Uuff yaa harmee 😭yaa rabbii harmee koo fi abbaa koo umri naf dheresi. 😭😭😭
@AliAbouzghaeb-ex4zm Жыл бұрын
Masha Allah baayyeen si ajaa,ibsiifadha jabaakoo gochakee boonsaadha gocha enyunuu gochuun dirqamaa ati nama jabaa nama gaariidha yaadakee rabbiin galmaan siifa gawu milkaayi
Uuuuufff yaa harmee kan kee kun adda mee harmee koo maal godhu waliin jirachuun nun taanee 😭😭😭 midiyaa kana hin jaaladhu garuu qophii kana qofa keessayyuu kan hadhaa ofii 😭😭 kan haadha qabdan waggaa kuma