ጠ/ሚኒስትሩ የአብኑ ክርስቲያን ታደለ ላነሱት ጥያቄ የሰጡት ምላሽ ፣ ስልጣንህን ልቀቅ ማለት የአመቱ ምርጥ ቀልድ ነው :;

  Рет қаралды 3,936

Voice of Consensus የይሁንታ ድምጽ

Voice of Consensus የይሁንታ ድምጽ

Күн бұрын

Пікірлер: 3
@tadessedegefa-uo5oq
@tadessedegefa-uo5oq 2 ай бұрын
waaqayyoof galaannii guddaan yaa baay'atuu jedhaa sagaalee isa bif qulqulluu waaqayoo gaaffaa duursaafi aantee nuuf kennee,irraa guddaafi irraa xiqqaa,irraa guddaa ykn wal xiqaa,irraa xiqqaa ykn walxiqaa gatii nuuf laatee hudumtuu keenyaa garee kanaaf mul'ataa ija xooxaa miti ija motummaa waaqa ishee arbaabii godheetoo uumeefi nus nu uumeen yaada ka'eef nuttis maaliif waaqniifi lafti hin kutaamnee ni dubbaataa akkaata raawwii hojii bara ifati iaarratti hunda'uutti(karaan dhibuu garaan hin dhibuu jedhamaa karaan kun karaa guddaa jedhamuu inni nu baasuu mul'ataa kee jiraa duraa keenyaa jira karaaniyyuu akka jirbii ta'u deemsaa waaqayyoo karaafi garaa isa guyyaa gaafa rakkootti hunda keenyaa ni baasaa.kanamalee akkumaa yeroo tokko tokko balbali cufa oolee cufa hin buluu miti ni ta'as yaa waaqayyoo dhugaa balbalii walii galtee hin qabnee cufa malee bula raajaa amoos guggee ajaa'ibaafi raajaa Amdiistoon fuula guutuu isa akkaa raawwiittitin jiraatan ilmii waaqayyoo ergamaa isa guutuutin nu yaa yaadatu.deemsa koo daandii sabbaata awaas godhee diimaa galaa diimaa irraa ka'ee garaa guddaa dabalii galaa gaara guddaa dabalii irraa ka'ee gajjaa diibbee dabal yohanniis walisoo tajii asgorii baantuu galaa.baantuu irraa ka'ee gadamaa yesuus galaa(biyyaa sooreetti Waamii Galalchaa sirbaafi Meetii Tulluu HORDOFAA Dalaas Gadaa Tufaa HORAA BIYYAA gajjaa mirgaa haadhaa ishee Imbii Garbii(DHaraa Tulluu hordofaa) baha ifa (kallaattii bahafi bifa addeenyaa koo kibbaa lixa shawaa galaa 354 irraatti mul'ataa 11ttin barraa, dabalee qulqulleetti durboo maari'amii saaraa,maartaa,Agaataa ,Aggaarii biyyaa gadamaa yesuus biyyaa babiloonnii irraatti bartoo ishee dhugaa gibstii garaa karaa marroo biyyaa isiraa'eelii deemsaa karaa iyuruusaalemii irraa ka'ee lafa lukaa Abishee Garbaa argaa ija samii yaa loomii fuunyaan koo garaa abbaa koon fardaa koon sokkee keessaa koo heeraa abbaa gishee cuqqaalaa irraa dhaabee biyyaa DHARRAA GAABBAAN IRRAAN yAABEE MAQAA koo kan MAASOO SAMII BANAMAATTII DHAAMEE MIRGAA ABBAAFI ICCITTII KEESSAA HAADHAA DEESSOO KOOTTII YAABEE (Birruu Tolossaa ayyaanoofi Warqii Gaazzuufi irraan baasoo yoo Ejeersoo(Urgessaa Daggafaafi Baqqalaa itti keennuu waamichaa dhugaa teessoo balba waaqaa abbaa keenyaa yoo mi'a wal fakkoo PHEEXIROO FIHISAAYIQ ISAA kkeessoo baha samii lafa quuqaa damee sabaa baay'ee Taaddee Daggafaafi yaa goota salaalee biyyaa Taaddee Birruutan YAAbee iishee irraa keessaa yaa dhiphuu irriibaa muusee muusaa arraabbaa baasuu yaa gootaa waaboo ilmii akkaa kee si dhiiraa goota albuudaa oromoo yoo hooda taaddee birruufi Eebbisaan Addunyaa waabi sibiraa.garuu kunis yoo teessoo motummaa akka hojii waaqayyoottin kan ta'udhaa.kanaafuu waaqayyoo karaa raajoraa kanneen akka raajaa nasihuuttin ,isaayyaasitti, hoosee,daani'eel,ermiyaasittin,alaazaritinifi kanneen biroottin nu yaa yaadatuu lee.jechaa du'a miti eeboo kanniisaa ilmii tokkichaa jirmii ijaa keessaa lafee dugdaa keessaa alphaa oomeegaattin keessaa isa durii isa ammaa jimmaa abbaa jifar tulluu edeniitti Absiraa Taaddasaa Daggafaa Desiis Ayyaanee umrii Gadaa,Gaabbaan Suurree(guucee) ilma abbichuu kormii dhalchaa(hin dhalchuu jirmaa seexaa jawween morgaa roggoo kan Abbaan haadhaa koofi haati HAADHAA KOOTII ANAAF akakaayyuufi akoo.waaqayyoo teessoo ishee himaalaafi samii kurnaffaa kuraabiifi suuraafittii teessoo nagaan namootaa dadarbuu nu yaa isinaa taasisuu.garuu motummaa wal dhabdee hin qabnee gidduu keenyaati yaa ijaaruu(deebii isaaf masaraan fannoo wanjoo amaraa maqaa waaqayyoo gooftaa dulbee qaarreettiin kan garagaree yaa ta'ufi tokkumaa nagaan ummataa walloofi gondar,oromia,tigraayii galmaa tulluu edeniitti nuu yaa hiikatuu.akkasuma illee naannoo umaattotaa kibbaatti gama bubbee dhiha gara bahafi qarqaar galanaa buufataa kaabaa kibbaa lixaa shawaattin waaqayyoo fi gama murtii abbotaatinifi(bustwaanitti)fi gama sabafi sablamootaa hundaatin waaqayyoo abbaa jabaa nu yaa deebisuu.inni hiikatuu waanjoo diinaa bifa balaliyaattin ergaamtootaa itti ergaa waaqayyoo olmaa hidhuufi gama hiikee barbaadee argachuuttin nu waliin oolee yaa buluu lee.dabalees gama kutaa kaabaafinnee irraa gara duubaafi fuulaa duraa bahaattin waaqayyoo kallaatti hangaafotaa biroo dabalee gama TV araaraa w.w.w website(thewiter cristan media networkitn nuyaa yaadatuu,(https,you tube com/watchtin.waaqayyoo hundaa keenyaa wajjiin yaa ta'uu.gama phaastarootaatinifi qulqullootaa waaqayyoofi ijoollee waaqayyootin nagaafi jaalalii tokkumaa isa inni diignee waaqni qulqullumaa ijaarsaa kaalessaa mucaa xiqqaa(hoolaa qalmaatafi miti mucaa bifa hoolaa qalmaata irraatti yaa baraaruu(ijaa amaanu'eeliittin).
@tadessedegefa-uo5oq
@tadessedegefa-uo5oq 29 күн бұрын
ergaa ifa Angoo gadii akka gadii dhiiftaan jedhee dhugumaa kiriistaan Taaddasaan dubbaatemoo teessoo kiriistaan Taaddalaa jedhamuuttuu du'a filaannoo marsaa itti aanuu haala mijeessaa jedhamee dhoksaattin murtaa'eefi teessoo filaannoo paarlamaa garee miseensotaa akka dabalamuuf jedhamee nama eegamuudhaa ?kunis caarraa itti Aanuuf?dabalees waan inni teessoo irraa warraa dubbii cubbuu dubbaataa teessoo irraa kaaseef?akkasumas illee teessoon Dr.Abiyyii Hamaidii pm Gama biroottiin bakka qulqulluu warreen akka markaas garbee,mangistuu newafi garmaamee newa,russoo,tiraampii,abunaa basilosii,abuna gorgooriyoosfi akka miiraa fannoo qaraniyootti bakka nama kiriistaan Taaddalaan taa'ee jiruu irraa kiristaan Taaddasaa Daggafaan Wanta irraa ta'eef?dabalees haala filaannoo marsaa wajjiin wanti wal qabatee jiraa laata?jechii yaa'ii Idil al fatar urgaa irraa soonaa mudhii nama hidha.garuu jechii kun akkamittiin hiikamaa?waa beekuu moo waa waa walaaluu?abjoochuu moo abjoo abjoo tameef waabii qabaachuu?seerrii kun seera saada huseenitti akkamitti ilaalamaa?
ቆይታ ከሔኖክ ጋቢሳ(ዶ/ር) ጋር!
2:11:51
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 37 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН
EMS Special የአቶ ገዱ የተቃውሞ ንግግር Mon 14 Aug 2023
12:56
EMS (Ethiopian Media Services)
Рет қаралды 624 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН