Qaanqee Show :- Faarfannaa Qindeessuurraa Gara sirba Qindeessuutti !! Daawwit Taaddesee waliin

  Рет қаралды 24,195

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 87
@chalagemechu2149
@chalagemechu2149 9 ай бұрын
maaloo akkuma yeroo biyya hambaa turtee sana suuraa Hacee dudduubakee keewwadhu!
@temammsani3186
@temammsani3186 9 ай бұрын
Dhugaa kettii babaa kiyyaa
@GajoTilahun-nr1es
@GajoTilahun-nr1es 9 ай бұрын
Daawwiit Taaddasaa…. Nama Jabaa Oromoon Qabdudha. Anaanis Kallattii Baayyeetiin Na Gargaareera. Oolmaa Narraa Qaba. Dave Si Jaallanna❤️❤️❤️ Habtee Atillee Entervew Gochuu Keetiif🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@3shumanitymoralityandtruth135
@3shumanitymoralityandtruth135 9 ай бұрын
Organic interview, cool and natural
@farhandawid
@farhandawid Күн бұрын
Dawit Koo Gaaffiin isaa deebi'eera moo akkami? Dubbiin studio sun akkam ta'eera Habte
@oromoohits4921
@oromoohits4921 9 ай бұрын
Lets supports and built studio 4 this guy
@kithordofa
@kithordofa 9 ай бұрын
Wow, an extraordinary person. Qaaxaalee ijoolee biyya ko. Bagaa jiiraate! Maalatoo Qaanqeesi taa'e, muziiqan jalqaaba bayyee bareedaadha! I'm proud of you my homie Dambi dude.
@muletagelalcha765
@muletagelalcha765 9 ай бұрын
Wow Habtee nama kana dhiyeessyu keef really God bless you. Nama jabaadha namni kun. Har'a garuu nutti hin fakkaatu. Yeroo inni manan dhabe jedhee gaddu dhugaa na gaddisiise. Maalif yoo jette nama gatii baaseedha qixa kamiinuu yoo ta'e. Kanaafuu haa deggeramu
@eyobhirpatola7020
@eyobhirpatola7020 2 ай бұрын
Genuine Interview💗💗💗💗
@jaalmaroabbasennaa4940
@jaalmaroabbasennaa4940 8 ай бұрын
Habtamu lamu galatoomi muca biyya koo Kara Demma Interview godhii mee muca qali sana ❤️❤️❤️❤️
@YAHYATUBE430
@YAHYATUBE430 9 ай бұрын
Dhugaa nama jabaadha qabsoo Oromoo keessatti ga'ee guddaa nama qabuudha umrii nuuf dheeradha🟥🌳🟥💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@lensa3719
@lensa3719 9 ай бұрын
I love this person ❤❤❤❤❤
@JoobiraaKitata
@JoobiraaKitata 6 ай бұрын
We love you daawwaa
@Haacetube1430
@Haacetube1430 9 ай бұрын
Habtee galatoomi baayyee sijaallannaa garuu godinoota oromiyaa hundarraa osoo gootee wolitti maki abdii guddaa sirraa gabdaa jijjebaadhu
@danielwakjira3230
@danielwakjira3230 9 ай бұрын
Bro dubbiin dubbii goodinaa irraa darbi; mucaan kun baay'ee Oromoof nama hojjechaa jiru dha ❤❤❤
@ShaanqooSankara
@ShaanqooSankara 9 ай бұрын
Jabaadhu habtee Keenya namoota kaameraa duuba jiran nuuf dhiisi
@abdiimuuziqaaofficial7835
@abdiimuuziqaaofficial7835 9 ай бұрын
Dawwit Taddasaa dhugaa dha nama addati its tallented man👏 pls support
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 9 ай бұрын
Extraordinary guy. Thank you so much for your contributions!
@beyechabedada7500
@beyechabedada7500 9 ай бұрын
Nama ajaa'ibaa nuuf fidde jeneraal galatoomi❤
@yonatantadele631
@yonatantadele631 7 ай бұрын
Mucaan kun garami wayiti❤
@BooreeBooranaa
@BooreeBooranaa 9 ай бұрын
Maaloo haabbee ati bara jireenya keenyaa baay'ee nu booharesite ! Great !!!!!!!!!!!!!!!!
@ArtDagimMesfinoro
@ArtDagimMesfinoro 9 ай бұрын
Dawwit keenya qaaliidha atiyyuu oromoodhaaf galannikee dachaadha🙏🥰🐅
@Mssb570
@Mssb570 7 ай бұрын
Daawwiit T galatoomi ati leenca koo
@mihiretGinbr
@mihiretGinbr 9 ай бұрын
Habtee please Suraa Haccee godhii akkumaa yeroo duraatti😢😢🙏🙏🙏.. I'm proud of you General Oromoo....
@shibireshifara3805
@shibireshifara3805 9 ай бұрын
Dev namaa jabaa ❤❤❤ilmaa warra qellem sanyii ko
@abbaa8712
@abbaa8712 9 ай бұрын
Waw good job. Love from Norway
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 9 ай бұрын
*Daawwiit Taaddasaa…. Nama Jabaa Oromoon Qabdudha*
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa 9 ай бұрын
As gahuu saba kanaa shoora hangana jedhamne nuuf jiraadhaa❤
@agartutube6214
@agartutube6214 9 ай бұрын
Daawitti nama hojii irratti qoosa hin beekne jabaadhu Devoooo
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 9 ай бұрын
Kabajaa guddaa isiini qabna Jabbaadha😊😮😊
@GemechuAdmasu
@GemechuAdmasu 9 ай бұрын
Gingilchaaa Qaanqee Show Maltimiidiyaa irratti qophii bareedaa dha
@abbaadanuu6701
@abbaadanuu6701 9 ай бұрын
Too humni sirraa hafee boqqollo tumii
@tolawakbekuma6235
@tolawakbekuma6235 9 ай бұрын
habteee keenyadhimma goota keenya kana itti jabbeessi
@kenbontirfesa7005
@kenbontirfesa7005 8 ай бұрын
Dave our hero
@SEENAAFAN
@SEENAAFAN 9 ай бұрын
Wow nu jiraadhu daawwe
@guitarkeyboardchords8156
@guitarkeyboardchords8156 9 ай бұрын
Maaloo Oromoo nama cimaa kanaaf Furmaata tokkoo kennuufi qabnaa 😞
@teferaket
@teferaket 9 ай бұрын
Bareeda sagantan keessan namati tola jabaadhaa
@Sunayna-c9o
@Sunayna-c9o 9 ай бұрын
Waawooo galatoomi qallii nama
@healthtalk4198
@healthtalk4198 9 ай бұрын
Silaammoo Gooftaa dhiisee eessaa isa uumameef jiraata?! Ani saba kana kanan uummadheef akkanni nawaaqessuufi jedhe Waaqayyo.
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 9 ай бұрын
Mucaan goobaziidha❤❤❤❤
@Zarihun560
@Zarihun560 9 ай бұрын
Abbo sit hatolu ❤
@MusaAlemayehu-yf4lw
@MusaAlemayehu-yf4lw 9 ай бұрын
Seenaa bareeddaa❤❤
@Jazminhun5764
@Jazminhun5764 9 ай бұрын
Daawit nama qaroo danddeettii cimaa qabuudha; Kennaa Waaqni Oromoo badhaase. Nuu jiraadhu jennaan..
@muletagelalcha765
@muletagelalcha765 9 ай бұрын
Wow har'an bare mucaa dambii ta'uusaa
@gadaa-
@gadaa- 9 ай бұрын
Habtish adaraa rabbii Weellisaa Biqilaa Guyyootaa nii barbaadi nuu fidii seenaasaa nuuf qooduu qaba
@WengelDida-b5v
@WengelDida-b5v 8 ай бұрын
baakii lamaanii😂
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 9 ай бұрын
Yadaa bareedaa
@oromoohits4921
@oromoohits4921 9 ай бұрын
He speaks local leeqaa accents men😊
@walabufilmproduction94
@walabufilmproduction94 9 ай бұрын
Amma dhugaa yoo dubbanee warra inni hojii hojjeteef kun walitti qabamanii sagantaama tokko qenddeessanii mana tokko bittuufii dadhabdanii dhugaa ?
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 9 ай бұрын
Jeneeraliticha Kaanaadaafi ....Finfinnee!
@AlfanurTube
@AlfanurTube 9 ай бұрын
Yeroo jalqabaatif arguu kooti nama kana sirritti nuuf gingilchii
@aberuteressa9024
@aberuteressa9024 9 ай бұрын
😂😂😂😂😮
@sanyii9438
@sanyii9438 9 ай бұрын
sagalee...?
@firitefera1599
@firitefera1599 9 ай бұрын
sagaleen hin dhagaahamuu maal tatan jeneraal
@EphremAsfawe
@EphremAsfawe 9 ай бұрын
Dave Adnaki keedha man
@yonatantadele631
@yonatantadele631 7 ай бұрын
Me daweiti lemmi nuf dhiyessi general
@Sanyiioromoo-f6l
@Sanyiioromoo-f6l 9 ай бұрын
Habtaamu
@Sanyiioromoo-f6l
@Sanyiioromoo-f6l 9 ай бұрын
K h
@aymohussein2061
@aymohussein2061 9 ай бұрын
Dawood slow motion kkkk lol
@seenaa1122
@seenaa1122 9 ай бұрын
❤❤❤
@Abdiikadir-sv3dp
@Abdiikadir-sv3dp 9 ай бұрын
Suuraa hacee of-duuba kaa'i haftee akkuma duraan san
@sanyii9438
@sanyii9438 9 ай бұрын
araada wayii qaba maassaneera dafii gadhiisi..😁😁
@adisloza1133
@adisloza1133 9 ай бұрын
Doofaa maal si galche
@hanutube332
@hanutube332 9 ай бұрын
👍👍👍👍
@TamiratZewdu
@TamiratZewdu 9 ай бұрын
show baayyee namatti tolu waantan siira wantaan barbaadun qaba yoo heyyemamaa taate innis gorsa fi muxxaannoo
@ergatube8319
@ergatube8319 9 ай бұрын
Seenaa bareeda qaba
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 9 ай бұрын
❤❤❤❤😂
@Mssb570
@Mssb570 7 ай бұрын
Rabbi sin bulchiin oromootu bulchaa jira jrttaa? Afaan guuttee? Ayii media Boqqolloo
@MerobNGT
@MerobNGT 9 ай бұрын
Phootoo hacaaluu Hundeessaa maalif duuba keeti dhaabame
@Gulaallii12
@Gulaallii12 9 ай бұрын
Qophii kana baayyee jaalladherraa
@shelemehachalu1387
@shelemehachalu1387 9 ай бұрын
Adaraa yaada koo kana ittiin naaf ga'aa!! Viidiyoo guutuu isaa hin ilaalle. Mata dureedhuma viidiyoo kanaa ilaaleen 'comment' gochaa jira. Dhugaadha dandeettii muusiqaa keetii baay'een ajaa'ibsiifadha. Garuu, biddeen barbaachaaf (qarshii) jettee, ogummaa mana Waaqayyoo keessatti wajjin guddatte, tajaajila ulfina Waaqayyoof oolchuu dhiiste. Waaqoliin tolfamoon akka ittiin ulfina argatan goote. Ati ammayyuu Kiristiyaana; garuu hir'uu foon keetii guuttachuuf jecha hojii si hin ilaallanne duukaa buuteerta. Na amani, hir'uu kee dabalaa deemta malee jijjiiramni ati of-irratti fiddu hin jiru. Kanaafuu, yoo dandeesse ija kee birrii ariyachuu irraa kaasiitii, hojii kee hundumaan ulfina Waaqayyoo muldhisuu yaali. Isa gara darbeef jireenyi ati dabarsite hin gahaatii gara mana Waaqayyootti deebi'iin dhaamsa obbolummaa kootiitii!
@almazshume6340
@almazshume6340 9 ай бұрын
Oromoo waqaas jedhaa mocaa kaana gargaraa😢
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 9 ай бұрын
🙏🙏😍😍🥰🥰💪💪💞💞💖💖💕💕❤️❤️👍💯☝️
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 9 ай бұрын
Mootoraa qabsoo artii oromoo qaalii sabaa
@yadanoasefa
@yadanoasefa 9 ай бұрын
suusii qabaaa
@danoendalu6775
@danoendalu6775 9 ай бұрын
laakii
@adisloza1133
@adisloza1133 9 ай бұрын
No never
@masen3130
@masen3130 9 ай бұрын
Amma nama karaan duraa bade, kan afaan waljala darbe kana nu affeertaa osoo namni irraa baratan danuun jiranii???
@JoobiraaKitata
@JoobiraaKitata 6 ай бұрын
araadaan faaraaf hin ta'u maaf daawwatteti?Bomboclat
@MamushShentema
@MamushShentema 9 ай бұрын
Hace dagate suraab isa in dhiftee
@todaytube718
@todaytube718 9 ай бұрын
saitii hin jedhin sa'atii jedhi subskirayippii hin jedhin subsrcibe jedhi
@etinish
@etinish 9 ай бұрын
❤❤❤
@AdinaanMuhmmad
@AdinaanMuhmmad 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
Icciitii Award Mo'achuu!! Asaantii Aschuu
32:01
Qaanqee Show
Рет қаралды 8 М.
Waanan Mootummaa mormeef Muumichi Ministeeraa na badhaase!!
47:00
Qaanqee Show
Рет қаралды 38 М.
Chain Game Strong ⛓️
00:21
Anwar Jibawi
Рет қаралды 37 МЛН
Qarshii Miliyoona 19!!  Aartiisti Tafarii Salaalee
38:31
Qaanqee Show
Рет қаралды 20 М.
Abbaa Lataa Acting Academy Turtii Xilaahun  Gugsa waliin Taasifne
55:38
Abbaa Lataa Acting Academy
Рет қаралды 26 М.
HEERUMA: ( New Oromo comedy ) Comedy barsiisoo baayyee baayyee nama hawwatu.
20:02
Lookoo Tube(Magee Buree)
Рет қаралды 77 М.
Khaab Sanyii fii maro dubaatee
24:29
Mikael 11
Рет қаралды 240
ARAARICHAAFI WARAANICHA.
14:11
KALLATTII
Рет қаралды 2,9 М.
Oro Movie || Hirkoon Naggasuufi || Oroo Movies
15:28
Oroo Movies
Рет қаралды 16 М.