😭Raajotni Jannata hin galle Beekaman😭 Raajii Masarat Gaariidha Iyyuu Cufaa‼️CHRISTIAN MEDIA

  Рет қаралды 13,948

CHRISTIAN MEDIA

CHRISTIAN MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 249
@ChristianMedia1
@ChristianMedia1 7 ай бұрын
Weebsaayitiin keenya kunooti👇👇 christiannewsethiopia.com christiannewsethiopia.com
@KakuuDeebisa
@KakuuDeebisa 7 ай бұрын
Yooyyaa baay'ee isin jaalanna kirstaan midi'aa.
@MakeahMakeah
@MakeahMakeah 6 ай бұрын
88
@Shawaye-f4l
@Shawaye-f4l Ай бұрын
yaa goftakoo atii hin dadesaa hudumtu sif hin dadamaa maloo arara Kee nuf bayisii kaa baricii isaa hin ulfataa abaa koo yesuse ☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭😭
@prophetbekademisie
@prophetbekademisie 7 ай бұрын
Nama Motummaa waaqayyo galuufi hingalle kan beekuu waaqayyo qofa
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 7 ай бұрын
Dhugaketii galatomii ❤❤❤❤❤
@Nuguseek
@Nuguseek 2 ай бұрын
Okee ati hiin gaalta moo kee siiti hiin muulane ama kaani naama asoftuu Kee beeki
@ObseeIbsaa-f1x
@ObseeIbsaa-f1x Ай бұрын
Nama diiqaa yaa waaqayyoo Namichaan waaqumaa ta,ee gaadui bu,ee😊😊😊😊
@KTG200A
@KTG200A 7 ай бұрын
Yaa waaqayyo ati raajummaa kana adda nuuf baasi.wanti raajame kun immoo yoo dhuguma ta'e raawwii isaa ijaan nu argisiisi sabni keenya akka hin burjaajofne😢😢
@thanksjesus7980
@thanksjesus7980 7 ай бұрын
Yaa obbolessakoo namootaa motumaa isaati galu waqaayyoo ofi isa ni bekka . Hiciiti kana immoo Tasumamoo namootati hin mulisu. Wengelisi namoota rajumaa arginee jedhaan dubbi wengelaa iraati cafamen qoraa ilalaa jedhaa. Waaqayyoo mitti kan mulaata kana sitti agarsisee . Ofikee umaate of kessaa bastee hasooftaa ykn imoo Afuraa biraas ta'u dandahaa kan sitti mulisee. Araraan waqaayyooti debi'i. osso wengelaa sitti dubistee bektaa ta'e obboloota kee kanaf ni kaadhaata malee sabaa fulaaduraati batee maqaa hin ballesutuu turee.
@Mobile-tg8gf
@Mobile-tg8gf 7 ай бұрын
Kkkkk sentenewu yekefeluk
@MegMegarto
@MegMegarto 7 ай бұрын
😂😂😂😂😂uhhhuu7 maal Nama garma dhugaa 😅😅😅
@DebelaDemsew
@DebelaDemsew 3 ай бұрын
Anaf kan in galee eenyuutu Abba murti si godhee sihii
@Kulani-i2b
@Kulani-i2b 6 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuu Raajiin kun dhugaadhaa yaabiyyaa waaqnii Masat nuuf dibee kaase sitti haafaraduu yoo achii dhaqxee malee ati hin fayyitu
@moetesgera7329
@moetesgera7329 7 ай бұрын
Waqaayyoo Sii haa ifatuu Yaada mataa kee galmeesite Dubbiftaa Sitti haafaraduu yesus Rajii Eyuu chufa Nama hojii seexana digurrati Waqaayyoo Mosiseedhaa isatti hin bu'inii Waqaayyoo kasn Mootumma isaatti galchuufi hin gachiinee Sitti himamitti ofii iyyu bekaadha
@DiniqqeeBokaa
@DiniqqeeBokaa 3 ай бұрын
Waqayoo sittii haaa Araramu kaan motumaa waqayoo dhalluu waqayumatuu bekkaa 😢😢😢😢😢 maalloo araraa kee goftaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙏🙏
@EdosaAbera-j2h
@EdosaAbera-j2h Ай бұрын
Dhugaa waqaa tamirat inni naqamtee dhugumaa waan hin barbachisnee hojjetaa
@Feeniiyoutube
@Feeniiyoutube 7 ай бұрын
Waaqayyoo sinaa Eebbiissuu wanta sagalee waaqayyootiin faalaa ta'ee as Media tii as hin fidaana kana kan beeku goofta duuwwadha
@FunyeeJalduu-v3r
@FunyeeJalduu-v3r 7 ай бұрын
Waaqayyo odeesituu safaraa kessa mitti ijoolleen isaa yoo balessaan iyyu ofi adabataa malee icitti ijoollee isaafi of isaa giduu basee hin himmuu Hutubaa ija of kessa jiruu ottu hin basin hubaa ija obboleessa kee kessati quba hin qabin jedhaaa kana kunoo.
@FaasigeeGannati
@FaasigeeGannati Ай бұрын
dhugaa jettee waaqayyoo icitii ijoollee isaa hormatti mul'isuu
@StoreMobile-g3c
@StoreMobile-g3c 3 ай бұрын
yesuus Namichaa kanaafi hararaa☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭
@megersabelisa6386
@megersabelisa6386 6 ай бұрын
Maalitti beekta nama jannata galu waaqayyo qofaatu beeka.
@eliasaberra
@eliasaberra 7 ай бұрын
Waan akkasi dhugaas ta'u sobas, miidiya irratti akkas ba'amee hin haasa'amu. Rakkoon kamiyyu yoo jiraate keessatti walitti himuufi wal gorsuudha malee, akkas ba'anii waan hin taane haasa'uun Amala kiristaana irraa eegamu miti . As irratti dhimma kiristaanumma kan jabeessu qofaatu haasa'ama.
@MilkiiA-nw2re
@MilkiiA-nw2re 7 ай бұрын
Eeyyen dhugaa jette hubannaa nuuf haa laatu 😢
@AbesAlamu
@AbesAlamu Ай бұрын
Maloo Yaa wqy maali kun ijoo dhugaadha moo garuu
@Moetesgera
@Moetesgera 7 ай бұрын
Waaqayyo warra mootummaa isaatti galaniif hin gallee galmeesaa si dubbisiisekaa ajaa'iba kun ilaalcha dhuunfaakeeti mootummaan waaqayyoo kan galaniif hin galle hardha miti kan adda baafamu yesuus deebi'ee yeroo muldhatu fi iji hojii namaa ibiddaan yeroo qoramu sana malee jedhii itti naa himi!
@Gifti-fg1gr
@Gifti-fg1gr 7 ай бұрын
Kana waqayyotu beekaa😮😮
@Eluuser-dx5ui5uk3f
@Eluuser-dx5ui5uk3f 7 ай бұрын
Lakki atis akka jette hin jedhu Dhugaan Wangeela, Ani yaada Lamaan keessanu hin fudhhu
@lukitohelwa2210
@lukitohelwa2210 7 ай бұрын
Waqayyoo Habana fi ogummaa nufi haa kenuu garuu mul'aata keenyaa qoree haa ilaluu Midian ti otoo hin fidini esaa akaa dhufee adaa bafinee yoo ilalee garaa namatisi dhagahufis nitolaa ilaluufisi ijaa namatisi nitolaa 😢
@bk7202
@bk7202 7 ай бұрын
ያዋቀዮ አማሞ ደብተራን አፋን ከኛን ዱፌ ካን ናማ ድቡሞ ካን ዮናታንፍ ካን እዩቲ ፈዩ ዳሎታ አርገ ሰጣን ስኤርገ ስን
@BontuGetachow-id5zl
@BontuGetachow-id5zl 7 ай бұрын
Mat 7:1-5,...maaliif huuba ija obboleessakee keessa jiru ilaaltaa? Utubaa isa ijakee keessa juru hin hunattuu?... Fuulumtisaayyuu nama dhugaa dubbatu hin fakkaatu! Ergaan sodaachisaan akkasitti hin himamu sagaleen dhugaan gaafa dubbatamu isa dhaggeeffatuttillee hin beekama Waaqayyoo lubbun tokko akka hin banne barbaada warri ergaa sodaachisaa akkasii dubbatan maaf akkasitti dubbatu dura osoo of ilaalani gaariidha isin warri midia kanaas waan argitan nutti hin fidina qoraa ilaala adda baafadha Nuti kiristoosiin malee dhimma raajotaa hin qabnu raajiin raajii caalu wangeela
@RobaGobena-t5l
@RobaGobena-t5l 4 ай бұрын
Warri christian media kun nuti toltu garuu waan hundumaa hubachuu qabduu waaqayyoo dhoksaa mootumaa isaa eenyutiyyu hin beeksisne namatii ergaa dubatuu kanaaf namni hunduu haa kadhanuu
@MasaratMasarat-wn1vb
@MasaratMasarat-wn1vb 6 ай бұрын
😢😢😢😢 waqqayyoo sitii haa araramuu
@moetesgera7329
@moetesgera7329 7 ай бұрын
Rajii Eyuu Chufaa irratti hin ka'iina Dhugaa 😢❤💘💘💘💘💘💘❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@warioelemo
@warioelemo 7 ай бұрын
waaqayyoo guyyaa dhumaa maal haa faraduree yoo isinuu hojii waaqayyoo keessa galtanii warra mootummaasaatti galuufi hin galle adda baafta tahe!
@FanoFano-z3d
@FanoFano-z3d 7 ай бұрын
Ya Waqayyoo Mali Nuf Farada Lata Guyya Keti Haraa Kee Nufi Debisi Nudubekadha Ofi Jedha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@BoNTushibbiruwO
@BoNTushibbiruwO Ай бұрын
Maaliifi waanii akksi nuttii fidee🙅🤗🤐
@Merii-j5x
@Merii-j5x 7 ай бұрын
Yaa waqaayyoo araara.kee nuuf busii Attii adaa nuuf baasii raajumaa kana 😭😭😭😭😭😭😭😭
@TiktSabontu
@TiktSabontu 6 ай бұрын
Waqayyoo Malgonaa warraa nu burjajessaan Maloo fardii holonikee rakkachaa jirtii borjajesitotatuu bayyatee
@IftuHinsermu-ct3ih
@IftuHinsermu-ct3ih 6 ай бұрын
Kun dhugaa moo sobaa amanuun namatii ulfataa😢😢😢
@FunyeeJalduu-v3r
@FunyeeJalduu-v3r 7 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢 Ee badeee yeee kuni bekkamuu jalqabee mooo malooo ree natisi himmi mee waaqayyo Araraa nufi godhiii ati 😢😢😢😢😢😢😢
@sanniitubedhagaagoleeqajel332
@sanniitubedhagaagoleeqajel332 7 ай бұрын
Me kadhadhafi akka biyya lafa kessaa hin banetti waqayyoo muldhata midiyati himi jedhemo waldati himmi jedhe jedhati naf gafadha malo nan gubadhe barana dhugaa 😢 3:54
@SatenaNigatu
@SatenaNigatu 6 ай бұрын
Wanti akkas midiyaa irratti hin odeeffamu akka walaalummaa kooti. Yoo ta'eyyuu ergaan kan jara sanaa waan ta'eef nutti himuun maalif barbaachise jaratimatti himanii akka isaan fayyan maaliif hin goone! Kun saba burjaajessuu irra darbee babaldhinna wangeela keessattile waan gufuu ta'uudha. Sababni isaa karaa raajota kanaa lubbuu baay'ee si'oli jalaa olcheera. Kana yoo jedhu hojii fayyinaa waaqayyoo karaa isaanii hojjatu ilaaludhaan namoonni baay'een kiristoos fayyisaa lubbuu isaanii godhatanii fudhataniiru. Kanaafuu midiyaan keenya midiyaa nuuti jaalanu "kiristian media" waan akkaasii kana nuuf hin gabaasinaa.
@YonasBakala-uq4qz
@YonasBakala-uq4qz 7 ай бұрын
Dhugaa ta'uu danda'a,akka nammootni irraa of-eeganiif itti muldhisee yoo tahee maalitti beekta? Rajii Ermiyaasin waaqayyoo isaannif hin kadhaattin.....jedheera Kanaa jechuun koo isaan cubbaammoota jedhee Ermiyaasitti himeera... Waa'ee nannaawees ni beektu...akka karaarra jal'ataan Yoonaasitti himeera,
@MarizaHusain
@MarizaHusain 7 ай бұрын
Isaanumatti dubbatata malee nama hin erratum yesuus
@azizatijanitijani2904
@azizatijanitijani2904 7 ай бұрын
Duuda kee haa kutuu rabbiin sobduu afuura kee rabbiin haa cufuu ati ajaahaan tortooran dhufuun essati waqaayoo argiite abjuudhan sobduu hin qanooftuu
@AbebaBoki7777
@AbebaBoki7777 7 ай бұрын
Wangeelumma ofi fuldura gooteetuma gad afuuftaaka 😂
@abyya2271
@abyya2271 7 ай бұрын
Waqqayyoo hundumaa keenyaattii haa araramuu
@Link-iu5yw
@Link-iu5yw 7 ай бұрын
Soboduu soboduu soboduu,soboduu ergaa yomii rajumanii dafatararaa rajamee, kunii itumaa yadaa oletii daftararatii barefatee, rajumadhaa jedhaa ,wara ayanifii umnii waqayoo iraa jiruu iraa lalee, Kanafuu isinuu kanaa maalii jetanii rajidha nuu jetanii nuu gadiu dhifanii😢😢😢
@Sara-qz1px
@Sara-qz1px 7 ай бұрын
Sumafiiyu nan sodadhem 😢😢
@sanniitubedhagaagoleeqajel332
@sanniitubedhagaagoleeqajel332 7 ай бұрын
100%
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 7 ай бұрын
Jajjabaadhu harkuma warra amma maqaa dhoofte kanarratti deemtee fayyita😅😅😅
@EliyasM-kx9ed
@EliyasM-kx9ed 7 ай бұрын
Ittii dabalii malee
@MarizaHusain
@MarizaHusain 7 ай бұрын
Dhugaakeeti lubbu eessumaa baatee kuni
@getubegna8011
@getubegna8011 6 ай бұрын
Dafiiti qalbii jijjiirradhiuu wsaqati qoostee
@NATANIElWorku-le7sq
@NATANIElWorku-le7sq 6 ай бұрын
Yaadni waaqayyoo tokkollee kessa Kan hin jirre raaji ogumadhan duuka bu'amee soba garuu dhugaa Kan fakkaatu ergan kun Akka namoonni namoota ciccimoo waaqayyoo nuuf kenne amantoonni fudhatani ittin hin fayyineef toofta seexanni baasedha malee waaqayyoo Bira gonkumaa natti hin fakkaatu dabalee namnii lafarra jiruu mootumaa waaqa galuu fi dhiisuu ISA Kan murteessuu waaqayyoo matasaati malee Nama miti rakkinni addunyatti dhufuu kamiyyu kristanota dhugadhaaf yeroo furamuuti yaddo biiya lafaa kana nun canquu garuu please yaa dhaloota waaqayyon haa sodannu qarshii , beekamtidhaaf jettani dhugaa waaqayyo sobatti hin jijjirinaa .
@Waanoroo
@Waanoroo 7 ай бұрын
Waaqayyo hunduma keenyaaf araara Haa godhu malee, Nama mootummaasaa kennuufii fi hin kennineef namatti ni himaa garuu?
@MaryHaneh
@MaryHaneh 2 ай бұрын
Waqayyoo sittii yaa araramuu
@MarizaHusain
@MarizaHusain 7 ай бұрын
Waldaasaa dhaqxee ittiin hin himtuuree ,ati eessumaa baatee inni mootummaa waaqaa beektu,waaqayyo si haa ifatu
@ShambalSinke
@ShambalSinke 6 ай бұрын
Wangllaa jireenyaa maqaa wangeellaatiin Hin nagdnaa waaqayyoo hudmaa Keenyaa Hin bekaainuu kani motuumaa isaatii galuu inuu addaa badaa gaaruu Ati kadhadhuufii malee akka Addaa bahuufii
@Meri-d6z
@Meri-d6z 23 күн бұрын
Maloo warri midiyaa nama akkasi gadi hin baasina achumati mulaticha irrati ha kadhatu
@SleepyAtom-sq7se
@SleepyAtom-sq7se 6 ай бұрын
Naamaa walitii naquu babadee ati moo mee ati ofii ketini ofii ilili ishii
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 7 ай бұрын
Dhugaa kunii waqaa biraa mitii sumatuu dubatee malee waqayoo baka isaanii wolagahii hin demiinaa hin jedhuu baka naganii hin jiretii naga labsaa jedhaa malee 😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@KennaaKoo-tu3iy
@KennaaKoo-tu3iy 7 ай бұрын
😂😂😂
@LelisaMerga-ig5nt
@LelisaMerga-ig5nt 6 ай бұрын
Adaara waaqayyoo Maqaa Gooftaatin Hin daldaalinaa!!dhuma Nama hundaa waaqayyotu beeka!
@OlanaTamiru-fq3tc
@OlanaTamiru-fq3tc 6 ай бұрын
Obolesako janjofte nun janjesinii
@ObseeIbsaa-f1x
@ObseeIbsaa-f1x Ай бұрын
Kuun maannaa Ta,ee tuureetuu Vidoo dhufee😅😅😅😅😅
@retafufa
@retafufa 7 ай бұрын
atis isaan keessaa tokko siinoo maaliin beekna waan hundaafuu waaqayyo hubannaa nuuf haa kennu
@MartaMuluna
@MartaMuluna 7 ай бұрын
Eenyuudha inni angoo namatti faradu qabu dura of ilaala Warri Cal jettani mul'ata mul'ata jettan kun kan mootummasatti gooftaa yesus qofadha atiyyu iddo dhaqxu hin beektu of ilaali mul'ata daftarrara dubbisani hin dubbatan ati hojeta lusifar atiyyu Mee dafi yaada garaakee geeddaradhu caffanni qulla'an utuba ija Kee keessa Oto hin baasin uuba ija obboleessaketi hin ilaaliin Araaraasa sifaa deebisu
@AaaaHm-v7q
@AaaaHm-v7q 7 ай бұрын
Uuuuuuffff duraa isaaniti himi isaan barsisii maalu midiyaa irraa si fide. Egaa waaqayyoo addaa haa baasu. Garuu kun ilaalchaa kee taanan baayyee nama gaddisisaa
@FikaduAbera-ph4xk
@FikaduAbera-ph4xk 7 ай бұрын
Warri miidiyaa kiristiyaanaa maaliif waan qulqullina qabu akka tamsa'u hin gootanii?
@BklaoFaha
@BklaoFaha 7 ай бұрын
Nan raajajettee afuuftaa afiikeef iyyuu qalbii geddaraadha
@matebee9665
@matebee9665 7 ай бұрын
Waqaayoo sabbaa isaa gate'ee hi bekuu
@ChaliDaba
@ChaliDaba 20 күн бұрын
Afuuufa!!! Atoo keessa jirtamoo ala jirta! Jaamaa
@DeraraErena-sy5dj
@DeraraErena-sy5dj 7 ай бұрын
Maqaa yesusn si keessa haa cabuu Rajii Sobduu nana dhaloota karaa irraa hin baleesiin innaftuu Sitti haa Araramuu
@MasaratAlamuu-c1i
@MasaratAlamuu-c1i 7 ай бұрын
Uuuuuuuuffff😢😢😢😢😢😢 malii kun baraa malii kessaa jiraa baraa harkaa Wal qabannee Wal. Guddissuu qabuun gufuu Wal jalaa kenyee Waal kufisuuf ademenaa😢😢😢😢😢😢 waqayyoo sittii haa ararammuu atuu mataa kettiin osoo waqayyoo sodattee waqayyoo jalatee ergaa waqayyoo sittii kenneee kanaa irratti kadhattaa isaniifis araraa kadhattaa turee dabalataas midiyyarrattii battee dubbachuu keen dirsaa isaan qunaamtee ittii himtaa turee wanummaa dhagenyee dhisinuu wallii walalee waqayyoo addaa nuf haa bassuu namaa motummaa waqayyottii galluu enyuu akka ta'ee Kan bekkuu Yesuus qofaaa
@ديربا
@ديربا 4 ай бұрын
Waqaayootuu galitee motuumaa jenataa sinniti kenee moo isatuu hafee rajaataa baraa kanaa safuudhaa eyelee bekuu inn dadauu maloo dhalotaa Mafi dadhabistuu
@TsegaGift
@TsegaGift 7 ай бұрын
Hin sobda. Sumaatu itti farada jira. Waaqa Abbaa malee namni beekuu jiru. Kun mul'ata miti. Kun abjuudha. Seexanaatu hirriba si dhowwa bule
@TakeleTulu-xk7uw
@TakeleTulu-xk7uw 7 ай бұрын
Maa albaata obboleessakoo kan mootummaa waaqayyoottti galu si miti waaqayyotu beeka dhudhuuftuu wayiiiiiiiiiii
@DuretiNenbi-vu8ok
@DuretiNenbi-vu8ok 7 ай бұрын
Maali jedhaara😮😮😮😮😮 nuuti araarmii gooftaa😢😢😂😂😂😂😂
@YisakAnno
@YisakAnno 6 ай бұрын
Yaa Waaqayyo ati guyyaa murtee keenyaa ati nu gargaari
@FikadekarorsaTaye
@FikadekarorsaTaye 3 ай бұрын
Ifatamii abboo
@birkehailu9180
@birkehailu9180 7 ай бұрын
Ati namicha abaarama nan waaqayyo si haa ifatu waan garaan kee yaade dubbata ijoollee waaqayyaa harrabsuu dhaaf kan bate waarra jaattu footee mootummoo situ qopheessa miti itti gaafatamta nama dhugaa dubbattu ijatu beeka inqaanofte Eyuu chafa biyyi lafaa ittiin mormitee dadhabdeetti irraa si haa ifatu ta'i gadi inaaftuu
@CaaltuuTullamore
@CaaltuuTullamore 7 ай бұрын
Namichi innaafaa waayii irraa qaba sobduu kun dursa kan kee bekkii mee 😂😂
@LemaFiqiru
@LemaFiqiru 6 ай бұрын
Waq baraa keessan guntur isiin haa eebisuu
@RedmiZubara
@RedmiZubara 7 ай бұрын
Ati enyudhaa😅😅😅😅
@BayisechalaChala
@BayisechalaChala 7 ай бұрын
hinfrden siti fardaam jedhaa waqayyoo
@DanielTafesseBekele
@DanielTafesseBekele 7 ай бұрын
Waaqayyo nama isaa ni beeka , ati garuu mataa kee waqqayyoo kee kadhuu seexanii akka si hin dogogorsinee, Waaqayyoo waqni waaqoota wa'ee materiali biyya lafaa iddoo hin kennu ,nama is inumtiyyu kallattiin ittin dubbataa
@gutatatilahun4400
@gutatatilahun4400 6 ай бұрын
Kan mul'ata argan hundi Waaqayyo biraa miti!Qoranii ilaaluun gaariidha.1 yoh 4:1-4.
@BaqalleeGadaa
@BaqalleeGadaa 7 ай бұрын
Abboo gooftaan dhiifamaa isiin haa godhuu ati waanii mal tatteefi siiti himee yaa waqaa bara keenyaa ati yaddahuun
@sifanzeleke5200
@sifanzeleke5200 7 ай бұрын
😢😢😢😢 attii fayyii duraa
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 7 ай бұрын
Maaloo sobduu akkasi nutti hin fidina achumatti dhageefadha dhisaa kiristaan miidi'aa😂😂😂😂
@GeremuAsfaw
@GeremuAsfaw 7 ай бұрын
Ati miseensa waldaa eessaati?
@chaltukasaye8638
@chaltukasaye8638 7 ай бұрын
Rajootaa bara dhuma Fakkessaa Mul'ataa dubachuu duraa Waaqayyoo isaa itti mul'isee hin galatefatu??!!! Sobduu dhaa kunii 🤔 Waaqayyoo Gaariidhaa akka kee osoo ta'e yonaa badnee turee 💔😢
@abcdabcd5130
@abcdabcd5130 7 ай бұрын
Sagaalee waqayoo enytuu motumaa enyuutuu gaalaa hin jedhnni a jedhaa maalii yaa namichoo ofii ergadhuu maaloo maalloo ofii ergadhuu
@Tinishuabiye
@Tinishuabiye 7 ай бұрын
Atoo nigaltaa motuma waqaayoo
@barobaro16
@barobaro16 7 ай бұрын
Maaqa iyasusin iyasusin badi boo ati
@FikadekarorsaTaye
@FikadekarorsaTaye 3 ай бұрын
Maaloo maal taatee namichoo waqayyoo sitti haa araramuu kan sobuu sidhaa dhugaa
@KenenisaTamiru-jt7un
@KenenisaTamiru-jt7un 6 ай бұрын
Inni qajeelan qajeelina Isa it ha fufuu inni hama hojetu yaada gara ha gedaratu nu dhuga fudhane san ittin wal tiksufi male wal balesuf mit waa'e motuma waqayyo beekun kan kenam yesus qofafi kanaf afaan badisa labsu kan kann dubii Isa labsuti ha debifanu ya lamii ko kot waarra ifa hin arganet dubii Isa oddesin karrara wal gufachisu ha dhisnu
@AreguGirma
@AreguGirma 5 ай бұрын
@firodiriba
@firodiriba 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AmanuelAyinalem
@AmanuelAyinalem 6 ай бұрын
𝚃𝚟𝚎𝚗 𝚍𝚑𝚞𝚔𝚔𝚞𝚋𝚋𝚊𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚖𝚘𝚘? √ 𝙺𝚊𝚗 𝚔𝚘𝚘 𝙷𝚒𝚗 𝚊𝚐𝚊𝚛𝚎𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚘𝚘? Warraa አማርኛ dhaan Tajajillaan duwwaa dhaa. 🫣🫣🫣🫣
@dame-yt8ld
@dame-yt8ld 4 ай бұрын
Waan argite jarumatti himikaa dirreetti baasuun naaf sibarbaachise
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 7 ай бұрын
in kijjbba malee waaqayyoo malirraa dhaggee kan ofumaa haasaa afuura hinfaati😅😅😅😅😅😅
@KebedeMegersa-k4q
@KebedeMegersa-k4q 7 ай бұрын
Nutii dhimaa rajootaa miiti kanyaa loolaan iyesus thank
@HaileBirhanu-mz2xs
@HaileBirhanu-mz2xs 7 ай бұрын
Gaafii kan qofaa naaf deebbiissii raajiinii kaakuu haaraan keessaa jiraa maaf barbaachiisaa
@BirhanuAlemu-op4xr
@BirhanuAlemu-op4xr 7 ай бұрын
maal jette gurbaa Waaqayyoo si haa gargaaru,
@mmb6974
@mmb6974 7 ай бұрын
Dhugaa ni sobda ati 😁😁😁
@caaltucaaltu4552
@caaltucaaltu4552 7 ай бұрын
Eyyeni dhuga ni soba😂😂
@AreguGirma
@AreguGirma 5 ай бұрын
Waaqayyoo hundumaa Keenyaatti haa araramuu😂
@SenbetaEmeru
@SenbetaEmeru 7 ай бұрын
Afaan Amaariffaatiin ibsika dhugaasaa 8:22
@AkmazNegash
@AkmazNegash 7 ай бұрын
Kana waqqayyoo qofatu break hojji waaqa gidduu hin galin isinis dogogoraa qabdu gaarii miti waayee mootumaa waaqa enyuu hin beeku
@Spark10-sw9ct
@Spark10-sw9ct 7 ай бұрын
😢😢😢 maali dhagenya
@TadasachelaTadasachela
@TadasachelaTadasachela 7 ай бұрын
Badii asii sobduu waqayoo Akka keemitii atii sobduudha
@gurmudumbala3794
@gurmudumbala3794 7 ай бұрын
Kan kee akkam
@HundeGem
@HundeGem 7 ай бұрын
Nuutinuu kan itti hirkannu beekna. Maaltu nu galche waa'ee namaa. Suni nuu hin yaaddessu!
@EmanualWelkeba
@EmanualWelkeba 7 ай бұрын
Ani kanaan jeedhu warrii midiyaa kanaa keessaa hojjatuu namaamo nam-tolcheedhaa Kanaa Uumataatti kan bastaani malii irraa haa baraataanfi adaara waqaayyoo
A KALUWA NAWOSO AFIKILA KUING'ALULA __11 January 2025
54:46
HOT 265
Рет қаралды 3,6 М.
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo
1:03:00
2423- ዬሊስ ጎባ ናታ
9:57
Prophet Eyu Chufa
Рет қаралды 32 М.
2137-   የገብርኤል ቀን ምን ተፈጠረ?
14:34
Prophet Eyu Chufa
Рет қаралды 256 М.
Dhuga-baatii ajaa'ibaa fi seenaa dhalootaa faarfataa SOLOMOON ALAMUU
54:08