Jawar fi Artist Umar Suleman wal fixan!!Gaaffi ciccimaa Jawarif artist Umar Suleemaan dhiyeesse!

  Рет қаралды 39,853

Finfinnee 24

Finfinnee 24

Күн бұрын

Пікірлер: 42
@TERECHADAGNE
@TERECHADAGNE 15 күн бұрын
Umarkoo hedduun sin jaaladha korma koo umrii nuuf dheeradhu umriikoo daa'umma kootii kaasee walleeke dhagefachan ture yaa jabaakenya finfinnerra ❤❤❤❤❤biraa naaf gahaa
@KeenboonQananiisaa
@KeenboonQananiisaa 16 күн бұрын
Umar umurii dheeradhu waggaa 1000 jiradhu
@zabuurAhamad
@zabuurAhamad 10 күн бұрын
Maashaa allah❤❤❤❤
@muluworkdinka4965
@muluworkdinka4965 16 күн бұрын
You are right brother. Umar
@biyansahirpo484
@biyansahirpo484 14 күн бұрын
Wowww buli! Dhugaa jirtu tana.
@JamaalAmaan-r7i
@JamaalAmaan-r7i 16 күн бұрын
Walumaa galaa tokkomaa nuf taha❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 16 күн бұрын
Kan abiyiiti angoo dabarsee kennee lammaa magarsaati maal jawwaar irraatti iyyiitu essaa jira lammaan yeroo ummaanni lafa irraa dhumuu jawwee yoo ta.ee ittii hidhamee itti waareegamee
@YoussoufSaidmohamed
@YoussoufSaidmohamed 7 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HayatudinHamda-j1p
@HayatudinHamda-j1p 16 күн бұрын
Umriin yaa dheeratu dhugaa kunoo situ arge jabaadhu itti fufi.........
@BulloHammed
@BulloHammed 16 күн бұрын
Jechuun Akkana. Abbaa dharaa Rabbiin Arraba isaa nurraa haa qabu. UMAR SULEEYMAN ani har'a argee
@Ummuolyadtub
@Ummuolyadtub 16 күн бұрын
Gaafii jawaar gaafatan tana lammaa magarsaa kokkee qabanii gaafatuudha jara ka.ummata fuudhee qiletti nunaqe jawaar qofaamiti tokkoffaan lammaa dha jawaar abiyyi hin ta.u jechaature😢😢
@motihwagari9738
@motihwagari9738 14 күн бұрын
Respect umer suleman
@GudataAbdii
@GudataAbdii 16 күн бұрын
Umar.suleyman.haa.galatomuu
@BekeleBeyene-p4r
@BekeleBeyene-p4r 15 күн бұрын
❤❤❤
@foolleetentertainment9969
@foolleetentertainment9969 15 күн бұрын
👍
@XayyibmohammedAliyye-p6t
@XayyibmohammedAliyye-p6t 16 күн бұрын
Gaafas abbaa hinqabu amma abbaa qaba Abbaan isaa KFO TI 😢😢 Fardii gaafasi koora qaba akkasumas jilbi isaa hidhaa hin qabu Fardi ammaa koora qaba jilbi isaa hidhaa qaba JUHAR KFO SEENUTU .........
@GamuleGBayisa-qj2ik
@GamuleGBayisa-qj2ik 16 күн бұрын
Umar galatoomi daldaltoota siyaasaarraa dhukee kaasuu keef!!
@falmaduga4262
@falmaduga4262 16 күн бұрын
Ammas Jawwee alaabaa ABO tiin daldaluun sindabbaruu?????
@Ummuolyadtub
@Ummuolyadtub 16 күн бұрын
Lammaa magarsaa qabaa fidaa inni gaafa ummanni oromoo lafa kanarraa dhumee gatate asbahuu hedaa????😢😢😢maaf caldhisaa??😢😢jawaar qofaa miti inni iyyaatuma jira duris iyyaa tuma ture😢😢😢
@KenesaAguma-m6i
@KenesaAguma-m6i 14 күн бұрын
Umar jawaar enyu bakka buufatee sin mariisisa.mee itti yaada,maaltu maal ta’e warri biyya hambaa teessan lakki ofii ala teessanii ijoollee obbolaa kee nyaattee hin quufne kaattee hin quufne maaf fixxu.beekaan oromoo,jaarsi oromoo haatii oromoo dhumte.qe’een oromoo qullaa ta’e .yaa umar gaaffii kee jaaladheera.jawaar qofaa olii gadi kaatee maal fida.seenaa oromoo keessatti oromoon akka garbummaa saamicha fi du’aaf kan saaxile kan akka jawaar dorgomaa malee qophaa kaatu dha.
@GamuleGBayisa-qj2ik
@GamuleGBayisa-qj2ik 16 күн бұрын
Wahee qawwee kan geeky Jaawwar miti!
@AnsaarAliyyii-j9x
@AnsaarAliyyii-j9x 15 күн бұрын
Umar
@yandolami9602
@yandolami9602 14 күн бұрын
Lafa kanarraa si haa fixu, Wal fixuu Oromoo hawwaa haftan
@GolaOromiya-m9c
@GolaOromiya-m9c 15 күн бұрын
Abiyi garaa hin hiruu
@muazfira5835
@muazfira5835 14 күн бұрын
Juhar biyyaaf mitii dhimmaa mata isaa bakkaa gahachuuf maalee
@BakarKamaal-l6t
@BakarKamaal-l6t 16 күн бұрын
Galatoomaa
@Ramadanadan-c9l
@Ramadanadan-c9l 15 күн бұрын
Johar king
@AbdiAdensaid
@AbdiAdensaid 14 күн бұрын
dhuga dubate lencaa ko garuu biyya nuuf dhaqaba Amma siifi jaawee koo leencaa waajiin tokko taadha qalichaa kaan biiyatii kufiise kunoo Amma biiyatii sababii isaa raabbiinu looluutiin jiiraa kuno waalahi?
@TamaamMuktaar-g9t
@TamaamMuktaar-g9t 16 күн бұрын
Umar❤❤🎉😂😂
@mitikugetachew8879
@mitikugetachew8879 16 күн бұрын
Dhugaan akkasitti himama.
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 16 күн бұрын
❤❤❤❤❤😂😂💞🌳🌳💗🌳💗
@MustefaCholle
@MustefaCholle 16 күн бұрын
Itti mudii jabbaa hundaraa jabbaa
@Najiibxayib-n6r
@Najiibxayib-n6r 15 күн бұрын
Dhugaa ketii waal gorfadhaa maal
@nashaganamo5601
@nashaganamo5601 16 күн бұрын
🎉🐅🐅🌺🌺❤️❤️💪💪❤️🌺🐅🐅🐆♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰😍😍🌺🐅🐆🐆🌺🌺❤️🌺🐅🐆❤️💪💪🤲🤲👍👍
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk 12 күн бұрын
Ani ajiba nati ta.ee yero hundaa Jawara jecha olina mali Jowara lubbu isaa akka dubanee mana galacha caraa dubatu hin qabuu yoo dubatee sii ajeesana jedhani Hacaluu basee dhugaa dubana ajeesani mee qoyii Oromo kuni akkamii taa.aa jira.
@OGAALMEDIA2020
@OGAALMEDIA2020 13 күн бұрын
Jawar maqa umata Oromo daldalu fedhaaaaa
@AliMohamed-gi1tt
@AliMohamed-gi1tt 16 күн бұрын
Abiy otoo oromoo tahuu baatee goota siidaan dhaabbatuufi oromoo jabaa isii irratti udaanti waree bichaa ! Tokkolleen isaanii sabboonummaa Abiyyi caalaa hin qaban period!
@BikilaDemiso
@BikilaDemiso 11 күн бұрын
Jawaar kun Utuu hamma kitaaba shaqqalachuuf iyyu kana oromoo tokkummeessuuf ta'ee namatti tola Utuu duuti hin jiru ta'ee nuti goota hin qabnu turre jechuudha way nama lubbuun jiruuuu????
@IsmaailMiftaahu
@IsmaailMiftaahu 16 күн бұрын
Dhuga jirtu iti hime
@Ramadanadan-c9l
@Ramadanadan-c9l 15 күн бұрын
Kunoo akkanattii fafi afanirtatii debisa lencii
@FathiaAbdy-p1t
@FathiaAbdy-p1t 15 күн бұрын
❤❤❤❤
@foolleetentertainment9969
@foolleetentertainment9969 15 күн бұрын
👍
Their Boat Engine Fell Off
0:13
Newsflare
Рет қаралды 15 МЛН
-5+3은 뭔가요? 📚 #shorts
0:19
5 분 Tricks
Рет қаралды 13 МЛН
Umar Suleyman NUN SOBINAA Oromo music 2025
8:24
Hunde HD
Рет қаралды 45 М.
Marii Jawaar Mohammad Waliin: Kutaa Lammaffaa
46:47
Kadiro Elemo
Рет қаралды 54 М.
Marii Jawaar Mahammad Waliin: Kutaa Tokkoffaa
44:28
Kadiro Elemo
Рет қаралды 111 М.
Jawar Abiy injifatee//Taayyee,Lamma fi Jawar?Abiy/1/20/2025 F24
9:50