan8472
@saratan8472 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffff qommoo too hin gaddiin Rabbii jirra
@baredumucaillu645
@baredumucaillu645 4 жыл бұрын
😭😭😭Abshir rabbi sifi jira obsi anis senaa akasi qabaa ani garuu hagaa hadhaa dhukuba mataa nati ta'e jira garuu alhamdulillahi lubuni jiraa kanafu obsi rabbin kadhu yero undda du'aii bayisi sumaa salatu bayisi ati rabbit citt oma hin shakin yerodhafi malle ojin sexanaa galima hin ga'u kanafuu dhugaa jiruu hiriyaa keti him yo dhugadhani si jalataa ta'e wani undumayu obsa si egataa undafu rabbi si dukaa hata'u
@hawireta3445
@hawireta3445 4 жыл бұрын
Dhursee adadaan kee maal akkaa siirraa barbaduu gafaadhuu sodaa tokko maalee:: #2 Imoo atii yoo ittii hin amanee gonkumaa waantii akkanaa kunii jiruu keess diguu hin danda'au atii laphee keetii mataa keetiin garaa waqatii bo'ii hunduu waqaa gadii maalee wantii waqaa olii lafaa kanaa irraa hin jiruu:: itti ansuun amoo yoo adadaa kee gafatee amaas akkaa atii jireenyaa hin godhaanee kaan barbaduu yoo ta'ee waqaa bichaati himadhuutii jalalee kee waaliin jirreenyaa kee godhaadhuu!! waqnii jalalaa sii waaliin yaa ta'uu rabbii sii umeen alatii hojii namaa tokkoo hin sodaatiin
@almazgirma5815
@almazgirma5815 4 жыл бұрын
Waaqayyoo si ha gargaruu obboletti teenya Ati amanti qabadhu. Warri qallu seexana jireenya ke irratti angoo tokko hin qabu ani waaqayyoon kadhadhu. Gufu kara ke irra jiru cabsu ni dandessa kun salphadha hin sodatin mucan yo dhuguman yo si jalate isa wajjin jiraadhu obbolessa ke kan walin dhalatte yo wali galtan si gaha firi yero ammas diina namati ta.e
@waaqayyooniabadiikooti5164
@waaqayyooniabadiikooti5164 4 жыл бұрын
Wel come bagaa nagaani dhuftani oromia 24
@yasminahellani7103
@yasminahellani7103 4 жыл бұрын
Gaalatomii.ayii
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 4 жыл бұрын
Qarshii maaliif Adaadaakeettii ergitee qarshii sirraattii Anii akkaakookottii harkaakoo mirgaa fi bitaayuu hin amanuu.
@naimanazif778
@naimanazif778 4 жыл бұрын
Rabbi siwalin hata'uu itala gadda kootii
@hasanatbadhaasoohaadhaabdii
@hasanatbadhaasoohaadhaabdii 4 жыл бұрын
Yooyyaa! oromia 24
@raesapopsa451
@raesapopsa451 4 жыл бұрын
Rabiratii tawakalii rabituu si jiraa suraa quranaa surtu nasii fi ikilasii surtulii falqii qarii yeroo maraa falafalii sunii si midhuu hin daduu
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@welega2624
@welega2624 4 жыл бұрын
Ayii, firaa uuff jabbadhuu obboleetiko ammati qabduti jabbadhuu kadhaadhuu
@wozirafitta7980
@wozirafitta7980 4 жыл бұрын
Rabbi kee kadhadhu siin qabu zikirii bayiisi icciti maati keeti hundaa hiryaa kee barsiisi
@birkekebebe1825
@birkekebebe1825 4 жыл бұрын
Dhugaa itti yaa himtuu yoo jalalaa dhugaa qabateef ni hubataa Nagaan turii
@mariyahajii7246
@mariyahajii7246 4 жыл бұрын
Sodani wanta darbefi Sodatani ofi durati nama hin tarkafachisi sanif wanti darbe itti dhisi Namin Nama midhu hin danda"uu yoo Rabbin fadhe male kanafi itti hin amani hoji Shexana jirenya kenya kesati waa Sodanefi jala hin banu yoo wanti kuni jirenya kenya kesati nu qubama ta"e erga adunya wanta hedutu nama mudata wanta nu mudate sani Sodachu Oso hin tani gara furumatati demu waya jabadhu hin Sodatin rabbi jira wanta hundafu Kani bira adadani tee malif akka akkan gotu gafadhu rakkin ishe mal akka ta"e ira hubadhu mal yade akka akkan gotu gorsi garsisi wanti kuni akka hin jalatamine Rabbin birtisi nama birtis
@hiwotadis2827
@hiwotadis2827 4 жыл бұрын
Ani dhufuu
@misiraxahir8932
@misiraxahir8932 4 жыл бұрын
rabbani sif haa lafisu Hin sodatin rabbin male namani addani isin basu hin dandadhu rabbin kee kadhadhu
@amnaalowais2621
@amnaalowais2621 4 жыл бұрын
Oboleti ko hojiin sexana Ada sinbasuf yadee tule kan yadaa fashalese nagaan waltii isin debsee waqayoodha balesaa firkee sun siraat hojater dura IRA baratee of eganoo guchuun kee garidhaa lapee gutuun waqaat Aman in hunda danda,a🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@masishawaamasishawaa4320
@masishawaamasishawaa4320 4 жыл бұрын
Omaa motii dhisii waqayoo siif jiraa hiriyaa kee kanaa jalala dhugaa siif qabaa tanan obsaan akka sii eguu sutaa jedhii amansis ok
@refaiicell1906
@refaiicell1906 4 жыл бұрын
💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@hasbullahiiwanimalwakiil1504
@hasbullahiiwanimalwakiil1504 4 жыл бұрын
Yaa allah hin sodatiin wallah rabbiin sifii jiraa
@wowoadad2544
@wowoadad2544 4 жыл бұрын
Yaa Raabbii 😭😭
@munafahad7589
@munafahad7589 4 жыл бұрын
YaaRaabii😭😭😭😭😭😭
@cellphoneshop7457
@cellphoneshop7457 4 жыл бұрын
Baay'ee nama gadisi waqayyoo siif kadhan kaabira maalii sii gona hadhokoo uuuuuufffff
@eyesustv3929
@eyesustv3929 4 жыл бұрын
Anis mudano jalallaa qabaa akkamiin issiinin Waal qunamaa mee😭😭😭😭😭😭
@ajmanturkey9541
@ajmanturkey9541 2 жыл бұрын
Uuuuuffff rabbii ishi ha balesuu waan ka.ate fudhachuu ishi olchuu Atiu shirkii fana bu.iin oboltii kenyaa😭😭😭😭😭😭🤔
@hawwiiwallaga4149
@hawwiiwallaga4149 4 жыл бұрын
*Jabbadha itti fuffaa*
@ayeewallggaasanyiioromoo4776
@ayeewallggaasanyiioromoo4776 4 ай бұрын
Abshir 😢😢
@gvgccgg2179
@gvgccgg2179 4 жыл бұрын
Qophi kesanif baye galatoma namati toolaa
@jiituumucaamariyaam475
@jiituumucaamariyaam475 4 жыл бұрын
Maloo anis wan akana kana bayyeen sodacha jira yeron biyya jiru jalalen qaban ture ani amma garuu isaan walin jirachuu hin barbadu Amala bada qaba waan ta'ef inni moo naa sodachisa jira ani sin barbadu si walin jirachu hin barbadu jenanin sittin gosisa jedhe naa dorsisa jira amman ani biyya galuti na ega jira ani moo amma biyya koo galuf wagga tokko qofatu na hafa 😭😭😭😭😢😢
@calitutube9524
@calitutube9524 4 жыл бұрын
Dhugaa Waaqqaayoo baayee Gaalatomi barents baayee Qaba
@ziyaudinziyaudin9682
@ziyaudinziyaudin9682 4 жыл бұрын
Obboleetti koo ati maqaa waqaattin jedhii hafurii seexana sirraatti hin hojaatu mucaa firaan waal barsisi
@mta3548
@mta3548 4 жыл бұрын
Anaa dhufuu
@portotraboulsi2599
@portotraboulsi2599 4 жыл бұрын
Uuuuffff 😥😥😥😥
@tasat6893
@tasat6893 4 жыл бұрын
Sodaa adada itii dhifite bulitii ijaratutu isii calaa
@saliaabaajihad2435
@saliaabaajihad2435 4 жыл бұрын
Aayii mucaa gaadaa kootii
@khaledtiko4487
@khaledtiko4487 4 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffffff😢😢😢😢😢😢😢yaarabbiiii kiyyaa ☝☝☝☝👌👌👌👌👌👌👌
@memmem1174
@memmem1174 4 жыл бұрын
Well come 🙌
@derartuteresa8819
@derartuteresa8819 4 жыл бұрын
Yaa obboleeti koo waqayyoo kadhadhu hin sodatti waan hundumaa isaatu danda'a warri sagantaa kana guddaa galatoma
@hawibiyyachannel8562
@hawibiyyachannel8562 4 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte waanan basyyee jaalladhudha channal kun
2 MAGIC SECRETS @denismagicshow @roman_magic
00:32
MasomkaMagic
Рет қаралды 20 МЛН
Человек паук уже не тот
00:32
Miracle
Рет қаралды 2,5 МЛН
UFC 308 : Уиттакер VS Чимаев
01:54
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 838 М.
Qaama Saalaa Kiyya Baqaqsani😭
22:05
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 15 М.
Obboleessasaatu Dursee Durbummaakoo Fudhate
8:59
Oromia 24
Рет қаралды 13 М.
Sababa Kiyyaan Maatiinkoo Diigame
17:26
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 6 М.
Tooftaa Ittiin Hojjettuun Jaarsa Kiyya Fudhattee
10:38
Oromia 24
Рет қаралды 12 М.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Oromia 24
Рет қаралды 8 М.
Haadha Ulfeesseen Intala Jaalladhe
16:22
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 13 М.
Seenaa Dubartii Fakkeenya Taatu
16:29
Oromia 24
Рет қаралды 28 М.
Anarratti Hiriyyaa Kiyya Dabalate
22:56
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 8 М.
Waggaa 14tti Lakkuu Ulfoofte
12:08
Oromia 24
Рет қаралды 11 М.
2 MAGIC SECRETS @denismagicshow @roman_magic
00:32
MasomkaMagic
Рет қаралды 20 МЛН