‘Waggaa 16n booda wal argan’

  Рет қаралды 321,541

Risaa Media

Risaa Media

Күн бұрын

Пікірлер: 2 000
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial Жыл бұрын
Raachuko dhuguma ati nama jabaadha. Adaraa keessaa nama tokko miidiyaa hawaasummaa qofa irratti waan beektaniif waa’ee isaa kana jettanii hin tilmaaminaa. 😢
@aishaaisha9854
@aishaaisha9854 Жыл бұрын
Dhugaa keeti dr 😢😢😢
@hanan.2128
@hanan.2128 Жыл бұрын
Dhugaa jeetan Dr
@fatumaafatumaa6666
@fatumaafatumaa6666 Жыл бұрын
Dhugaadha keeti
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 Жыл бұрын
Dhugaa jetee Dr😢😢❤❤
@Sunayna-c9o
@Sunayna-c9o Жыл бұрын
Dhugaa jettaanii Dr keenyaa❤❤❤❤❤❤❤🎉
@sofisofi2899
@sofisofi2899 Жыл бұрын
Namnii akka koo rache jalataan like nagarsiisa ❤
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Жыл бұрын
Me ❤
@Westcoast2323
@Westcoast2323 Жыл бұрын
Don't judge a book by its Cover isa jedhan asi irraa baradhaa guy's👌👌🙏🙏
@bm6056
@bm6056 Жыл бұрын
That’s right bro 😎
@LoCoCreative
@LoCoCreative Жыл бұрын
Yeah
@Juhiikalil
@Juhiikalil 8 ай бұрын
Rachee koo nuf jiradhuu oro koo hamtuun si hin argin rabbi saa eguu mee wari rachuu bayye jalatan like godha
@MohaAbdo-gb2ji
@MohaAbdo-gb2ji Жыл бұрын
እኔ ስገምተው የነበረ እናት አባት ኖሮት በጥሩ ሁኔታ ያደገ ይመስለኝ ነበረ የሚገርም አሳዛኝ ታሪክ ነው እናት አባት ወንድም ነብስ ይማር ጎበዝ በርታ ወንድም
@SikoSilo-bz7hm
@SikoSilo-bz7hm Жыл бұрын
እናት እና አባቱ ናቸው የሞቱበት
@selamselam9188
@selamselam9188 Жыл бұрын
ምድነው ሚለው ግን😢
@MohaAbdo-gb2ji
@MohaAbdo-gb2ji Жыл бұрын
@@selamselam9188አንድ እህት አንድ ወንድ ነበረው እህትየው በማደጎ የት እንዳለች አያውቅም ወንድሙ ሞተ እናት አባት በልጅነታቸው ሞቱባቸው እህትየውን በቅርብ ቀን ለብዙ ዘመን ሲፈልግ ቆይቶ በቅርብ ጊዜ አገኛት ውጭ ነው ያለችው አሳዛኝ ታሪክ ነው ብቸኛ ሆኖ እራሱን በእራሱ አስተምህሮ እዚህ ደረጃ መድረሱ ነው
@danielwakjira3230
@danielwakjira3230 Жыл бұрын
Rachu kolfuu malee , nama rakkoo tokko argee hin se'uun ture. Nama alaa isaa ilaalte madaalun ...... Baga Waaqayyoo si gargaare obboleessa kiyya ❤❤❤
@wakshumechalachala8662
@wakshumechalachala8662 Жыл бұрын
Waqni obbolletike sif mullise haa ulfaatu ❤ anis Abdi horaadhe obbollesako bade akkan argaadhu😢😢😢 Bayye Nama dhiba hojin waqayyooo❤❤🎉
@abdiitisa8685
@abdiitisa8685 Жыл бұрын
Waqqayyoo siif haa mulisu
@martamartha4085
@martamartha4085 Жыл бұрын
Waqayyoo sif Haa mulisuu abashir
@BaqqaluuGaddisaa
@BaqqaluuGaddisaa Жыл бұрын
Obsii waqqayoo jiraa❤
@kiyasegni2045
@kiyasegni2045 Жыл бұрын
Wow, Rache journey to find your sister after sixteen long years is truly heartwarming. It's stories like these that remind us of the enduring strength of family bonds and the power of determination. I'm deeply touched by your reunion. Congratulations to you on this beautiful moment of finding your sister!
@singitansalaletube
@singitansalaletube Жыл бұрын
@singitansalaletube
@singitansalaletube Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@AlamituuAreda
@AlamituuAreda Жыл бұрын
❤❤❤❤❤😢😢
@AdmasuMogose
@AdmasuMogose Ай бұрын
😢😊😢❤
@gfhj2889
@gfhj2889 8 ай бұрын
Uuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭Sennaa Aja.iibaatii jabbaa Akkanaa Oromon qabachuu Calaa wantii Namaa Gamachiisuu hin jiruu Galatomii Nuuf jiradhuu Rachee dhugaa bayee tokko barumsaa guddadhaa Of kesaa qabaa ❤❤
@Birayadtube
@Birayadtube Жыл бұрын
Waan baay'ee sirraa barachuun ni danda'ama Raachuu,dhuguma ati Tiridantii Oromooti!❤❤❤
@FirraolWorku
@FirraolWorku Жыл бұрын
I watched Rachu's interview with tears in my eyes!. Rachu is the hero of the century! I'm so impressed with you. I have received input from you for my future life......Garmaamu Tola.
@azeezaibrahim6570
@azeezaibrahim6570 Жыл бұрын
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. You are such a strong person
@hawwisadesa1916
@hawwisadesa1916 Жыл бұрын
🎉woww Rachit koo cimaa namaa ❤❤❤😂
@selamademsung5995
@selamademsung5995 Жыл бұрын
❤❤ራቼ የሚግርም ታሪክ ነው እግዚአብሔር እንካን ለዚህ ደርጃ አደርስክ በርታ እግዚአብሔር ከአንተ ጋር ነው ትልቅ ቦታ ትደርሳለክ
@mhsenailmhsenail2098
@mhsenailmhsenail2098 Жыл бұрын
ምን ሆኖ ነበር ውዴ
@yosefabebe7309
@yosefabebe7309 Жыл бұрын
ራቹ ወደድኩህ በጣም ወደድኩህ እንደዚህ ሾው ተመስጬ ያየሁት ሾው የለም እባክህ የህይወትህን ወጣ ውረድ በመፅሐፍ ፃፍ አስተማሪ ታሪክ ነው ወጣት ከዚህ ካልተማረ በምን ሊማር ይችላል ጀግና ወጣት
@OdaaD430
@OdaaD430 Жыл бұрын
What a heartbreaking story, When I heard about it I couldn't sleep, God is great and he has lead you to your successful life.
@cjaisha6767
@cjaisha6767 Жыл бұрын
Ajiba dhugaa rabi
@arsiidhera6931
@arsiidhera6931 Жыл бұрын
😢😢😢
@nico.motion
@nico.motion Жыл бұрын
Yeah very heartbreaking 💔 story
@hindibnegerba6782
@hindibnegerba6782 Жыл бұрын
Dhugaa imimmaan qabachuun dadhabe. Raachu irraa waan baay'eetu baratama. Si jaallanna ❤❤
@BontuBoru
@BontuBoru Жыл бұрын
Uuffeee Raachee Waaqayyoo Jireenyaa Ittin Gammadduu Siif Ha Kennu Abshiir ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😢😢
@berhanalemo7800
@berhanalemo7800 Жыл бұрын
እግዚአብሔር ረጅም እድሜ እና ጤና ይስጥህ አይዞህ ከባዱን አልፈሀል ቀርዉ ዘመንህ ያማረ ይሆናል
@SintayehuEyasu-p2s
@SintayehuEyasu-p2s Жыл бұрын
"Waaqayyo na kiisuu barbaade natti fakkaata" Amazing speech❤
@saharttttss915
@saharttttss915 Жыл бұрын
በጣም ይገርማል ራቹዬከጥበቁክ በላይ ጎበዝ ነህ የበለጥ አከብርኩክ ወድድኩክ❤❤❤😊
@kibbehailu6576
@kibbehailu6576 Жыл бұрын
Baga gooftaan si gammachiise raachuu ❤ jabaadhu waaqayyoo beekadha seenaan kee baayyee ulfaata 😢😢
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 Жыл бұрын
Uuuufffff haadhakoo Dhugaa waaqayyoo bagaa waaqayyoo gooftaan sii gargaree bayyee naa boo'ichistee😭😭😭 bayyees naa gamachistee ati leencaa❤
@mariyaamahadhaakoo
@mariyaamahadhaakoo Жыл бұрын
@lelot9019
@lelot9019 Жыл бұрын
Rachukoo, I'm so humbled🙏I'm so so proud of you! You're such a brilliant young man! Wish you even more success! Much love🥰
@kananimulatakanini6351
@kananimulatakanini6351 Жыл бұрын
Ijaa namaa haargiteeni tilmaamuuni baayyee ulfaata Rache nama haaja'iba jaabbaa obbooleti kee ijaa nagaa wali sin haargisisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
@RaheemaGamada
@RaheemaGamada Жыл бұрын
Rachee bashashaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 wolahii mucaa miskinaa kanaa lalee imimaanii qabachuu dadhaabee woyii mudanoo ilmoo namaa keessaa hin jiree dhaa jirenyii atii dabarsitee bagaa oboleetii ketinii rabinii wolii sii agarsisee congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉👏👏❤❤❤
@eliliiprince6456
@eliliiprince6456 Жыл бұрын
Woow im just speechless Raachu. U are the one who live this generation life standard. U deserve more dear👏👏🥰
@ebbatesfaye8305
@ebbatesfaye8305 Жыл бұрын
One of the best interviews. I love both of you, and I am so proud of you both. Rache I have even more respect for you now.
@qoosaa3528
@qoosaa3528 Жыл бұрын
Really touching story Rache! I’m happy for your union with your sister. Proud of you guys!
@Abdinuressa
@Abdinuressa Жыл бұрын
Amazing story! I’m proud of you!
@jamiilaaaliyyii8605
@jamiilaaaliyyii8605 Жыл бұрын
Raachee dhugaa rabbii jireenya ulfaatu dabarsiite Akkasuma waan itti dhiphaata turteesi argattee milkoofte jirtaa bagan gammaddee Congregation ❤❤ Akkasuma bagan nama jabaa fi foon koo taatee Leenca koo ❤
@abrehambaneta7286
@abrehambaneta7286 Жыл бұрын
What a powerful strength🥰🥰🥰Garmaamu Tola! Albuuda keenna😍😍
@foziyaniguse7590
@foziyaniguse7590 Жыл бұрын
ራቺዬዬዬዬዬዬዬዬ kooooooo የኔ ጀግና የኔ ጠነካራ አላህ አሁንም ትልቅ ደረጃ አላህ ያድርስ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@azeezaibrahim6570
@azeezaibrahim6570 Жыл бұрын
Ameeeeeeeeen
@abduselamibrahim906
@abduselamibrahim906 Жыл бұрын
Rache..what a heart touching life experience you have come across! Amazing! Jabaadhu haadhoo Koo!
@Yasin-Oro
@Yasin-Oro Жыл бұрын
Seenaa Ajjaa'ibaatti dhugaa 😢😢 onnee nama madesa dhugaa jabadhuu
@Jackson-br5ck
@Jackson-br5ck Жыл бұрын
Heart breaking story 😢, but so happy to see him overcome that tough times. Such a strong man Rachu is, dhuguma jaba namati Rachun.
@sedatkefu516
@sedatkefu516 Жыл бұрын
OMG የሚገርም ታሪክ እግዚአብሔር ከዚህ በላይ ያሳካልህ
@bikilahunde
@bikilahunde Жыл бұрын
I can imagine how challenging the situations you pass through are! Your dedication and effort toward your goals are huge lessons for all of us! Finally, you made it congratulations on your success.
@Westcoast2323
@Westcoast2323 Жыл бұрын
Can't wait😍
@wobioro9662
@wobioro9662 Жыл бұрын
Woyyoo onnee naa dhukubee rachee koo rabbi amasii si haa jajabbesuu ishalaa bayee bayee wolyii bayee boyee malii wolii tannaa kaa❤❤❤😢😢😢😢😢😢 korma koo jabadhuu
@wabiikeentube5522
@wabiikeentube5522 Жыл бұрын
Ayiiiiiiiiiiiii ani mucaa kana waan qananiin guddate natti fakkaata ture. ati jabaa namaati. kana hunda dandamattee bakka kana gahuun kee really really proud of you. osoon dhaggeeffadhu imimmaan kootu narra dhangala'e. kana booda toktok kee sirriittan hordofa.
@darartukanu6025
@darartukanu6025 Жыл бұрын
The best interview of all gamee .rachuye appreciate u ❤️❤️
@yosephabu8707
@yosephabu8707 Жыл бұрын
This interview made me not to judge peoples by their appearance,specially on tiktok. Rachu you are really brave man. You’re really trident for Oromo, Oromon si jaalachuuf sababa gudda qaba
@alemituterefa5113
@alemituterefa5113 Жыл бұрын
Uuuuuffff Rachee garan na hammatte dhugaa Baga har,aa geesse nama jabaadha ati dhugaa ❤
@hawiiamboo7427
@hawiiamboo7427 Жыл бұрын
Bagaa Waqaayyoo si gargaree Hadhoo koo Oboletii Ykn Obolesa Jechuu wan qalidii mittii Ulfaadhuu waaqakoo ebbifamaa ❤💚❤🙏🏻🙏🏻
@gentlemanduri9783
@gentlemanduri9783 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii Raacheen Mataa dhiiraatii done!
@medanetdibaba5508
@medanetdibaba5508 Жыл бұрын
ጀግና ነህ ፅናት እንዲ ነው ወንድም ተባረክ
@senadadi7711
@senadadi7711 Жыл бұрын
Senaa bayee garaa namaa nyatuu 🥲 rachee darbii jiradhuu amalee 🥰🥰
@yunusomar5429
@yunusomar5429 Жыл бұрын
I was emotional throughout this interview and amazed how strong Rachu is . God is great.
@yaawaqaayyooabdiikoosiqofa944
@yaawaqaayyooabdiikoosiqofa944 Жыл бұрын
Wayyoo hadhoo koo umurii dheradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@bashaaademaaademaa3675
@bashaaademaaademaa3675 Жыл бұрын
Bakka du,anitti hafan male bakka kufanitti hafan jedhama mittire bakka rabbin sadarkaa kanan sii gahe Raache ❤❤❤❤😢😢😢
@masaratmasarat7383
@masaratmasarat7383 Жыл бұрын
ራቹዬ የቴን ታርክሰምቼ አለቃስኩሁሉ የልፈል አቴ የዘማኑ የወጠቶች ታሚሰሌት ናው በርታ እግዚሐብሔር ከእህትጋር የገናኚክ ጠከረወጠት ናክ❤❤
@gariababora8822
@gariababora8822 Жыл бұрын
"garmaamu tola" Really thank you Gamme and Rachu!
@billaancha8394
@billaancha8394 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭 wollahi namni ha’aa keessa isaa kolfaan akka ofirraa buusu amaneera❤ Rachuukoo haadhookoo
@naimamohammed5138
@naimamohammed5138 Жыл бұрын
Uffffff Dhugaa ketii
@Abdi-Hachalu
@Abdi-Hachalu Жыл бұрын
I was watching this show with tearing 😢rachuu tiyya the journey of finding your self and your sister is so emotional
@obsiikaraamilakanatii1093
@obsiikaraamilakanatii1093 Жыл бұрын
wowowowowo wowowowowo dhugaa rabbii ani bayee sii gamadee congratulations 🎊 congratulations 🎊 baga waqayoo sii garagaree aragatee sister te,eee jabadhuu rachee kooo🙏😊😊😊😊😊
@getusorsa1017
@getusorsa1017 Жыл бұрын
Raachee jabaadhu! Kana dura life Kee kanaan duraa waanan hin beekinifwaan baay'ee siin jechaa ture. Jabaadhu dhiiroo
@martagetachew4644
@martagetachew4644 Жыл бұрын
Wow Rachuukoo , I really feel your pain because we lost our mum and dad when we were very young. Yeroo hasoftuu ofiin ilalla ture.baga waqnii dhumaakee barechee hadhookoo. Iam so happy to see you in better place 🙏🥰
@degefageleta9670
@degefageleta9670 Жыл бұрын
Really amazing history,it was very painful and difficult challenges. Nobody can bear these all challenges....❤❤❤
@tufamidekso5426
@tufamidekso5426 Жыл бұрын
Namni yaada Raachuu akka kootitti jaalattan mee asitti walitti qabamaa🥰🥰
@Gabi-j7t
@Gabi-j7t Жыл бұрын
Rachee jabbaa oromoo jabadhuu waqqayyoo bakkaa jirtuuti siyaa eguu👍👍👍💪💪💪🥰🥰🥰
@martaadirribaabashaa7637
@martaadirribaabashaa7637 8 ай бұрын
Yadaa bareedaafii wantaa bayee garaa namaa nyaatuu dubatee turee rachuun ebbifamaa wantaa isiin jedhuu hin qbuu rachuu koo jiraadhuuu tokiitii koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@darartuutube9477
@darartuutube9477 Жыл бұрын
Rachee koo sena addaatii dhugaa dubachuf darbii jiradhaa 😢😢😢😢❤❤❤❤
@gemechisbiomed4324
@gemechisbiomed4324 Жыл бұрын
You passed through incredible journey to find your sister,huge congratulations.
@muhetube272
@muhetube272 Жыл бұрын
Rache jabaa namaa 🙏🙏🙏
@Naanboon
@Naanboon Жыл бұрын
Anilee seenaa akkasin qaba guyyaa tokko dubbaadhaa❤
@tigistbekele4108
@tigistbekele4108 Жыл бұрын
ራቹ በጣም የሚያሳዝን ታሪክ ነው ያሳለፍከው የኔ አበሳ
@kuulaanikiyyaa
@kuulaanikiyyaa Жыл бұрын
Uuuuuuuuuiiiiiiiffffff madaa akkaa koo qabadaa rachuu heduu jajabinaa nafii tatee waqayoo oboletii keen walii sii yaa agarsisuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@seenaaseefuu1502
@seenaaseefuu1502 Жыл бұрын
Bagaa Nagaan dhuftan Gamme Rachee Garamamu toltu ❤❤❤❤❤
@UzeefaOromiyaa
@UzeefaOromiyaa Жыл бұрын
Baga gammade Rache 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@dmm705
@dmm705 Жыл бұрын
Light-hearted, funny, smart and strong person. Your story is heartwarming and inspiring 🥰 Jabaadhu.
@tesfayearedo740
@tesfayearedo740 Жыл бұрын
Baga gammadee obboleessoo .garmaamu tola .jabaadhu .waaqayyo si wajiin jiraa 🙏🏾
@birhanewaga1495
@birhanewaga1495 Жыл бұрын
Rachuu koo bagaa rabii sii gargaree oboletii kee aragatee❤❤❤❤❤❤obbosanii ananii goromisaa dhugaa jedhuu mitii ree bagaa waqayoo si gamachisee❤❤❤❤❤❤❤🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@melal261
@melal261 Жыл бұрын
Congratulations Rache.You proved me you're really 'Trident'.God bless your future.
@zis85385
@zis85385 Жыл бұрын
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. i dont have word for you may god bless you on all of your dream
@aberaabdeta9837
@aberaabdeta9837 Жыл бұрын
Amazing interview.Rache is great man!
@enatyefalke9555
@enatyefalke9555 Жыл бұрын
ራቼ የሚገርም ታሪክ ነው እግዛአብሔር እዚህ አድርሶሀል በርታ ወድማችን❤
@lalimegersathankyougood987
@lalimegersathankyougood987 Жыл бұрын
Wowowow Rache baga waqayyo si gamachisee Dhugaa dubachuuf obsaan dhagefachuun dadhabe gababumatii bagaa waqayyo si gammachise ammas waqayyo ijaan wal isiin ha agarsisuu ❤Rachu qalii Oromoo long live
@yomIF_west
@yomIF_west Жыл бұрын
RAACHUU! You are truly a brave man! Nuuf jiraadhu JABAA keenya🥰!🥰🥰🥰🥰
@ebisatech2880
@ebisatech2880 Жыл бұрын
Wow this Adorable things!! Rache Oromo Legends We are proud of you! Oromoko
@ayantujinfessa7992
@ayantujinfessa7992 Жыл бұрын
He faced heartbreak, loss, and disappointment, yet he refuse to let these experiences define him. He rose above his circumstances to embrace the beauty that life still has to offer. Rache, you are force to be reckoned with. I can’t wait to see what the future hold for you 💪🏽
@hussienmohammed1996
@hussienmohammed1996 Жыл бұрын
❤❤❤
@mariyambintmuslimuae4337
@mariyambintmuslimuae4337 Жыл бұрын
Rachuu koo yeroo jalqabatif dhageeffadhe gammaada show seena kee baay'ee ulfaata ta'usi atii ciimaa namatii haadhoo koo umrii dheera rabbii sii haa baay'iisuu ganda sii haa godhuu obbolleessa ❤️😭
@bontuoromo7775
@bontuoromo7775 Жыл бұрын
Dhugaa bayee Nama dhibaa Wan heduu kesaa darbitee Asi Geese Rachu Amalee jirenyaa Dhabii qabnee Sif latuu waqayoo😢❤🙏
@Jarsokatelo
@Jarsokatelo Жыл бұрын
Garmamuu tolaa,foon hadhaakoo. Welcome,I can't wait.
@Sifanbiru530
@Sifanbiru530 Жыл бұрын
Wow this is an amazing interview ever! Rachuukoo I’m so happy for you, that you found ur sister . you are such a smart, young man and a very intelligent.
@awelhussen4856
@awelhussen4856 Жыл бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉 Rache. Finally your prayer is answered. I appreciate your tireless effort to get your sister.
@SeyhanArif
@SeyhanArif Жыл бұрын
Rachee koo dhugaa ati nama jabadha
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 8 ай бұрын
Rachee miskinaa dhugaa amalaa qabeesaa garuu yoree akaastii ilaaluu namaa mudaanoo hin qabinee fakaataa garuu keesaa namaa Kan bekuu rabbiin qofaa dhugaa dubaachuufi racheen mudaanoo cimaa qabaa garuu bagaa rabbiin milkeesee rachee keesii isaa adii ❤❤
@RashaadTube
@RashaadTube Жыл бұрын
Wayii Rachuye baga Gammade Baga Gammanne concentration dhuga Ati Nama Jabadha wwww🎉❤❤❤
@yerosen6391
@yerosen6391 Жыл бұрын
This is so heart wrenching. You will shine through out the rest of your life. Thank you for sharing your story ♥️.
@amantedinka8702
@amantedinka8702 Жыл бұрын
Congratulations, very happy for you and proud of you!May God continue to bless you ❤❤
@seenaahawii8583
@seenaahawii8583 Жыл бұрын
Rachee koo seenaa Aja'ibaatii kani dhalotaafi barumsa ta'uu So I respect My bro koo❤❤❤❤❤❤❤❤
@Amiraa.123
@Amiraa.123 Жыл бұрын
Kan sin beknee sin madaliin jedhee oromon namni media irratii nama argaa malee wai nama hin bekuu rachee jabaa oromo ❤❤❤❤
@dejenetsegaye
@dejenetsegaye Жыл бұрын
I am so proud of you Rachu. I didn’t expect as you passed those all challenges. For the first time I am compelled to listen the whole of this your interview and this channel. 👏 👏 👏
@metiwokgari1545
@metiwokgari1545 Жыл бұрын
I’m speechless that you are so strong and incredible! Keep going…..
@nadhiitube8041
@nadhiitube8041 Жыл бұрын
Garmamuu tola Rachee tiridentii keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@genetgenet9909
@genetgenet9909 Жыл бұрын
Rachuu. Dhugaa ammaas waqayoo jabinaa siif Yaa kennuu ammaas seennaa garaa namaa nyaatuu obbolleett Kee argachuuf bagaa gammadee congratulations 👏 jabadhuu obbeellasaa qalii oromoo
@negesebedane2622
@negesebedane2622 Жыл бұрын
Rachu you are a hero! Gammadaa teesoo kee sirresi teesoon kankee fi keessumaa walqixa ta'uu qaba irragadee laalaa nama duubisuun sirri miitti.
@abdg0123
@abdg0123 Жыл бұрын
Im really inspired, thank you both🥰
@bm6056
@bm6056 Жыл бұрын
Garimamuu tolaa Rachuu tiridentii Oromo👏👏🥰🥰🥰😍😍
@mlka3765
@mlka3765 Жыл бұрын
Inspiring life story.. Raachu may God bless you even more! Si jaallanna
@caltuuoromo8200
@caltuuoromo8200 Жыл бұрын
💘💘💘💘💘🥰🥰🥰😭😭😭😭😭😭😭
@hawwibadhaasa5959
@hawwibadhaasa5959 Жыл бұрын
Dhugaa waaqayyoo inni waan hundumaa keessaatti sii gargaree haa kabajamuu 🙏 waaqayyoo kanaa caalatti nama dhugaa bahuu saa godhatu .Gamme atile nuf jiradhu
@alemneshnugusu2914
@alemneshnugusu2914 Жыл бұрын
Namani midiyaraa irrati bekamaa.ta .e gamadee yoo.demuu wani itti tole jiratu.fakataa wayoo rachuu koo ati nama cimadhaa dhugaa bayee si dinqifadhee baranotaa gudassi irraa baradhee bagaa gamadee waqayyoo bagaa si gargaree ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ God bless you 🙏 bro Garamaamu tolaa tiridenati oromoo
BAYGUYSTAN | 1 СЕРИЯ | bayGUYS
36:55
bayGUYS
Рет қаралды 1,9 МЛН
Rachu ft Yuti Ethiopia TikTok
24:36
Arwa Entertainment
Рет қаралды 18 М.
#Shawuu fi #Jallisaa Tiktooker #Nafyad_Adunyaa on #GammadaaShow 2024
1:17:29
KARAA DUBAA DHUFE MORMA NA HUDHE | kALAQAN PODCAST ​⁠@Hirkoo @etvafaanoromoo
1:06:44