AYANA | ለኦሮሞ ህዝብ መሞት ተጠያቂው ኦነግ ወይስ ብልፅግና? | Du'uu ummata oromoof itti gafataman WBO or bilxiginna

  Рет қаралды 2,717

ET politics

ET politics

Күн бұрын

#esat_tv #ethio360 #feta_daly #gegekiya #jawarmohammed #mota #oromo #seena #tigray #zehabesha

Пікірлер: 32
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 3 ай бұрын
God bless you ayana
@isamtatu7313
@isamtatu7313 3 ай бұрын
Shaakala duwwaa miti guyyaa guyyaadhan Oromoo ajjeesaa jiru.
@yifrugulufa559
@yifrugulufa559 3 ай бұрын
This discussion is much appreciated. NO MORE WAR!
@amsaleworku139
@amsaleworku139 3 ай бұрын
Ayana God bless you
@aberakumbi7954
@aberakumbi7954 3 ай бұрын
You right Ayana no war!!!
@amsaleworku139
@amsaleworku139 3 ай бұрын
War is not good for any country.
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 3 ай бұрын
BILTSIGINNAA kan uummate uummata amaaraati . OPDO n ammoo amaara gammachiisuuf BILTSIGINNAA tahe . Kanaaf iyyuu amma kan wal lolaa jiran Oromiyaa fii Habashaadha . Oromoon habashaatti harka hin kennu !
@Adugna-s2s
@Adugna-s2s 3 ай бұрын
Galatoomii Sabboona 🎉
@salmaelkanzi655
@salmaelkanzi655 2 ай бұрын
አያናየበቲኡርጌሳንመጽሀፍካለአሳውቁንኦሮሞምየገዳንአመጣጥየኦሮሞልጅአጥርቶማወቅአለበትእንደትግራይተጨካክነንከመወሻሸታችንከመከካዳችንበፊትአባቶችእውነታንእንያዝኦሮሞትልቅእግዛብሄርንየሚፈራህዝብነው
@Adugna-s2s
@Adugna-s2s 3 ай бұрын
Qawween argate ABO
@tekdemethiopia
@tekdemethiopia 3 ай бұрын
Karaan qofti bilisummaa. Irree malee hin ta'u!!
@darajeolana-py7mv
@darajeolana-py7mv 3 ай бұрын
Ayyana Waaqa birattis Ummata kenya birattis nama dhugaa akka kee barbaadama. Beekaa dhugaa dubbatu dabalee nuuf haa kennu waaqayyo
@mulatutule8243
@mulatutule8243 3 ай бұрын
Warra biyyaa ala ta’ani Lola hiyyeessa saba ko irraatti lola labsan kin dhuguman diina oromooti . Stop war ‘ from my people . We as an Oromoo need peace . Thank you ! Ayyana !
@HayuTeha
@HayuTeha 3 ай бұрын
Jala Fi gantu Dhimma Oromooti Fi Oromiyaa irra eggun qabsoo deggaartoota Fi ABO-WBO irra eggaamudha.
@mulatutule8243
@mulatutule8243 3 ай бұрын
ሀዬ ! ኦሮሞ እገሌ ይህን አገኘ ነው እንጂ ሌላው እንዴት አገኘ ብሎ ራሱን ሙመልከት አይችልም እንዴ ? ይገርማል !
@OromoFirst-ln4km
@OromoFirst-ln4km 3 ай бұрын
queen humaataraa adhabaatu yoo jeene ummin qawee dhabu mallin ???? ?.
@amarelemma8466
@amarelemma8466 3 ай бұрын
Wanti haasa'amaa jiru fallacy qaba.
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 3 ай бұрын
Belitsegenna is responsible for Oromo people's deaths. The reason why, Beltsegenna suppose to be responsible for the whole country not just for the city of Addis Ababa. The fact that Belitseginna is saying we are not responsible, Oromiya region is responsible it is shameful.
@GudissaArgassa
@GudissaArgassa 3 ай бұрын
Ayyaanaa maaloo nurraa dhaabi bu'aa tokkollee hin argattuu. Nuti akka sihubannetti uummanni Oromoo akka gargaarsa hin argannreef mootummaa itophiyaarraa sitti himamee wajjin rakkachaa jirta waanteef bu'aa buuftu hin qabdu dhiisi.
@RabowaqjiraHatau-x1t
@RabowaqjiraHatau-x1t 3 ай бұрын
yeroo hunda goochi guurbaa kana heeduu na qaanyeesa.maalif yoo jetaan goocha mootummaan ummaataa keenyarraattii raawatuu hunda WBOf sheer goodhu maale bira dabree hin beekku.WBOn waaranaa feedhi isaattiin ummaataa oromootif luubu isaa qaalii jijjiiramaa hin qabnee kafalaa jira.dhugaa Raabbii yoo duubannee waarannii kuumatammaan lakkawamuu kun angoo qabachuf loola jiraa?Ayyanaa Raabbii sii uummee soodadhuttii uummaataa oromoottif qabsawwoota oromoo dhissii.
@ejiguetana2153
@ejiguetana2153 3 ай бұрын
yaada waliin hin deemne walitti fiduun maaliif barbaachisee? Gaaffii Oromoo Kan aangoo irraa jiru karaa nagaa deebiisu didee dha rakkoo kanaaf.
@galaaneetuffa8665
@galaaneetuffa8665 3 ай бұрын
Hundred percent bilxigna new 😊!!!! OPDO is a collection of neftegas and confused people!
@melber7957
@melber7957 3 ай бұрын
Ye WBOn tos yezeh gudguad geba 👎 ante yemetseraw le neftegna zemedocheh new
@mulatutule8243
@mulatutule8243 3 ай бұрын
Angoo, angoo , angoo………. Waalii galuun kan hin dandange hundumti isani angoo barbaadu malee duguma oromoodhaaf yaadani mooti.
@ejiguetana2153
@ejiguetana2153 3 ай бұрын
Gochi tureeram amma akka haaraatti fannoon Oromoo fixaa jiraachuusaa reef dhageessa? baha wallaggaa,H/Guduroo aanaalee hundaa ,karrayyuu,waloo,raawwataa turan hin dhageenye? warri asirraa haasoftan haala duraanii,ammaa kanaa quba hin qabdan.
@seenasolomon5791
@seenasolomon5791 3 ай бұрын
Ayaanaan joonjo'ee nama joonjjessuu barbaada 😂 bilisummaan du'aaii malee namni kennaa siif hinkennu😅
@HayuTeha
@HayuTeha 3 ай бұрын
Oromoo Dubbii bay'iisun bu'a hin qabu.Oromoon lama hin qabu.ABO-WBO deggaaru qofa wanti ilmaa Oromoo Tokko irra eggaamu.innii kanan ala yaadu sabaaba itti nu amaansisu hin qabu,sabaabni hin jiru wan ta'ef.ABO-WBO jechun ilmaa Oromoo Kan Haqa Saba(Oromoo fi Oromiyaa)ciichoomiinan qabe deemu jechudha,namni kana ala jiru wanti Oromoof bu'a qabu hin jiru hin jiraatus.Dhugaa Rabbii Ayaana Fi fakkatooni Isa Kun Hayyuu of sahun sani kun nama qannfachiisa ofiiti qannfachu qaban walahi. Ayaanan ilmaa Saba Fi sablaamii yoo ta'e mirgaa qaba,garuu Oromoon akkam akka tahu nuf himu hin danda'u nu keenya hin walaale.Ayaana Fi jawar xoophiiyaniistidha.Nu garuu Oromoo Fi Oromiyaadha. #ABO-WBOn ilmaan qullqulu Oromootiin bara baran Ni jiraatu. #OROMIYAAN Biyyaa.
@solomonungashe4735
@solomonungashe4735 3 ай бұрын
Why are you presenting your program in Amharic if you have an Oromo agenda? Biddeena nama quubsu eeleerratti beeku jedha Orommon.
Good teacher wows kids with practical examples #shorts
00:32
I migliori trucchetti di Fabiosa
Рет қаралды 12 МЛН
😜 #aminkavitaminka #aminokka #аминкавитаминка
00:14
Аминка Витаминка
Рет қаралды 1,1 МЛН
小丑家的感情危机!#小丑#天使#家庭
00:15
家庭搞笑日记
Рет қаралды 31 МЛН
She's very CREATIVE💡💦 #camping #survival #bushcraft #outdoors #lifehack
00:26
Dhiibbaan OBS hanga yoonaatti uume maali?
1:02:40
OBSTV
Рет қаралды 2,5 М.
Egereen OBS Maali?
1:06:40
OBSTV
Рет қаралды 2,6 М.
Good teacher wows kids with practical examples #shorts
00:32
I migliori trucchetti di Fabiosa
Рет қаралды 12 МЛН