Waaqoo Calloo Argun Dhiisuu //Yaa bareedduu //New oromo music official video

  Рет қаралды 70,647

Waaqoo Calloo Tube

Waaqoo Calloo Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 385
@boruumuussaaburqaa7944
@boruumuussaaburqaa7944 6 ай бұрын
Gurraacha gammoojjii Waaqoo Calloo wallee haaraya akkaan bareedduu tana qabattee dhufuu keetiif haalaan ulfaadhu.
@Taggist-rx6wr
@Taggist-rx6wr 6 ай бұрын
ዋው ኦሮሞች ተዳልቹ ስንት አይነት አለባበስ ስንት አይነት ጫፋር አለችሁተመስገን ነው ዉድድድድድ ዉድድድድድ 😊😊😊🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️
@GelanOromiya
@GelanOromiya 6 ай бұрын
Nuuf jiraadhu tokkicha sabaa waan bareedaadha hojjatte thank you
@MagarsaaIbroo
@MagarsaaIbroo 6 ай бұрын
Waaqoo caalloo very nice waan bareeda hojjatte waan warraa murawwa boonsu
@TheMusxaf
@TheMusxaf 6 ай бұрын
Job well done my brother. Fayaa dahii.
@jaalle215
@jaalle215 6 ай бұрын
Jabaadhu jabaa dhiiraa hojii baay'ee bareeda fi hawwataadha nuuf gumaachitee.
@nasihajemal7275
@nasihajemal7275 6 ай бұрын
Wow jabadhuu jabaa ofii abbaa jabeefata si walin jiraa hojii baredadha ❤❤❤❤
@mohammedreeddee7082
@mohammedreeddee7082 6 ай бұрын
Waaqoo Calloo Hangafticha keenya hedduu namatti tola Jabaadhu siin boonnaa mataa dhiiraa
@MohammedBoru
@MohammedBoru 6 ай бұрын
Jabaadhaa Maammee. like share fi subscribe godhaafii
@mohammedreeddee7082
@mohammedreeddee7082 6 ай бұрын
@@MohammedBoru hayyee jaalakoo
@CarcarMedia123
@CarcarMedia123 6 ай бұрын
Wow baayyee Baayyee Hojii boonsaa Hojjate galatomi ❤❤
@duretimahamad2008
@duretimahamad2008 5 ай бұрын
Wow wow wow sher sher godaa oromo haalalamufi jaabaa keenyaa jaabadu itti fuufii
@TofikMohammed-fp8rs
@TofikMohammed-fp8rs 6 ай бұрын
Wooow hojjii gaariidhaa hedduu galatoomi nuf 👏👏👏💚❤️💚
@gemechugadisa2558
@gemechugadisa2558 6 ай бұрын
❤ jabaa nama hedduun itti bohaaree qaroo artii oromoo keesas atillee naaf tokko waaqakoo
@biyyootiyya3518
@biyyootiyya3518 6 ай бұрын
Sagaleen,Faaruun,wow jabaadhu itti fufii ulfaadhu
@WaabilIzaddiin
@WaabilIzaddiin 6 ай бұрын
Anaatu dura laale wabii ilma sabaa ❤
@MagarsaaIbroo
@MagarsaaIbroo 6 ай бұрын
Ni sobda naattu si dura laalee
@SUSUORO-w9g
@SUSUORO-w9g 6 ай бұрын
Woow ❤❤❤❤🎉🎉🎉 by by namati tola.dhuga.❤❤❤❤❤ wowo jabadhu qali oromo Ittuu
@user-TajuAbuHamza
@user-TajuAbuHamza 6 ай бұрын
Mashaa Allah jenne qalamni kee hin gogin.
@IfaaKaliifaa-vl1sn
@IfaaKaliifaa-vl1sn 6 ай бұрын
Guddicha Bareentumaa 🌹❣️❣️❣️ Daawwitii Hawaasaa keenya jabaadha 👏
@finfinneeorobx
@finfinneeorobx 6 ай бұрын
Heddu bareedda Jabaadhu Ittii fufi ❤❤❤❤❤❤
@FiromsHuseen
@FiromsHuseen 6 ай бұрын
Wow baayyee baayyee hojii boonsaa hojjate galaomi
@Seidali-fs9eg
@Seidali-fs9eg 6 ай бұрын
wow hojii uummata kee ibsu hojjate jabadhu
@LelisaChalaEntertainment
@LelisaChalaEntertainment 6 ай бұрын
Aadaa ummataa ibsitee muldhifte rabbi si haa ibsu
@Boruufamily
@Boruufamily 6 ай бұрын
welcome to waqoo calloo you have done a beautiful job thank you Keep up the good work my lion you have done beautiful music 🎉🎉❤
@RobaBareentoo
@RobaBareentoo 6 ай бұрын
Jabadhuu is 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉heduu sii jalladhaa qalii koo
@JibbaaRoorroo-sf6ec
@JibbaaRoorroo-sf6ec 6 ай бұрын
Jabaadhu hojii bareeddudhaan dhuftee❤
@DasiiAbdallaa-bk5nr
@DasiiAbdallaa-bk5nr 6 ай бұрын
Qalii kenya galtoomii nuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 6 ай бұрын
This so wonderful May our waqqa bless you
@BoonaaAbrahim-p7e
@BoonaaAbrahim-p7e 6 ай бұрын
Hojii gariidha 🎉🎉🎉♥️♥️🥰🥰
@AdaamMuhammad-xy2ky
@AdaamMuhammad-xy2ky 6 ай бұрын
Jabadhuu jabaa ifii abaa jabefataa❤❤❤❤❤❤❤❤
@umarmahamadmahamad7128
@umarmahamadmahamad7128 6 ай бұрын
woow baayyee barreedadha hojii bonsaa hojate ❤❤
@MamishaAhmed-me2vq
@MamishaAhmed-me2vq 6 ай бұрын
Thank you so much for making such a beautiful and interesting song of our culture but so far these few people have visited you so much sorry for all those who are being poisoned by racism and racism be strong ituu culture and dress I learned a lot from you be strong yourself father be strong you must be strengthened by all ituu
@biko331
@biko331 6 ай бұрын
Yaa Naman onneerraa jaaladhu Waaqoo Calloo jabdicha koo❤❤
@user-if2mr8cm3l
@user-if2mr8cm3l 6 ай бұрын
Waaaw ilmaa ituu murawaa ❤❤❤❤❤ bayee galatomii 😊😊😊😊😊
@AmasiraajHadii-n4j
@AmasiraajHadii-n4j 6 ай бұрын
Jabadhu sifan jira qalii keenya ilma oromo❤❤❤❤❤❤
@oftanenusful
@oftanenusful 6 ай бұрын
Wooooow waan ajaa'ibati! Hori bulii!
@FadilaMisbayi
@FadilaMisbayi 6 ай бұрын
Itti fuffi jabaa ittu ko❤❤❤❤
@wizawehusenhusen8922
@wizawehusenhusen8922 6 ай бұрын
Jabadhuu Habibii kiyyaa
@Megersanasir
@Megersanasir 6 ай бұрын
Anaadhufu baga nagaan dhuftee Aadaa badde bifa bareedduu tana fakkaattuun baga nuuf as baateen🎉
@SartuuAbraaim
@SartuuAbraaim 6 ай бұрын
Waaw heduu namatii tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FalmiJamal-de3ou
@FalmiJamal-de3ou 6 ай бұрын
Waqoo ko baga nagani.dhuftee❤❤
@barissohamza6810
@barissohamza6810 5 ай бұрын
Galatomii Galatoomii waaqoo hujii gaarii Ebbifamtuu hojjatte Aadaa sabaa keenya midhayduu carcar Raayaa Asaboo, kaastee Matahahara , laga hawaasiin hamma carcar laga waabeeti,gadiniis hamma galeeytii fi harawaaca jaajaati good job brother thanks to my Allaah!!!
@SamanDino-c6h
@SamanDino-c6h 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤daas jedhaa dhugaa
@amaanttinkoolubbuukottioro4884
@amaanttinkoolubbuukottioro4884 6 ай бұрын
Wowow Bayyee Bayyee Bareeda dhugaa ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏
@addisgulema3748
@addisgulema3748 6 ай бұрын
Waanuma ofi siirti tikisu 🙏🏿🌹🙏🏿❤️
@Firaolteka
@Firaolteka 6 ай бұрын
cimaa namaa hojii bareedadha.jabaadhu
@wdw8087
@wdw8087 6 ай бұрын
Jabaadhu Sanyii ko jabaako❤❤❤❤❤
@BchcHc-vm7rd
@BchcHc-vm7rd 6 ай бұрын
Tokkichaa ituu muurraa nuf jiradhuu❤❤❤❤❤
@Urjiilee-Samiidhaa
@Urjiilee-Samiidhaa 5 ай бұрын
Bayee natti tole sirrbi keysan. Jabadhaa! Isin jaalanna❤️✅
@IlmiiTube
@IlmiiTube 6 ай бұрын
Artis waaqo calloo sirbaa Akka malee nama hawwatu kana hojjatte umma ke kan akka male si jaalatu biraan gahuf heddu galatoomi❤🎉
@daytusufiyan2411
@daytusufiyan2411 6 ай бұрын
Akanaa gaa bareda karaa galan ❤❤❤
@umeyiriabdulmajid7301
@umeyiriabdulmajid7301 6 ай бұрын
Jabadhuu waqqoo 🥰🥰🥰
@SeidHusein-mp4yv
@SeidHusein-mp4yv 6 ай бұрын
Argundhiisu ulfaadha Aadan faaya♥️♥️♥️🙏🙏🙏
@ahmadoro8392
@ahmadoro8392 6 ай бұрын
Jabaadhu Ammas ❤️
@SUSUORO-w9g
@SUSUORO-w9g 6 ай бұрын
Bagan Ittuu raa dhaladhee❤❤❤
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 6 ай бұрын
We allwys have a great respect for those heroes beutyful Oromo and land of Oromiaa! Over it amazing allwys new creations of blessed Brain this people's created with 🤔 after all just wanted to say all of you Oromo keep strong because you are blessed!!! ❤💚🙌
@qacceefamily4573
@qacceefamily4573 6 ай бұрын
Woo bayyee baredaa 🎉
@HasenHumer
@HasenHumer 5 ай бұрын
Dhageefatamee hin quufamu hojii bareeda hojjatte jabaadhu Kormaa keenya duratti..❤❤❤
@Carcarbultuum2024
@Carcarbultuum2024 6 ай бұрын
Woow akkana Aadaa ummataa oromoo ituu mulisuu keettif baayyee galatomii
@tureetube1780
@tureetube1780 6 ай бұрын
Wowowo bayeee namatii tolaa ituu power 🎉🎉🎉🎉
@IskeeOro-xb5tk
@IskeeOro-xb5tk 6 ай бұрын
Wwwww baga ngy dhufte 🥰🥰🥰🥰🥰
@AbbaIbsaa
@AbbaIbsaa 6 ай бұрын
Jabadhuu brother thank you 🎉❤
@odaself-defense7609
@odaself-defense7609 6 ай бұрын
Waaqoo koo hojii gaariidha jabbaa koo❤❤❤❤❤❤❤
@carcaroromotube2075
@carcaroromotube2075 6 ай бұрын
Jaabadhu Jabaa keenya❤❤
@Fue766
@Fue766 6 ай бұрын
Carcar walin galee ni dhuynaa 🥛🥛🥛🔥🔥🔥🔥🔥🔥
@AamedNajjaash
@AamedNajjaash 6 ай бұрын
Namnii akaa ketii haa heduumatuu atiileen umraa dheradhuu gotaa kenyaa mangistii sii jalanaa🎉🎉🎉🎉🎉
@Fue766
@Fue766 6 ай бұрын
Akanati wal jabesu qabnaa jolee tenyaaa ❤❤
@diinooMuhammad-cs3wc
@diinooMuhammad-cs3wc 6 ай бұрын
jabadhuu jabaa ko❤
@g7rte863
@g7rte863 6 ай бұрын
Jabadhuu jabaa koo❤❤❤
@jemalbeyan1783
@jemalbeyan1783 6 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftan waaqoo
@hasenmaruf3114
@hasenmaruf3114 6 ай бұрын
Hedduu bareedaadha , hojii Boonsaa ,itti nuuf fufi
@danielmirkena5503
@danielmirkena5503 6 ай бұрын
Waaoo keenya akka gaaritti dhama qaba. Jabaadhu.
@abekokeyoutube7511
@abekokeyoutube7511 6 ай бұрын
Baga milkooftee jabaa hojii addaati 🎶🎶🎶👌👌🎧🎧
@Shugguxiiorohawiitiyya
@Shugguxiiorohawiitiyya 6 ай бұрын
Wwo waaqoo kenya jabadhu❤🎉🙏
@weekaabiilshaa3112
@weekaabiilshaa3112 6 ай бұрын
Babareeduu ilmaan Abbaa kotii jabbadha🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@DinsooUmaree29
@DinsooUmaree29 6 ай бұрын
Lecaa kenyaa jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AsabotAbdii
@AsabotAbdii 6 ай бұрын
Akanaa gaa jaaba dhira❤❤❤❤❤
@furatshow1724
@furatshow1724 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤www baayee bareeda akkanumatti iti fufi
@MarufjawadJawad
@MarufjawadJawad 6 ай бұрын
Www namati tollaa itti fuffii❤❤❤❤❤❤❤❤
@Fadilatub
@Fadilatub 6 ай бұрын
❤❤❤❤baga nagani dhufte ❤❤ jabajama Kenya ❤❤
@aduSport
@aduSport 4 ай бұрын
Now watcbing for 100 times ❤❤❤ love you warraa Ittuu
@BiiQiilaaAbdallaa
@BiiQiilaaAbdallaa 6 ай бұрын
Shanyii motii welcome
@ahmedmeumer3181
@ahmedmeumer3181 6 ай бұрын
Good job brother 👏
@TamiratBekelee
@TamiratBekelee 6 ай бұрын
Baayee bareeda waqoo best dha🎉🎉🎉🎉🎉
@HalimaAdem-ke6tx
@HalimaAdem-ke6tx 6 ай бұрын
Wooooooooooooow Heedduu bareedaa dhugaa .
@MohammedBoru
@MohammedBoru 6 ай бұрын
Akkana gaa sanyii tiyya. 🎉❤🎉
@barissohamza6810
@barissohamza6810 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Oromo carcar cultural music by waaqoo Oromoo. Dhageefadha shear ykn waliif raabsa itti gammada. Waaqoo jabaadhu ati guraatti miti guraachaaf jiraate kuno kanuma gaa
@UmuuSabif
@UmuuSabif 6 ай бұрын
Mashaa alhaa 😍🎉🎉🎉🎉🎉
@MustefaGebo
@MustefaGebo 6 ай бұрын
Waaqooo keenya Aadaa Arsiitis tokko hojjaadhu ❤
@barissohamza6810
@barissohamza6810 5 ай бұрын
Aadaa saba Oromo Carcar golaa. Ragada hararghee CARCAR . Carcar jechuun teesson Essaa carcar jechuun waal gaafaadhu ree. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤love you all and hope you have ❤❤❤❤❤
@mandellatube2499
@mandellatube2499 6 ай бұрын
Good Akkanagaa Waaqo Callo
@IfaaCarcar
@IfaaCarcar 6 ай бұрын
Jaabadhuu Artists Waaqoo calloo. hojii baayee bareedaa hojaatee ammas bifummaa kanan ittii fufii..!!❤ 5:35
@MarufjawadJawad
@MarufjawadJawad 6 ай бұрын
Bay,ee baredaa jabadhuu jabaa kenyaa
@wizawehusenhusen8922
@wizawehusenhusen8922 6 ай бұрын
Welcome to my Bro I Love you ❤❤❤❤❤❤
@DambaleeEntertainment
@DambaleeEntertainment 6 ай бұрын
The best music I have ever visited
@FtyyYyy78
@FtyyYyy78 6 ай бұрын
Weel come king ❤
@ahmadoro8392
@ahmadoro8392 6 ай бұрын
Akkasi ga ❤
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 6 ай бұрын
It's beautiful 😍 🎶🎤🎧 💃🏽🕺
@cjffccjccvvvj1527
@cjffccjccvvvj1527 6 ай бұрын
ituuun moti dha🎉🎉❤❤❤
@abdiihussen2420
@abdiihussen2420 6 ай бұрын
Waan sirrii yeroo sirrittii dhufee gad bahee hedduu galatomii wahee oromoo ituu dhiyyeesuu kettiif
@HaninHanu
@HaninHanu 6 ай бұрын
Jabadhu jabaa Kenya
@NuraanTube
@NuraanTube 6 ай бұрын
Jabaadhu jabaa koo
@magertumohamed9972
@magertumohamed9972 6 ай бұрын
Wooow good job ❤❤❤
@cjffccjccvvvj1527
@cjffccjccvvvj1527 6 ай бұрын
waqoo Calloo mata dhiraa 🙏🫶🫶💖💖💖💖
Qanoo Dajanee - Nan Dhufa | New Oromo music 2024(Official Video)
5:09
Gadaakoo Oromo Entertainment
Рет қаралды 10 М.
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 56 МЛН
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 54 МЛН
Правильный подход к детям
00:18
Beatrise
Рет қаралды 10 МЛН
Sirboota babbareedoo yeroo dhiyoo p1
19:11
gemeko
Рет қаралды 98 М.
Galataa Labuu Wallee Gitaaraa. Guitar music remix 2024
14:51
Galataa labuu
Рет қаралды 740 М.
Maashoo Abdurahman - New Ethiopian Oromo music 2024 @MaashoEntertainment10 @GalataaLabuu
11:26
Maasho Entertainment [Maasho Calanqoo]
Рет қаралды 3,2 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 12 МЛН
Imuu Girma/Boorana Oromo Music Bule Tiyaa
5:10
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 61 М.
Daangaa H Qanani -Shillimii- New Ethiopian Oromo Music 2022( Official Video)
5:18
Vision Entertainment
Рет қаралды 4,1 МЛН
Sirboota babbareedoo yeroo dhiyoo p2
28:40
gemeko
Рет қаралды 20 М.
Keekiyyaa Badhaadhaa- Barraaq - New Ehiopian Oromo Music 2020(Official Video)
5:52
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 56 МЛН