#Yesuus

  Рет қаралды 751,628

JCP CHURCH

JCP CHURCH

Күн бұрын

#GulalleMekaneYesuschurch A Choir- kankee na dhiba
#TalileFikiru- Anaaf gadi buute
#MegersaBekele-Maalan deebisaaf maal jedhee
#AbebaTemesgen-Jaalallee koo

Пікірлер: 512
@milkiitube3515
@milkiitube3515 2 жыл бұрын
Garmaamuu, zarraafuufi burraaquu nuffinee turre waaqaa haa galatu amma faarfattoota arganneerra. jabaadhaa itti fufaa. Hafuura tasgabbii akkanaatiin waaqeffachuun barbaachisaadha, warri madrakii irraa shillalaa oolus kanarraa barachuu qaba.
@GaaddiseeDhibbaa
@GaaddiseeDhibbaa Жыл бұрын
Uuuffee eebbifamaa maatii kiristoos!
@amanuelbekuma1256
@amanuelbekuma1256 2 жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu. Isin meetii fi warkeedha, gatiin keessanis guddaadha. Hanga dhufa ilma Waaqayyootti haalota jiran hundumaa keesstti Waaqayyoof bitamtanii, of eeggattanii akka jiraattan ayyaanni gooftichaa isin haa golboobu.
@RebikaEyob
@RebikaEyob 8 ай бұрын
ebbifami docter
@menaf77
@menaf77 2 жыл бұрын
I’m Eritrean,Though I don’t understand a word l just cant stop listening. መንፈስ የተሞላ አምልኮ, ምነው እንደ አማርኛው ኦሮምኛም ባወቅኩ ብየ ተመኘሁ❤❤❤ እንዲሁ ቀጥሉ በቤቱ ለምልሙ የጠላታችሁን ደጅ ውረሱ ቅባቱ በእጥፍ ይጨምርላቹ
@lidotube14
@lidotube14 Жыл бұрын
AMEEEEEEEN deebifama❤❤❤
@amAbdi-t7
@amAbdi-t7 Жыл бұрын
Tebaraku enantem bebetu yanurachu
@TolawakTafa
@TolawakTafa 7 ай бұрын
waqqayyoon isiin haa ebbisuu ebbifamaa
@adugnamerga676
@adugnamerga676 2 жыл бұрын
Faarsaa Haati kiyya afaanshee keessaa hin dhabamne! Kan yeroo ammaa abbashee baay'ee jallattu bira jirtu😭 Itti eebbifameera, eebbifamaa!
@rusasiraemmanuel4771
@rusasiraemmanuel4771 2 жыл бұрын
I love your songs and youslef this is love from Rwanda
@Sawa-l6k
@Sawa-l6k Жыл бұрын
It is not song worship of God
@RUSASIRAEMMANUEL
@RUSASIRAEMMANUEL Жыл бұрын
Ok it's not songs is worship of GOD am understeng very well
@RUSASIRAEMMANUEL
@RUSASIRAEMMANUEL Жыл бұрын
Am happy for that
@israelkanani8153
@israelkanani8153 8 ай бұрын
Thank you
@MihretFeyisa-jc8gr
@MihretFeyisa-jc8gr 8 ай бұрын
We love you from beautiful oromia❤
@deme12
@deme12 2 жыл бұрын
Ulfinni Waaqayyootif haa tahu.
@jesusislord8313
@jesusislord8313 10 ай бұрын
Dhuga yeroo sabti tamari turee bayyee fanaana farsaa kaana ebbifamaa maqaa yesuusin
@derejemuskrat2978
@derejemuskrat2978 2 жыл бұрын
እናንተ ወጣቶች ተባረኩ ብዙ ይፈልጋችኇል ማንም አያግኛችሁ ግን ለእግዚአብሔር ተገኙለት ሁሌ ከቤቱ አትጣጡ
@mikygntf1802
@mikygntf1802 2 жыл бұрын
Much grace our beloved brother
@letibrhanu67
@letibrhanu67 2 жыл бұрын
Nu jiraadha baayyee isinirratti moohera Ayyaanni waqyyoo,Ammas waan haaraan kotta isin keessa booddetti kan hafuu hin jiraatin!!!
@MIHRETABERA-m7b
@MIHRETABERA-m7b Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuufff Ebifamaa dachaan😊😊😊😊😊😊
@johnolika8254
@johnolika8254 2 жыл бұрын
Gooftaan iYesus Ayyaana isaa kana caalatti isiniif haa baay'isuu, Obboloota koo baay'een isin jaalladhaa.
@merontaye8723
@merontaye8723 2 жыл бұрын
Amazige WOWO GBU More&More ቛንቐውን ባላቃው ውስጤ እርስርስ የእየሱሴ ስም በእውነትና በመንፈስ የሚዘመርበት መንፈስ ቅድስ ይመሰክራል ሀሌሉያ
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffff ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifaaaaaaaaaaaaaama ebbifaaaaaaaaaaaaaaaama dachaa ayyaanni gooftaa kanumaa caala dachaan isiinif haa ta'uu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@vincentmureithi1747
@vincentmureithi1747 2 жыл бұрын
Great team let God be hailed from all nations he is worthy adored. Love from Kenya🇰🇪
@gamingg-p8r
@gamingg-p8r Жыл бұрын
Tuko wengi kumbe..Ngoma zao 🔥
@hanahailu120
@hanahailu120 Жыл бұрын
​@@gamingg-p8r 😅😊😢🏒🏏🏏🏏🏑🏑🏑🏑🏑🏑🏑🎋🎗⚽️⚽️🎟🎟🎟🎟🎟⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎁🥈🥈🥇🥈🥈🥈🎁🥇🥇🥈🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🥈🥈🥈🥈🥈🥈🥉🥉🎟🎾🏉🎾🥏🏏⛳⛸🏒🏒🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥌🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️
@siifanbeenyaa9867
@siifanbeenyaa9867 2 жыл бұрын
Maal qaba hundu osoo dhagahe akka kooti itti ebifame jedhani haw'e ebifama hundumti keessani uuuuf Ameen Ameen Ameen ashuu yesuuse natti tolta 🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@erfaseee3265
@erfaseee3265 Жыл бұрын
Uuuuuuuufeeeee yaa iyesusu ko Naatii toltaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ayyanii isaa isiinif haa dabalamuu kana callaaa❤❤
@itisforyou3121
@itisforyou3121 2 жыл бұрын
Waaqayyo Galatoomi. Reefun bakka sirrii dhufe!!
@bulibeyene8761
@bulibeyene8761 2 жыл бұрын
Ani kana waanan jedhu hin bekuu ruhiin na kessati hin hafnee farfanaa kessaniin samii kessa ooleetan deebi'ee Waaqayyo isin haa eebisu
@mikygntf1802
@mikygntf1802 2 жыл бұрын
Inni na jaallateera tola “"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!” - Yoh. 3:16
@daniteckcstube
@daniteckcstube 2 жыл бұрын
Uffe yaa Iyyesuuskoo natti tolta Gudda ebbifama ijoollee Waaqayyoo
@tsihonem4752
@tsihonem4752 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffeeeee Yesus koo ulfaadhuu Waaqayyoo baraf jirenyaa keessaan Haa Eebbissuu Eebifammaa Eebbaa Waaqaf Lafaatini Eebifammaa dhugummaan farfannaa Lubbu namatti Mi,eessuudhaa
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593 2 жыл бұрын
Waqayyoo hafuraa warri isaaf sagadani hafuraanii uuuuuuufff goftaan ayyana isinif ha dabaluu 💟💟💟💟
@DawitAbulu
@DawitAbulu 11 ай бұрын
Tokkumma lubbu qabu kaatani waaqayyoo isin haa eebbisu
@legesseadinew1121
@legesseadinew1121 2 жыл бұрын
ቋንቋ ባልችልም በጣም ድንቅ አምልኮ ነው my god bless you All ♥️♥️♥️
@TemesgenBenti-v9f
@TemesgenBenti-v9f 7 күн бұрын
This song took more than 20 years back when I was a univ. student @ Haramaya. I used to listen during my nap time right after my lunch. May Almighty God Nless the Originators and you too sisters and brothers !
@WarqinshaMagarsa
@WarqinshaMagarsa 7 ай бұрын
Maalumaa garuu dubartooni iddoo arsartti suuree uufachuu osoo dhiisanii maal ta aa rifeensaa keesaa shafanadhaa maaloo ulfinaa waqayyoo f jedhati kuni harma qulaa muldheestee waldaa keesaa ta aa anilee dubartuma garuu wal gorganuu hamaa isiinf danda mee maaloo of haa ilaluu ofifii miti ulfinaa iyasusif jedhaati ani barsiisaa wangeelaa waladaa kan baayeen hordofaa afuuri koo isaa jajabatee yoo baleesee dhifamaa addaraa wanta isaa hin beekuu iddoo arsaa yoo akkuma barbaneeti irraati utalaan garaa koo keesaa naa gubaa
@abbakalbishow
@abbakalbishow 10 ай бұрын
kana kee nadhibaa dhoqqee sochootu keesaa nabaaftee yesuus galatoomi abbaa. I proud you keep it up
@amen943
@amen943 2 жыл бұрын
Oromigna alichilm gin tabarikelehu tebareku
@tadelushelema1gmail
@tadelushelema1gmail Жыл бұрын
waqayyo siin haa ebbisuu
@KeneniDiriba
@KeneniDiriba Жыл бұрын
Ammeeeeeeee
@tarkanfi1213
@tarkanfi1213 2 жыл бұрын
Rabbii issiin yaa ebbisuu issin tokkoon tokkoon keesaan Nama addaatii Nama cimmota issin Yesuus angoo issinif keennera Waanta lafa kana irraa jiru hunduma harkaa keesaan jala galcheera . Karaan keesaan ammaallee sinif yaa qajeelu maqaa yeesusin ....
@terefedesta2768
@terefedesta2768 Жыл бұрын
I have no adequate words or phrases, or sentences to express my deep felling how much I love you all of youths, and the song, even I have not understand the language Afan Oromifa, When I heard this song, I feel the presence of the Holy Spirit. God bless you. Keep going with Jesus!
@temesgenmijena5769
@temesgenmijena5769 2 жыл бұрын
Hojii Gurmuun Faarfattootaa gullallee Gurmuu "A" (akkasumas miseensa Gurmuu Sanaa kan ture Muuziqeessaa Beekamaa Malkaamuu) waggaa 21 har'aa hojjetan akkuma jirutti
@urgessakebede4370
@urgessakebede4370 2 жыл бұрын
waaqayyoo bara kessaan haa eebbisuu eebbifama!!!
@HnanCeil-ty7zv
@HnanCeil-ty7zv 10 ай бұрын
Bara baraan farfacha hafaa
@nimonatechno
@nimonatechno Жыл бұрын
Isiin haa eebbisu babbareedoota koo
@gemechutasisa3987
@gemechutasisa3987 2 жыл бұрын
waaqayyoo gaaridhaam isiniinffaa nuuf kennee❤ eebbifamaa....❤
@kebenualemu1385
@kebenualemu1385 Жыл бұрын
waaqayyoo baraaf jireenya keessan ha eebbisu baay'een isin jaalladha dhugaa eebbifamaa jabaadhaa hojii gooftaa dhugaaf hafuuraan bara keessan hundumaa hojjedhaafi gatiin isin argattan immoo lafaa irraa utuu hin taane waaqa irraa argattu.❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹💔💔💔💔💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣❣❣🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@TokumaBayeta-mq6yd
@TokumaBayeta-mq6yd Жыл бұрын
Waaqeffannaa aja'ibaa waaqayyo isiin haa eebisu!
@dhaabbatadamee1849
@dhaabbatadamee1849 Жыл бұрын
goftaan baraa keessan jireenyaa keessan haa Eebisuu
@NemomsaGeletaErrena
@NemomsaGeletaErrena Жыл бұрын
Haleeluyyaa maqaan Waaqayyo Guddaa Ha uulfattu
@NAGAROJABESSA
@NAGAROJABESSA Жыл бұрын
Waaqayyoo Bara keessan haa eebbisuu
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 2 жыл бұрын
Barabaraan mana isaa keessatti hafaa jiraadhaa !!! Akkasumas akka kanatti wangeelatti namusaan kan isin guddisan waldaa kiristiyyanaa fi maatii keessan waaqayyo isaan haa eebbisu barabaraan!!!
@YoniAbdisa
@YoniAbdisa Жыл бұрын
Waqqayyoo sin haa eebbisuu
@gelatagetacho5709
@gelatagetacho5709 2 жыл бұрын
Wan hundummaa caala isaa dhumma jireenyaa galgalaa keessan haa bareechuu waaqayyoo Amen!!
@qannoohundeessaa
@qannoohundeessaa Жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu.🥰
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 11 ай бұрын
Uuuuuffff yaa Yesuus koo nati toltaa ❤❤❤❤❤❤❤ ameeeen ameeeen ameeeen ebifamaa maatii Waaqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@KeneaMotiGudura
@KeneaMotiGudura Жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu haafura isaatiin.
@samishow5726
@samishow5726 Жыл бұрын
Eebbifamaa hin quufamu
@habtamueticha59
@habtamueticha59 2 жыл бұрын
Gooftaa YESUS baay'isee isin haa eebbisu. Faarfannaan keessan baay'ee ajaa'iba. Ayyaanni Gooftaa YESUS isiniif haa dabalamu!
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593 2 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo abban siin haa ebbisuu 💞💞💞💞💞💞📖🎤🎵🎺🎼❣❣❣❣
@tsiongetachew2703
@tsiongetachew2703 2 жыл бұрын
ዘመናችሁ ሁሉ በቤቱ ይለቅ መስማትን ማቆም አልቻልኩም❤ ፀጋው ይብዛላችሁ
@senaytchelaa6262
@senaytchelaa6262 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen halheluyaa halheluyaa Eebbifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@retawakoya5086
@retawakoya5086 2 жыл бұрын
Dhaloonni waaqayyo waliin walii gale eebba. maatiif, biiyaaf, lubbi fi fooniif eebba. waaqaa fi lafa walitti araarsa. eebbifamaa! ayyaannisaa isiif haa baayy`atu.
@fatmaala2183
@fatmaala2183 2 жыл бұрын
Aaaaaamen ebiifamaa hundii keessan
@BerhanuAmosa
@BerhanuAmosa Жыл бұрын
obbolootaa, akkuma faarfannichaa jireenyi keessanis haa mi'aawu!
@MargeGetachew-t2l
@MargeGetachew-t2l Ай бұрын
Maaloo dhiifamaa wajjin utu cheaper mallee dhiistani ayyana isinirra jiruu wajjin gaarii miti naa olfakalcha obbolotakoo
@pastormisganafikadu3947
@pastormisganafikadu3947 2 жыл бұрын
Awesome Kana Caalaa Hojeedha Asuumarati Hin Dhabiinaa ! Christ Center Worship Christ In You The Hope Of Glory Love You Guys💝💐
@wondebirhanu5508
@wondebirhanu5508 Жыл бұрын
Barikeesan kan ebifamee hata'u dachaan ebifamaa.............በእውነት በልባችሁ ዙፋን ላይ ክርስቶስ ብቻ ይንገስባችሁ ተባረኩ።
@zoki4464
@zoki4464 Жыл бұрын
Eebifaama
@sifansifan1910
@sifansifan1910 2 жыл бұрын
Elelelelelelel gurphii dinqiidha ayyana gooftaa isin ha golgu
@kenod6301
@kenod6301 2 жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu baayyeen ittiin eebbifame ebbifamaa!!!!
@aklilubesha7697
@aklilubesha7697 2 жыл бұрын
Waaqayyo inni jiraataan badhaadhummaa harka abbummaa isaa irraa jireenya keessan afuuraa fi foonii haa eebbisu eebbifamaa❤❤❤🙏🏾🙏🏾
@zinashgadisa60
@zinashgadisa60 Жыл бұрын
ተባረኩ በኢየሱስ ስም ጌታመንፈስ ቅዱስ ከዚህ በላይ ይገለጥባቹ በኢየሱስ ስም
@ObsaTesfaye-qz2dr
@ObsaTesfaye-qz2dr 10 ай бұрын
❤❤❤❤ebbifamaa
@kennaazawude4534
@kennaazawude4534 Жыл бұрын
Iseey iseey ilililii ilililii ulfaadhuu waaqayyoo gooftaan dachaa ayyaanaa isaa sinirraat haa dhangalaasuu
@Singergeletagetachew
@Singergeletagetachew Жыл бұрын
Baayyee Eebbifammaa❤❤❤
@warqiicaalaa9411
@warqiicaalaa9411 2 жыл бұрын
Uuuufff yesuus koo ulfaadhu ati! Waaqayyoo gooftaan maccaa ayyaana isaa sinirratti haa roobsu ammalee eebbifama!👏👏👏👏👏👋
@oliraalemayehu376
@oliraalemayehu376 2 жыл бұрын
Waaqayyoo haa ulfaatuu ....Ayyaanni waaqayyoo siinif haa baay'atu.
@negeroabdisa
@negeroabdisa 2 жыл бұрын
Eebbifamtoota jaalatamtoota keenyaa nuuf jiraadhaa waaqayyo ayyaana isaa isiniif haa baay'isu mo'ichaan jiraadhaa!!!!!
@MihiretBeyeneMercy
@MihiretBeyeneMercy 6 ай бұрын
Goftan issin haa ebisuuu
@ASTUU-t
@ASTUU-t Ай бұрын
Uuuuuuuuffffi ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa maqaa yesus kiristosiin ❤❤❤❤❤
@LalistuReta
@LalistuReta 11 ай бұрын
Ebbifamaa
@Mulufikadu-fy7nr
@Mulufikadu-fy7nr 7 ай бұрын
Ebbifami garuu Mali shammarronni rifinsi kessan seexana fakkattuho Mali ga yodhuma walitti qabattani waqayyf gadi jettan uuuu
@SaraOromo-b4r
@SaraOromo-b4r Жыл бұрын
Ebifamii bayee nama itti tolla waqqaayoo itti imoo kan calaa tolla galata follin isaa urgaa tahe isaati haa toluu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@LammiiKumaa-j7v
@LammiiKumaa-j7v 20 күн бұрын
Waaqayyoo yeroo ayyaana namaf baay'ise yeroo hundumaa ijji nama gara ulfina isaa ilaala Waaqayyoo isin haa eebbiisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zelalemalemu4704
@zelalemalemu4704 2 жыл бұрын
Uffekaa,waaqayyoo isin haaeebbisu obbolotakoo kesumammo obbola ani beeku arggen kessiko gammade
@firaol81
@firaol81 2 жыл бұрын
Ebbifama
@DameDabala-gx4yg
@DameDabala-gx4yg Жыл бұрын
Eebbifamaa
@ademedao3820
@ademedao3820 2 жыл бұрын
Waaqayyo abbaan fureen keenya Kristoos Yesuus isin haa eebbisu.
@obseatube1719
@obseatube1719 2 жыл бұрын
Uuufff dhaggeeffatamee hin quufamu! Barrikeessan haa eebbifamu abboo
@DaweJir
@DaweJir Жыл бұрын
Amn amn
@yabkal779
@yabkal779 Жыл бұрын
Ohhhhhhhh gooftaaakooo galanni sif yaaa tahuu lubuuuf afuraaa kootuu lalliseee humna kottuu hara’eee ebiifamaaa hafaaaa Barrif jireenyi kessan ebifamee yaa hafuuu diinii foon biyyi lafa issin in argatiin darbaa demaa ❤❤❤❤❤❤
@martajobir2106
@martajobir2106 2 жыл бұрын
Amayuu ayyanisa simbon isaa isinirra hin fudhatami darbaa addema dachaa dacha ebbifamaa ❤️❤️
@FuriKabeto
@FuriKabeto Жыл бұрын
Ameen Ameen
@thulasilakshmi1502
@thulasilakshmi1502 10 ай бұрын
Wowww Ebbifamaa
@ayuadisu5528
@ayuadisu5528 2 жыл бұрын
Obbolota kiristos nuuf kenne❤️
@gadisadaba7627
@gadisadaba7627 2 жыл бұрын
Isin jaallachuurraan kan hafe jechan qabu ,,,Gooftichi haa ulfaatu...ilililililililillllllllllllllllllllll
@iyo-J
@iyo-J 2 жыл бұрын
Ayyaanni isiniif haa baay'atu.
@HRUstudent
@HRUstudent Ай бұрын
Farafanna kana Abjuu kootin farfaachan bule kaalessa galaga❤😂
@ayo19874
@ayo19874 Жыл бұрын
adda.....adda......adda hafurii waaqyoo!!!
@Confirm-6430
@Confirm-6430 Жыл бұрын
Woqayo ijjolle isarratti ebba dhangalase ❤🎉🎉
@elsabetbayisa4541
@elsabetbayisa4541 Жыл бұрын
ufffff ayyaanni kun isin irratti haa hafu eebbaaf tahaa
@ranirak3042
@ranirak3042 Жыл бұрын
Amenee.iyasusuu.galanii.sigauu🤲🤲🥰🥰🙏☝
@midaksagudina2347
@midaksagudina2347 2 жыл бұрын
Waqayyoo si na ha eebbisu
@kenoamenu881
@kenoamenu881 2 жыл бұрын
Ayyaannii isaa ammayyuu isiniif haa ta'u kana caalaa guddaa eebbifama
@obsewalagabaha
@obsewalagabaha Жыл бұрын
wowo ebbifama ebbifama❤❤❤❤🎉🎉
@tsiondegefebulcha7789
@tsiondegefebulcha7789 Жыл бұрын
ANI EEBBIFAMEERA EEBBAAF TAHA
@galmasteve848
@galmasteve848 2 жыл бұрын
Baa tiya wajiin gara knake dhufee, maqa kanke waamnan duuti narra kufee, dhiigni ke qulquluun bilisa na basee...❤️❤️❤️ Dhaloota kiyaanu an nama cubbama, seera ke kabahuuf kan indandeenye woma, soome sagadeefmiti kan an qulqullae, Yesus sit amanaan jirreenyi naaf tae, ijatutu naaf baname qofiratu naraa kufee, Abbaa Jireenya sittu gara jireenya koo dhufee..
@MihiretBeyeneMercy
@MihiretBeyeneMercy 6 ай бұрын
Gotan issin haa ebisuuu
SAFUU JAALALAKEE |  #HeavenVoiceTeam | LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
28:19
Hallelujah |ሃሌሉያ | Aster Abebe Vol 2 Full Album
2:52:56
Aster Abebe Official
Рет қаралды 2,1 МЛН
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 17 МЛН
#SIJAJEE #LiveWorship  #HeavenVoiceTeam #JCP CHURCH
24:02
JCP CHURCH
Рет қаралды 592 М.
GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO
7:07
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 958 М.
#NaMijeera #HeavenVoiceTeam #LiveWorship #Jcp Church
23:14
JCP CHURCH
Рет қаралды 199 М.
#MichuuDhugaa #HeavenVoiceTeam #LiveWorship #2024
30:40
JCP CHURCH
Рет қаралды 106 М.
Dhagna Haaraa Uffadheeni Siwajjinan Du'aa Ka'e Maafan Maqaakee Hin Faarfadhu Cubbamaatoo Nama Ta'e!
29:03
SITU JIRAAN JIRAA! SINGER AMANUEL SARBESSA||NEW WORSHIP||HAND OF GOD@prophetmintesinotbefikaduoffic
34:19