Sansaakkaa - “Osoon Mootummaa ta’ee...” - Aartist Saamsoon Mokonnin - Afaan Oromoo - AM Meznagna

  Рет қаралды 121,347

Abbay TV Entertainment

Abbay TV Entertainment

2 жыл бұрын

#Ethiopia #Oromo #SamsonMekonnen
Dilbata sa’a 8:15 tti teeleeviizyinii Abbaay Miidiyaa irratti
እሁድ ከቀኑ 8:15 ሰዓት በዓባይ ሚዲያ ቴሌቪዥን
Sunday @ 2:15 PM only on Abbay Media TV
A talk show hosted by artist Samson Mekonnen. Famous and well-known people are invested as guests of the show. It has a music performance segment on which musicians perform their works.
Subscribe to watch exclusive local & Unique Ethiopian productions from your favorite Abbay Media TV shows. |የሚወዷቸውንና በአይነቱ ለየት ያሉ የዓባይ ሚዲያ ፕሮግራሞችን ለመመልከት የKZbin ገጻችንን ይከተሉ።|
KZbin: / @abbay-tv
Facebook: / am.meznagna
Instagram: am.meznagna...
TikTok: vm.tiktok.com/ZML5acQS1/
Watch Abbay Media Television on Ethiosat with 11165 Frequency, NSS 12° 57, Symbol Rate 45000, Polarization Horizontal

Пікірлер: 344
@SAMSONMEKONNEN
@SAMSONMEKONNEN 2 жыл бұрын
Guddaa Galatoomaa Thanks so much for all Like&share
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚
@kayobabufufa2094
@kayobabufufa2094 2 жыл бұрын
SAAMII koo ADARAA chanel koo Subscribe, like, share naaf godhi
@faxumaaabdullahabdalaa9827
@faxumaaabdullahabdalaa9827 2 жыл бұрын
Wanii ofii sanyii koo wwwwoooo ba,yee si jalallaadha barii Samson kena 😘😘😘😘😘😘😘😘✅
@ozilkamiseewallo2288
@ozilkamiseewallo2288 2 жыл бұрын
❤❤❤🙏🙏🙏 www waan ggarridha bayee namatii toolaa waan ofi saaggalee siressaa giiddu gidduun ciiccatuu barrbadda
@sarina9693
@sarina9693 2 жыл бұрын
Abba manakoo ❤️
@oromiyanbiyya9561
@oromiyanbiyya9561 2 жыл бұрын
ijollee oromo akanatti arguun koo heddu na gammachissa dhugaa rabbii jajabeessa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Baredu too mati naf tayi sanyi
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii 😘
@sofinura2908
@sofinura2908 2 жыл бұрын
Jabbadhaa guudisaa lakkii fii sherii dhaan
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please sofi
@oromotube5593
@oromotube5593 2 жыл бұрын
Woww...baay'ee namati tolaa Nuuf jiraadha😍😍😍😍😍😍😍💯💯💯💯🙏
@SaraSara-tj1vp
@SaraSara-tj1vp 2 жыл бұрын
Wowww baayy.e namatti tola itti fufaa❤💚❤
@yeroonkeeti4007
@yeroonkeeti4007 2 жыл бұрын
Alaabaan AM irra jiru maali isheen iskiriiniirra Kara harka bitaa gubbaarra jirtu naaf galuu dide
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please tesfahun
@gghh8944
@gghh8944 2 жыл бұрын
Yooyyaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
2n keessanuu hedduun jaalladha baguuma keenyaa taatan,ijji.hamtuun isiin hin argiin Sabboontoota keenyaa 💔💔💔💔💔🙏
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 2 жыл бұрын
Wooow sami nama nutti baay'ee jalanu nuf aferte jabadhu akkanummatti itti fufi.
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@darajjeesobboqsa8114
@darajjeesobboqsa8114 2 жыл бұрын
ijaraa afaa qaliiwaan ijolee oromoo
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please darajje
@SIMBOOTUBE
@SIMBOOTUBE 2 жыл бұрын
Wawuuu bayee dansaadha akkanumatti itt fuufii pls share naaf godhi waali gudissuuni adda keenaa💕🙏🙏🤔
@yashiyoutube5763
@yashiyoutube5763 2 жыл бұрын
Wawoo jajabadhuu sanyii ofii matti naaf ta'aa sanyii koo
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@ODM2019
@ODM2019 2 жыл бұрын
Wow amazing sol🙏 jabadhu
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@sofinura2908
@sofinura2908 2 жыл бұрын
Mashallah baayee namatii tolaa jabbadhaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please sofi
@yomyomy7219
@yomyomy7219 2 жыл бұрын
Jabadha
@dhaltuu.xiyooyutubii9658
@dhaltuu.xiyooyutubii9658 2 жыл бұрын
Www dhugaa Galatoma Kee Oromiyaafii Bilisummaa
@tawokkaltualalha8273
@tawokkaltualalha8273 2 жыл бұрын
jabaadhuu jabaa sabaa
@tolerakasa6612
@tolerakasa6612 2 жыл бұрын
thank for your invitation
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please tolera
@kasushow3211
@kasushow3211 2 жыл бұрын
Jalatamtota kenyaa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Burtiye lubu kotuu mana koti gorii
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Wayiiiiiii kolfaan dhumnee mudaannoo keessaan,garuu asuuman Sami keenyaa cidhaa keessaan Eegaa jirraa itti nuu dafaa😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please pamela
@letich331
@letich331 2 жыл бұрын
Jabaa keenyaa waqoo getcho jabaadhuu amaalee2
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Leta mati naf tayi
@dhaabbatadamee1849
@dhaabbatadamee1849 2 жыл бұрын
wow Waaqoo nuu dhiyeesuu keef gaaltoom baayeen jaalladhan atis jabadhu
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@UserUser-tz1ln
@UserUser-tz1ln 2 жыл бұрын
Wawoo wawo kesumaa bayee jalanuu waqqoo kooo jabadhuu jajabe kooooo
@abbaa8712
@abbaa8712 2 жыл бұрын
Good job. Jabaadha
@christianchannel9552
@christianchannel9552 2 жыл бұрын
Wow hojii bonsaa jalqaabdani jirtu, jabadhaa!!! Studion kessaan,akkatan waraabbii camera kessaan, qosaan kessaan baay'ee baredaa👌👌
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please dawit
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@mitikuemana
@mitikuemana 2 жыл бұрын
akkas ijoolleen badiyaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@tarreemedia
@tarreemedia 2 жыл бұрын
Welcome...
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 жыл бұрын
Jabadhaa bay.ee namatii tolaa 🥰🥰🥰🥰🥰
@bareduuoromiyaa7479
@bareduuoromiyaa7479 2 жыл бұрын
Bayyee baredaa jabadhaa ijolee hacee nuu dhihesii mee
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Baredu too kotuu.mee
@chelkebagudeta2644
@chelkebagudeta2644 2 жыл бұрын
Baay'ee namatti tola dhugaa! Samii keenya jabaadhu hojjiitti jirta! Waan addaati bar sagantichis!
@gemechisbayisa4296
@gemechisbayisa4296 2 жыл бұрын
saamsoon sagantaan keessan "eenyuutu hir'ata" akkasumas sansakkaan baay'ee natti toleera. nan hordofas. ani garuu gama kootiin gara aartiitti dhufuuf hawwiin qaba. keessumaa karaa fiilmii hojjechuu itiyoophiyaa keessatti irratti hojjetamaa hinjiru. akkas jechuun filmii kaaraatee wajjin wal qabatu, akkasumas kanneen biroo irratti jechuukooti. keessumaa aadaan fiilmii oromoo guddachaa hin jiru. kana irratti wantoota fooyyesinu fooyyessinee caalaatti akka hojjennun yaada guddaan qaba.
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Game mati naf tayi
@takeleabdisa1350
@takeleabdisa1350 2 жыл бұрын
jabaadhu
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Takele mati naf tayi sanyi ko
@oromootiyya9142
@oromootiyya9142 2 жыл бұрын
Bayyee namatti tolaa jabadhaa🥰🥰🥰🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please oromo
@xajuucamaraa3610
@xajuucamaraa3610 2 жыл бұрын
Wawooo wawooo bayee namatii toltu jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please xajuu
@mujeemahamad4478
@mujeemahamad4478 2 жыл бұрын
Woow woow woow bayyee namatti toola
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please mujee
@giftekaduro3896
@giftekaduro3896 Жыл бұрын
Welcome bayyee bareedaa dha jirdhaa
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 2 жыл бұрын
Wowwwww jabadhuu
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please naseema
@dohaqatar5726
@dohaqatar5726 2 жыл бұрын
Jabadhaaa itiii fufaaa 💞🥰💞🥰💞💚💚💞💚💞💚💞⚘🌹🌷💘🌷💘🌷⚘💘⚘💘🌹⚘🌹🌹
@aregashadugna8121
@aregashadugna8121 2 жыл бұрын
Jabaadhu Samsoon, Hojii boonsaa fii Bohaarsaadha.
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please aregash
@habibahabiba2873
@habibahabiba2873 2 жыл бұрын
Wowowow wanni baredaa jamaratani jabadhaa akkanumatii itti fufaa oromo koo jajabesaa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Habiba lubu mati naf tayi
@fanoosfanoos1362
@fanoosfanoos1362 2 жыл бұрын
Jabadha bay'ee bay'ee namati tolaa 💕💕🙏🙏🙏🙏👍👍
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please fanoos
@jaldumedia1
@jaldumedia1 2 жыл бұрын
Fanoos Fanoos matti naff ta'i mee sanyii koo
@waktolalamesa1189
@waktolalamesa1189 2 жыл бұрын
wow!!!! qophii baayyee bareedaa nuuf eegaltaniittu,jabaadhaa,umurii nuuf dheeradhaa!!!!! milkaa'insa caalutti darbaa!!!!!!!!!!!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please waktola
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@qananiifayissaa8247
@qananiifayissaa8247 2 жыл бұрын
Jajjabadhu sammuu,ee keenyaa abdii saa baa jajjabadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌳🌳🌳❤❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please qaninii
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@sagaleeinjifannoo6928
@sagaleeinjifannoo6928 2 жыл бұрын
baay'ee namatti tola, dhugaa utuman kolfuun daawwadhee xumure, irraas baradheera. JABAADHAA!
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@zufnea2955
@zufnea2955 2 жыл бұрын
ተወዳጆች እንኳን በሰላም መጣችሁልን
@asterburaka3150
@asterburaka3150 2 жыл бұрын
Great job
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please aster
@abdidejene9657
@abdidejene9657 2 жыл бұрын
Galatoma laman kessaan iyyuu
@teklederessa769
@teklederessa769 2 жыл бұрын
Artist Saamsoon waan gaarii eegalte jabaadhu hormi kan hangas hin geenyeen wal faarsee wal guddisaa nutis namoota akka keetii akkana yaalanii aadaa Uummat Oromoo guddisan haa deggerru.
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii 😘
@tolerakasa6612
@tolerakasa6612 2 жыл бұрын
great
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please tolera
@Nuuree-v8
@Nuuree-v8 6 ай бұрын
Waw umm jaalala
@aminatfentaw9171
@aminatfentaw9171 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 2 жыл бұрын
Nuuf jiraadha jajabbee waan keenya ❤💚
@yonitube7684
@yonitube7684 2 жыл бұрын
❣❣❣❣❣❣❣
@hawiieticha3312
@hawiieticha3312 2 жыл бұрын
Hayyee bayyee namati tola ❤💚❤
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@NasruJamaal-b8s
@NasruJamaal-b8s 15 күн бұрын
❤❤❤❤
@haadhabiyyaoromtiittilove7678
@haadhabiyyaoromtiittilove7678 2 жыл бұрын
Sami galatoomii Waaqoo nuuf haferuu keetiif
@noormakamreh8649
@noormakamreh8649 2 жыл бұрын
Jabadhu kotaa kenyaa hoji garidhaa bayee umani kenyaa kanaa jabesuu qabaa wwwww dhugaa namati tolaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please noor
@debelamelkamu5300
@debelamelkamu5300 2 жыл бұрын
wow baayee midhagaadha!! jabaadha
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please debela
@madinataju7355
@madinataju7355 2 жыл бұрын
Hojii gardhaa jabaadha
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️ 😘
@qumbidasalegn9120
@qumbidasalegn9120 2 жыл бұрын
Jabaadha ijjoollee Oromoo keenyaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please qumbii
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@lammiadugna1587
@lammiadugna1587 2 жыл бұрын
Www waaqoo nama aja'ibati hojiin keessaan heedduu namati tola jabadha
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please lammi
@teferitesfaye5992
@teferitesfaye5992 2 жыл бұрын
Wwwwww bayyee namattii tolaa
@habibagadisaa9757
@habibagadisaa9757 Жыл бұрын
❤❤❤❤😢😢
@hamertib8355
@hamertib8355 2 жыл бұрын
😍😍😍
@sameraa9095
@sameraa9095 2 жыл бұрын
💜💜💜💜🤎🖤
@lalifadhil5024
@lalifadhil5024 Жыл бұрын
🤩🤩🤩🤩
@sifaansifaan9529
@sifaansifaan9529 2 жыл бұрын
Baayee gaariidha jabadha
@mekonnengirma3439
@mekonnengirma3439 2 жыл бұрын
Aboo bareedadha,jabaadhu!!
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please mekonnen
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@asterguta
@asterguta Жыл бұрын
Wowwow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@looyangalaantube7322
@looyangalaantube7322 2 жыл бұрын
Jabaadhaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please looyan
@devoko6566
@devoko6566 2 жыл бұрын
Ofii keessanif akka kanatti Wal kabajuun iddoo waliif kennu keessan baay'ee jaaladheera. Isin lafee dugdaa artii oromootti. Dabalatanis qaboo+Dr abdiisaa💯💘💘💘💘💘💘💘💘√√√
@sirbootagaragara
@sirbootagaragara 2 жыл бұрын
wwwwwwwwwwwwwwwwww jajabadhuu atilee nagargarii
@anisjiraamallamchanell2027
@anisjiraamallamchanell2027 2 жыл бұрын
Wawww bga keenya taatan u
@abozaid413
@abozaid413 2 жыл бұрын
👌👌👌👌
@adamseid5447
@adamseid5447 2 жыл бұрын
jabaadhaa.
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii 😘
@Dhoksaa
@Dhoksaa Жыл бұрын
Diraamaa bayyee hojjettaa garu amma ko hin gessu jabaadhu.
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@anisha3303
@anisha3303 Жыл бұрын
👏👏👏👏❤🍎
@yadelove230
@yadelove230 2 жыл бұрын
jabaadha
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Yado mati naf tayi lubu
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@lilifirdissa2451
@lilifirdissa2451 2 жыл бұрын
Baa'yee namati tolaa jabadha lammiikoo
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 2 жыл бұрын
Jabaadhaa ❤🌳❤🥰
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@astergele80
@astergele80 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Asituye lubu mati naf tayi
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 Жыл бұрын
🥰🥰❤️
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@takeleabdisa1350
@takeleabdisa1350 2 жыл бұрын
Saamsoon mee atumti illee jabaadhu aadaa keenya beeksisi
@Imbabsa
@Imbabsa 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i Takele 🙏
@takeleabdisa1350
@takeleabdisa1350 2 жыл бұрын
@@Imbabsa tole garuu kush median kan Saamson moo? kan eenyuuti
@Imbabsa
@Imbabsa 2 жыл бұрын
Lakki maqaa Kanaan illee channale baay'eetu jira an duursee maqicha waanan jaalladheefan jijjiiruu dhiise.
@Visionarygeneration
@Visionarygeneration 2 жыл бұрын
Namatti tola Samson!
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚 1
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@seenaa87
@seenaa87 2 жыл бұрын
Isiin laachuu artii Oromoof ijaa❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please siinqee
@jaldumedia1
@jaldumedia1 2 жыл бұрын
Siinqee tube matti naff ta'i mee sanyii koo
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@rabbiitokkichaa3956
@rabbiitokkichaa3956 2 жыл бұрын
Jabadhaa oromoo tiyyaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please rabbi
@lelodeme7331
@lelodeme7331 2 жыл бұрын
jabaadhaa kanumarrammoo hojjedhaa
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Lelo lubu mati naf tayi
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii
@safawodekebi2367
@safawodekebi2367 Жыл бұрын
Waaqoo is very determined Oromo Son!!
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@oromediakoo3797
@oromediakoo3797 2 жыл бұрын
studio farsuu dhisaa wal jajjabessa oromoo aartii oromoo haa jabessinuu kan ormaa jalaa deemu dhisuu kenna haa jabbesinuu maaloo oromoo
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please oro
@janatjana658
@janatjana658 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuu waqoo wani bay,e sira baradhe jabadhuu
@hamertib8355
@hamertib8355 2 жыл бұрын
❤️💚💚💚❤️
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please hamerti
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 2 жыл бұрын
Baga nagan dhuftaan
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii
@ayantuayantu1204
@ayantuayantu1204 2 жыл бұрын
W 💚❤💚
@hanniishawatube6604
@hanniishawatube6604 2 жыл бұрын
Ayantuu lubu mati naf tayi
@gullalleetube8754
@gullalleetube8754 2 жыл бұрын
Wwaawwoo ❤❤❤
@Imbabsa
@Imbabsa 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i maaloo🙏🙏
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 2 жыл бұрын
Solomo jabadha bayen sin kabaja sin jaladha sin dinqisifadhas🙏
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please lensa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii ko 😘
@musairah3214
@musairah3214 2 жыл бұрын
Wwwww💗💗💗💗
@henaaa5816
@henaaa5816 2 жыл бұрын
🥰🥰🤙🥰🥰🥰🥰
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 2 жыл бұрын
Anaa dhufuu
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️
@letich331
@letich331 2 жыл бұрын
Samii bayeee galatoomi waqoo afeeruf
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please leta
@f.syejawaarzereabatejaalma5792
@f.syejawaarzereabatejaalma5792 2 жыл бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️Waaqoo
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please f, s
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
Qoosaa Ajaayibaa Waaqoo Geetaachoo Eebba CD Shakaayinaarratti
7:39
Yadesa Shiri Official
Рет қаралды 571 М.
Каха и суп
00:39
К-Media
Рет қаралды 6 МЛН
Iron Chin ✅ Isaih made this look too easy
00:13
Power Slap
Рет қаралды 34 МЛН
One moment can change your life ✨🔄
00:32
A4
Рет қаралды 34 МЛН
KANATU NA MACHEESSE || KOMEDIYAAN WAAQOO GEETAACHOO @ifafayinatvofficial1906
10:38
ማርቆስ አባቴ ነው...Abbay Tv -  ዓባይ ቲቪ - Ethiopia
1:17:01
Abbay TV Entertainment
Рет қаралды 143 М.
EGEREE COMEDY: KAROORAA, RAAWWII fi QEEQA PART 2
14:49
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 132 М.
EGEREE COMEDY:SIRNAKKOO EP 10(Special Edition)
21:37
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 145 М.
Каха и суп
00:39
К-Media
Рет қаралды 6 МЛН