Seenaa Dubartoonni Hunduu Dhaggeeffachu Qaban

  Рет қаралды 76,274

Oromia 24

Oromia 24

Күн бұрын

Пікірлер: 617
@Oromia24
@Oromia24 3 жыл бұрын
Chaanalii Oromia 24 lamaffaa Fayyaa Oromiyaa Subscribe Gochuun Na Deeggara kzbin.info/www/bejne/d6W5fX-gmMmZftE
@romanroman548
@romanroman548 3 жыл бұрын
I90i090i90i0i90i9ii9
@romanroman548
@romanroman548 3 жыл бұрын
9 9 jj9jij9
@romanroman548
@romanroman548 3 жыл бұрын
I9i999999=9 Kiki o9999999(89 jo9999999j999i990i99j099999999j9k9i999j9j9k9i99i99ji99k999999jik9j999j9999j999=999999(99j9j9999=999 9 ko i9k999jo9j999999999j9j9i999999999
@warqituugabbisaa25
@warqituugabbisaa25 3 жыл бұрын
@@romanroman548 ppp} luuuuufff
@beletudebele5964
@beletudebele5964 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@kullitasamaa3577
@kullitasamaa3577 3 жыл бұрын
😭😭😭😭oboletii to garaa balaa qabdaa yon kan jedhu obsaa qabda abba manaa kee dhalaratii kan sii gatee itii debotee lamafaa sii gatee ani hadha koo guyaan anii manaa yalatoi micaa tokko da.u demme hatii koo garaa natii jabatee bakkan ani jiruu dhufu didee ergaa yeroo sanatii hadha qabaa jedhe hon belkuu amma wagaa 6 lakosisee micaan kosii nafi gudatee waqaayyoo fi galanii ha ta.u🤲🤲❤❤❤❤
@Amiinaa.Arsii.Shaashee.
@Amiinaa.Arsii.Shaashee. 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa jiruu biyyaa ormaa muka bichatuu nama norman jedhaan sirbaa keessaati dhugaa dhaa Uuuufffii yaa obbolleeti teenyaa seenaan kee bayyee nama gaddisisaa rabbii sii haa lafisuu akkumaa oromoon jetee bari tokko gadi bari tokko olii jetee maltuu bekkaa guyyaa woyi hali ati keessaa jiratee hunduu darbaa hundaafuu rabbii waan garaa keeti sii hin dhabbiin rabbii akka nama hin jiruu yeroo mursaa keessaati waan bayyee jijjiruu danda'uu kadhanaa kee rabbii sii haa dhagayyuu
@nadiatarhini7557
@nadiatarhini7557 3 жыл бұрын
uuuuuufffffffiiiii bayyee nama gadisisaa wanati dabarsite bayyee ulfatadhaa bagaa waqqayyoo lubbuu kee bararree jabadhuu 💪👍
@mariyaamhadhaakoo3590
@mariyaamhadhaakoo3590 3 жыл бұрын
Dhiiraa saree gadiiti ergaan ilalu qabe waggaa tokkoo guuteera 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zakuwanyoutube9674
@zakuwanyoutube9674 3 жыл бұрын
Dhiraa saree gadiiti ergaan
@almethiopia8168
@almethiopia8168 2 жыл бұрын
Lubu dhirii saree ega tee turee garu rabii nu hin gatuu😭😭😭
@fareedafareeda4368
@fareedafareeda4368 Ай бұрын
😢😢😢
@ifeeababa3202
@ifeeababa3202 3 жыл бұрын
Rabbii jireenya kee gara attii hawwituuti siif haa jijjiiruu hadhoo koo
@birqiigalata1583
@birqiigalata1583 3 жыл бұрын
Omaa waqayyoo senaa jijiraa Baga waqayyoo lubbuu kee tin ijolee kef si jijrchisee Yadda kee guddaa galatomii hadhoo koo ❤❤❤❤❤😭😭😭😭
@sifanmalaku7260
@sifanmalaku7260 3 жыл бұрын
Ayyi.bayye.gara.nama.nyata.hadhoko.uuuuffi.waaqayyo.jiranyake.sif.ha.barechu.😭😭😭😭😍😍
@ebiseetadese7335
@ebiseetadese7335 3 жыл бұрын
Gamee wel came Wayyoo wayyoo wayyoo yaa uuuuuuuuufffffff malii malii kunii badee adhookoo uuuuu maqa rabitiin 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥 waqayyoo bagaa nagadhaan biyyaa keemoo galtee omaa mittii nutii ijoleen shamaranii garalafuumaan keenyaa dinnaa nuuf horaa malee garumaa nuuf in tahuu kunii baraa jirenyaa namaa kesaa in bahuu
@chaltujifara1544
@chaltujifara1544 3 жыл бұрын
Sena gara nama nyaatuu dhugaa uufffff yaa carra dubarti 😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@zubeydaaarsii7795
@zubeydaaarsii7795 3 жыл бұрын
Bagaa Naganii dhuftee ❤❤Lekii godhafii ijollee Oromoo 😍
@fahaafahaa27
@fahaafahaa27 3 жыл бұрын
Uuuuufffff 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 ya rabbiko bayyee gara nama nyata hadhoko 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
@hawagali8140
@hawagali8140 3 жыл бұрын
uuuuuuuuffff yaa rabi koo💔😰😰onnee na cabdee 💔😰😰😰😰
@asterdabala4407
@asterdabala4407 3 жыл бұрын
obbolleetikoo caaran kenyyaa baayee Rabiraa nuuf kenamee Mali gonaa hijjoollee keetiraa.tii boqonaa hargadhuu 💔💘😢😢😢😢😢😢😢😢😢👏👏🙏🙏
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 3 жыл бұрын
Senaa garaa namaa nyataa dhugaa uuuuuuuffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@fanosamenamenamenfanosamen5651
@fanosamenamenamenfanosamen5651 3 жыл бұрын
Uuffffff bayee namaa gadisisaa oboletii tiyaa waqayoo jirenyaa kee isaa dhumaa siif haa barechuu rabbi guddan sii waliin yaa ta.u caraan ijolee ketti kan baredee yaa ta.u
@rizza169
@rizza169 3 жыл бұрын
Wallah imimaan qabachu hin dandenyee rabbi sii wajiin hajiratu
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 3 жыл бұрын
Wayoo wayoo wayoo wayoo wayoo wayoo wayoo maloo maloo seenaa onnee namaa cabisaa maloo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@bontufakesa4075
@bontufakesa4075 3 жыл бұрын
Uuuuffff Bayy,ee nama gadisiwaqayyoo obsa sifii haa kenuu😭😭😭
@safiyaasafiya8445
@safiyaasafiya8445 3 жыл бұрын
Wollahi bayee nanati dhagahama rabbiin hiree garii sii haa qanuu
@queennaasir5552
@queennaasir5552 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa Allah garagars yoo barbdee ni garara mee Gaaffadhuu bro
@almazwagari8175
@almazwagari8175 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffeee dhugaa Bayyee Nama Gadisisaa yaa dhira kana Akamumati fana jiraatu lata
@uaeme7388
@uaeme7388 3 жыл бұрын
Wayoo Gubaa koo wayoo caraa kenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@roozaaraggasaa9736
@roozaaraggasaa9736 3 жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭rabbii duubi akkan nama yaa basuu
@hawiiabdii4446
@hawiiabdii4446 3 жыл бұрын
Uuuuuffff seenna bayye gara nama nyattu kana undda gossa Addada tetii dhaggese tate kana undda inn tatu yuu issa birra moo daimma godhachu osso baka gudda hin genye karati nama abbisa yaa gara dhirra gara binnesa Rabbin akka hoji issati issaf yaa kennu siif moo Rabbin jirrenya kee issa fudura siifaa siiresu oboleti to 😢😢😢😭
@burtukanbaqala5998
@burtukanbaqala5998 3 жыл бұрын
Uuuuuuuf uuuuuuuf😭😭😭😭😭😭😭 waayoo waayoo yaacaaraa ofii waaqayoon daii,imaakee idoo guddaadhaan siif haagau,u waaqayoon galgalaakee yaabaresuu waanaan jedhuu hinqabuu dhugaa 😭😭😭😭😭😭
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffee bay,eee bay,ee wan laphe nama cabsuu sena ke 😭😭😭😭😭😭😭 Garuu bagaa waqayyo lubbu ke bira gore ijolle ketii sii gashe Obboletii ko homa mitii waqayyo guyya qabaa jabadhuu💔😭😭😭😭😭😭😭😭
@adarashumotuma4500
@adarashumotuma4500 3 жыл бұрын
Ùuuùuuf.. wayyii caraa keenyaa😢😢😢😢
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Waaqayyoo fauna Sif haa kennuu hadhoo koo jabbadhuu wani hundaa caallaa nagaani ijoollee kee itti galuu jireenyii lafaa kanaa bayy.ee xiqoodha isheein iyyuu dhiphiinnaa kanii gutmutee 😢😢😢😢😭😭😭😭😭
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 жыл бұрын
Uuuùuuuff baay'ee nama gadisisaa 😭😭😭😭 yaa obboleeti koo jireenyi addunyaa tokkoof yeroo garaa laaftuu tokkooti immoo ni jabatii homaa miti waqaayyoon jajabinaa sif yaa kennuu 🙆‍♀️😭🙏😭😭😭😭
@huwaiehuwvie432
@huwaiehuwvie432 3 жыл бұрын
Uuufff bagaa lubbuukeetin ijoolleekee biraa geesse.waqayyoo sii wajjiin haa ta'u giftiikoo
@tawidoohaymanotyeexentnesh6304
@tawidoohaymanotyeexentnesh6304 3 жыл бұрын
3faa haridhaa baga nagan dhufite koodee kenyaa😘😘😘😘
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@URJII Net mati nafi ta'i Sanyi ko
@baatiruuhasasa2767
@baatiruuhasasa2767 3 жыл бұрын
Wayiii yaa nuniiuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kennaayesus8465
@kennaayesus8465 3 жыл бұрын
Ayyyyiiiiii Bayy'ee nama gadiisisa garuu di'maa godhachuun duraa malin guuddisaa jedhanii duraa itti yadduu siraa egamaa waan bayy'ee dabarsittee Waaqayyo guyyaa qabaa Abdii hin kuttinii jabbadhuu mucaan kees hin barataa baromsii darbaa hin qabuu attii bagaa nagaan garaa biyyaa kettii debbitee 😭😭😭😭😭
@fozimuhe2312
@fozimuhe2312 3 жыл бұрын
Uuuuuf yaa rabbi seenankun bayye nama gaddisiisa obboleetti koo rabbi siif haa birmatu
@kwtkwt5420
@kwtkwt5420 3 жыл бұрын
Rabbii jireenya kee siif haa foyyesuu baga nagayaan biyyaa keetitti galtee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭seenaa bayyee nama bochisuudhaa woyii carraa shamarranii
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 3 жыл бұрын
Uffffff hedduu nama gadisisaa 😥 dhugaa Rabbii hayyii garaa jabena ilmaa nama
@Obsii365
@Obsii365 3 жыл бұрын
Yaa jiruu biyyaa ormaa uuuuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭 Uuuuuuuffffiii obboleetti koo seenaan kee baay'ee nama gaddisisaa garuu maali godhuu miti jiruun biyyaa lafaa kun waan baay'ee of keessa qabdi 😭😭😭😭😭😭😭 Waaqayyoo obsaa siif haa kennuu 😭🙏
@sifani24youtube49
@sifani24youtube49 3 жыл бұрын
Uyyyyiii Yaa Caraa Uuuuufffffffiii😭😭😭 Ya'a Caraa Dubarti Biyyaa orima jiruu 😭😭😭😭 rabbii dadhabii kee kanaa galiggala kesa sifii yaa kafalu hadho too😭😭😭😭
@tigisit3370
@tigisit3370 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffffffffff Senaa baayee nama gadisisa 😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa jiruu biyya orma waqqayoo bagaan sii galche ijoolee keetiti
@fenetiiodaa2558
@fenetiiodaa2558 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭 Senaa bayyee namaa gadidisaa dhugaa waqayoo
@senaaaboggalaa1747
@senaaaboggalaa1747 Жыл бұрын
Uuuuffff senaa bayyee namaa gadisisuu waqayoo dandahaadhaa waqayoo sii waliin yaa tahuu kan qormanii sittii bayyatee fuduraa kee barechufii bareduu koo waqayoo bagaa lubbu kee sii basee hin darbaa damma too jabadudhaa atii dhugaa rabbii😢😢😢😢😢
@somayaashaa6256
@somayaashaa6256 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭 senanii aka kanaa naa bochisee hin jiruu yaa caraa shamaraa oboletii koo Abshiirii homaa mitii 😭😭😭😭😭😭😭😭
@makihmakih5710
@makihmakih5710 2 жыл бұрын
Dhuga keti wlha 😭😭😭😭😭
@diboorraamucaakakuuwallagg9891
@diboorraamucaakakuuwallagg9891 3 жыл бұрын
Bg nagaan dhuftee gammee keenyaa baay,ee garaa namaa nyaata innii guddaan nagaadhaan garaa ijjoolleetti bagaa galtee jireenyii qorumsaa isaa fulduraa keef waqaayyoon ijjoolleekeef siif fayyaa haa keennuu fayyaan qabeenyaa hundaa caaluu
@alawyahalawyah3163
@alawyahalawyah3163 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Waan baay'eee garaa namaa rasaaa Aaaaaaah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Rabbii fayyee kee siif haa kenu
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 3 жыл бұрын
Aahhhh hedduu nama gadisisa🥲🥲🥲 baga lubbun ilman ketiti debitte ati lubbun jirachunu ilman keetif waan guddadha. jajabbadhu obboleti koo jireenya kanatu akkas qaba.
@yaseahamd9633
@yaseahamd9633 3 жыл бұрын
Woyyo woyyo woyyo sena bayye nama gaddisisu hudafu baga lubbun galte nama jiru nidarrba aaaaah jirun biyya ormma jabbddu hadhofttu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ayyiii wayoo wayooo uuuuuuuuuuuuu anaan haa nyaatuu hadhokooo bagaa lubuukee nagaan gaalchee ayii abshir rabbi obsaa sif haalatu
@guyyaanjira8471
@guyyaanjira8471 3 жыл бұрын
🙄😥Uuuuuuffffffeeee Seenaa bayyee gara nama nyaatu dhaa dhugaa kana yoo lalani herumun namatti utuu hafee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 abban mana isheetu gara itti jabatee kani biyya ormaa maali jenna 😢😢😢🙄🙄🤷‍♀️
@caaltuuib813alamuu9
@caaltuuib813alamuu9 3 жыл бұрын
Omg senaa bbayy'ee namaa gadisisaa jabadhu 😭😭😭😭
@Mohamod-sl5sy
@Mohamod-sl5sy 3 жыл бұрын
ان شاء اللہان شاء اللہسبحان اللهالحَمْدُ ِللهسبحان اللهالحَمْدُ ِللهالله أكبرإنا لله وإنا إليه راجعونﷴالحَمْدُ ِللهسبحان اللهان شاء😭 اللہﷲ﷼ﷻﷺ﷽﷼💝
@halloarsiitubbe8887
@halloarsiitubbe8887 3 жыл бұрын
Uuufffii yaa jirru biyya orma😭😭😢😢😢😢😢
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee waan ofii koo
@nabiyatjamaal9039
@nabiyatjamaal9039 Жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢 Uuuufff ya carra kenyaa
@sadiyaahirphoosadiyaahirph457
@sadiyaahirphoosadiyaahirph457 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffff waan heeduu nama gadisisuuu😭😭😭😭😭😭😭
@shukarechimdisa7034
@shukarechimdisa7034 3 жыл бұрын
Baay'ee namaa gadisisaa namni tokkoo tokkoo maali 😭😭😭😭😭
@urgokebe7331
@urgokebe7331 3 жыл бұрын
Akmii Gamee baga nagaan dhuftee💗🥰
@haayathaafiiz4117
@haayathaafiiz4117 2 жыл бұрын
Rabbii ishee biraa haa jiiratuu😭😭
@yaasminintalaoromoo7670
@yaasminintalaoromoo7670 3 жыл бұрын
Dhugaa Rabbi Heddun Gadde Leessattiu Kan Biyyaa Ormaa 😭😭😭😭😭😢😢😢
@abdullahandulillah9942
@abdullahandulillah9942 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭ayiiii ana nyatuu uuuuuf yaa Allah
@sameraabdulla9003
@sameraabdulla9003 3 жыл бұрын
Omg ilmii namaa dararaa kanaa hundaa imma danda'aa garuuu😢😢😢😫😫
@sumayasanyiijawarmohammed4562
@sumayasanyiijawarmohammed4562 3 жыл бұрын
Hy game anatu dura lalee💪 Baga nagahan dhuftee💗
@madinaa1452
@madinaa1452 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffff Laamii koo baa,yee gara namaa nyata jabadhu ni dandesaa abshir oboleti tiyaa 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🙏🙏🙏😭😭😭
@ebisegutu3589
@ebisegutu3589 3 жыл бұрын
Senaa bayee namaa gadisisudhaa uuuuff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 3 жыл бұрын
uuuuuuuffffff.seenaa.bayye.nama.gadisisudha.qomo.koo.Abshiri.rabbi.ijoollee.kee.bakka.gudda.sifi.hagu.rabbi.fayya.fi.umuri.sifi.hadheresu.😭😭🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
@sadahosain5938
@sadahosain5938 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭 Galatooma barumsaa garii irraa argane wly bayee galatomaa seena dhugaa kana nu.qoodu keetif
@najumahamadi2773
@najumahamadi2773 2 жыл бұрын
Uuufff😭😭😭😭😭😭🥺🥺🥺🥺Yaa Raabi Jirenyaa Biya oroma
@hanaginchi6105
@hanaginchi6105 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
@aishasimale7893
@aishasimale7893 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭Uuuuuuufffii yaa caraa shamaraa
@asyadhufa2612
@asyadhufa2612 3 жыл бұрын
Welcome gamee❤ Ayyi caraa dubartuma😭😭😭😭😭😭😭 Rabbi jirenyaa kee fudura sii hatolchu
@zaaraaAnbbassa
@zaaraaAnbbassa 3 жыл бұрын
Inaa Lillaah woo inaa ileeyii Raajjiun 😭😭😭😭😭😭😭😭😭Yaa Rabbi Yaa Allaah uuuuuuuuuuu uuuuuu uuuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@KaramDani-x8e
@KaramDani-x8e Ай бұрын
Uuuuuuuufffffffffff yaa caraa kenyaa waraa shamarani 😭😭😭😭😭😭
@HonorliteHonorlite-kj9sg
@HonorliteHonorlite-kj9sg 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffff yaa rabii 😭😭😭😭
@jijijiji8035
@jijijiji8035 3 жыл бұрын
😭😭😭baayy.eenamaa gaddiisisaa waqayyoo lafaa jirtuti siifaan haa ta.u
@saraanabbii6933
@saraanabbii6933 3 жыл бұрын
Yaa rabbii bay'ee nama gadiisida😭😭😓
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Maatii naffii ta'ii
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii koo ta'imee sanyi koo
@mominaaaliyyii492
@mominaaaliyyii492 Жыл бұрын
yaa Allah😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@biliseetube1912
@biliseetube1912 3 жыл бұрын
Yaa jiru biyaa,Oman akanum 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💯😭
@damiltushashee5031
@damiltushashee5031 3 жыл бұрын
Uuuuuffi bayyee namaa gadisaa 😭😭😭😭😭😭😭😭
@ماهرقمير
@ماهرقمير 21 күн бұрын
Bayenama gadisisa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@abdatuucarcar536
@abdatuucarcar536 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuff bayyee garaa na nyatee senaakee 😭😭😭😭😭😭😭😭💔
@masiioromooyoutube5874
@masiioromooyoutube5874 3 жыл бұрын
Uuufff bayy'eee namaa gaddisisa 😭😭😭😭😭😭😭
@yaasminintalaoromoo7670
@yaasminintalaoromoo7670 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff Yaa Rabbi Yaa Allah Mudanno Heddu Nama Gadisisaa
@AmartiMulugeta
@AmartiMulugeta Жыл бұрын
Wayyoo😢😢😢😢😢seenaa barumsa cimaa namaaf kennudha😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb 3 ай бұрын
Uuuuuuffffff yaa jirreenyaa biyyaa lafaa qormmattaa guddaa battii bayyee nama gadisisaa raabii sii waalin haa taa'uu😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@cheltukader9501
@cheltukader9501 3 жыл бұрын
Uuuuuffffi😭😭😭😭😢 yaa jiruu biyaa orma
@samiramuhammad2355
@samiramuhammad2355 3 жыл бұрын
Uuuuufffff yaa rabbi nama gadisiisa yaa carra shamarani
@SeenaaKayo
@SeenaaKayo Жыл бұрын
Wayyoo wayyoo carra keenyaf rabbi dhumaa kee haa bareecho haadhooko uuuuuuuuuuuuuuuuuu
@user-qo8ss8mi6w
@user-qo8ss8mi6w 3 жыл бұрын
Uuuuuffff giftii koo rabbii saa jabeesuu
@obseekayofanii6021
@obseekayofanii6021 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭Yaa jiru biyya oromaa
@Sena-l2p
@Sena-l2p Жыл бұрын
Ara arifachu qofaa miti herumuma dhisudha yaaa rabbi mali binensumatu dachera gute😢😢😢
@سودي-ر9ر
@سودي-ر9ر 3 жыл бұрын
Yagaraa.jabenyaa.ilmanamaa.😭😭😭😭😭
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Wollahi garaani naa gubatee wollhi woyiii dhiraa ebdeee miskina 😭😭 woyii hadhaa namaa
@arfatkhatun1473
@arfatkhatun1473 3 жыл бұрын
💔💔💔😭😭😭😭🙆yaa rabbiin jirnunii kanaa qabaa uuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭
@yemariyamnegsedetegawa4012
@yemariyamnegsedetegawa4012 3 жыл бұрын
Uuuuuffffff yaa waqayyoo malloo kaa gara na nyaate uuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️
@dinqiicalchisa5014
@dinqiicalchisa5014 3 жыл бұрын
😭😭😭😭Ayyii yaa Caraa dubartoraa Namaniii malifii garaa nutii jabataa lataa ??? Waqayyoo ijollee kee umurii sifii haa dheresuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💘💘
@bontusalalee9537
@bontusalalee9537 2 ай бұрын
Waaqayyoo siifana yaa ta'u ❤
@GenuAbdiisaa
@GenuAbdiisaa 7 ай бұрын
Uuuuuuffffffff😢😢😢😢😢😢 bayee namaa gadiisiitaa dhugaa😢😢😢😢😢😢😢
@haniidirree2193
@haniidirree2193 Жыл бұрын
😢😢😢😢Ya jiruu biya nama fi ilma dhira wal fakachuu jalqabee
@SumeyaDabalo
@SumeyaDabalo 3 ай бұрын
Yaa calaa dubartootaa kenyaa😭😭
@burte2554
@burte2554 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔Wayyoo wayyoo bayyee onnee nama cabisaa bayye na gadisisee obbooleeti too senaa kee dhugaa bayyee namaa gadisisaa humaa mitii hunduu dabreraa waqqayyoo yeroo kanani wani si geyee galatefadhuu
@sadahosain5938
@sadahosain5938 3 жыл бұрын
Dhugaaa jete sardamun garii mitti nama. Matin hin beekneti jalane jeene jirenya keenya balesa ajaja maati. Dhagahun baye barbachiisadha
@sabbontuuwallaggaabahaa4631
@sabbontuuwallaggaabahaa4631 3 жыл бұрын
Wayyoo hadhokoo uuuuuuuff akkam garaa nama nyaatta 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@dinketeshome3184
@dinketeshome3184 3 жыл бұрын
Yaa caarra dubartii uuuuuffff baayee namaa gaddisisaa waqaayoo koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@mariyyamamaantube3031
@mariyyamamaantube3031 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuuuuuuffff yaa carra kenya kana 😭😭😭😭😭
Ati Gaangeedhamoo Maaliif Hin Ulfooftu
22:14
Oromia 24
Рет қаралды 47 М.
When you have a very capricious child 😂😘👍
00:16
Like Asiya
Рет қаралды 18 МЛН
coco在求救? #小丑 #天使 #shorts
00:29
好人小丑
Рет қаралды 120 МЛН
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН
HÖGSKOLEPROVET HÖSTEN 2023. Båda kvantitativa provpassen!
3:58:12
Jonas Vikström | Vidma
Рет қаралды 261 М.
RNH 915, January 13, 2025 Soora Qalbii
18:21
Nuuralhudaa
Рет қаралды 27 М.
Muudannoo Ajaa'ibaa- Adam Haruun
13:42
Melko
Рет қаралды 242 М.
GOOTA GOOTOTAA  QEERROO NAGEESSOO
17:12
Hiree Tube
Рет қаралды 1,6 М.
Ana Waliin Abbaa Manaa Lama Qabdi
18:01
Oromia 24
Рет қаралды 38 М.
Sangaa Gaanaaf Badu Malee Goromsa Baddu Hin Dhageenye
18:12
Oromia 24
Рет қаралды 20 М.
MEETIIKOO - NEW AFAAN OROMO COMEDY 2024 EPISODE 3
18:19
Hamba Media
Рет қаралды 52 М.
When you have a very capricious child 😂😘👍
00:16
Like Asiya
Рет қаралды 18 МЛН