Lamaan Keenyayyuu Hin Dhiisne

  Рет қаралды 9,240

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 78
@HazodHazod
@HazodHazod 2 ай бұрын
Wow ❤amantaa isheele bekuu badhu maashaa Allah jedhe jiraa sabani isaa Ani waan Muslimaa tahef waan nama gamachisa tokko yoo argaani maashaa Allah jedhama Akka amanta koti senna akkana abdii nati horee hin dhageefane kana duraa❤ oboleeeti tiyya ati bayye cimtuu rabbi jireenya Kee sif ha sireesuu❤
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Malo me na debise hati sena kun nutile ol kawana akkawntichara nuf ibsi sisitu
@tawaahidooamantaakoo
@tawaahidooamantaakoo 2 ай бұрын
Dhugumaa mee nuuti himii
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
@@tawaahidooamantaakoo Ani yutubira Sarch godhe argadhe Amma gaaru Nama sodachisa sodadha an🤣🤣🤣ofiti amantuma nama barbachisa
@Sifaanwabo
@Sifaanwabo 2 ай бұрын
@@Hababaye rakkoo qabu yoo bades share godhime irraa kenya
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
@@Sifaanwabo binance buy coins& crypto jedhi Seni
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd 2 ай бұрын
Anis nan barbaada
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Abba mana kef caara keni qorsi baka jirenya kesan jijiradha🥹 icci arga dhira bara kana atis yero kenifi😎
@Saratagag4857
@Saratagag4857 Ай бұрын
Idoo ofi kee kawatee nuti himimee obboleti ko nutilee itti fayydamana 😢😢 hin ka wana birii kenyaa
@tydg9853
@tydg9853 Ай бұрын
Obboleettii koo qarshiin jireenyaa miti, qarshiin nageenyaa miti, abbaa manaa kee kan akka ala bahu taasise suma mataakee tahuu atumtiyyuu ragaa ofitti baateetta. Kanaaf abbaa manaakeef of Tottolchii yeroo laadhuuf miira isaa hordofii kabajiif. Jaalala qarshiif qabdu hir'isi jaalalli qarshii daangaa darbinaan jireenya keessatti rakkoo uuma malee rakkoo hin furu.
@OfiinboonOromoo
@OfiinboonOromoo 2 ай бұрын
Gammee qaxalee mucaa oromoo jabadhuu sii faanaa jirraa an sin aja'ibsifadha hundayyuu barsiisaa jirta jabadhu sii faana jirraa💪💪
@sudiuae3502
@sudiuae3502 2 ай бұрын
Rabbin sodha kee kana jalaa sihabasuu😢 atii dubartti cimtudhaa hama lubuketif muca ketii qofaa yadii 😢 jajabadhu
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy 2 ай бұрын
Atii yeroo amma kana obsaa fi tasgabii sii barbachisaa waan ta.eef du.ayii godhii daimaa ketiif jechaa rabbii daimaa sanii kaa abbaa mana kee hin godhiin atile jarsaa ketiif yeroo keni dhirrii akkaa dubartiiti miti dubartiin jirenyaa dhugaa jiratii kaa akkaa kee kayoo qabduu dhirrii garuu fallaa dubartiiti dubartii uffii dhiqaa oltuu jalataa homaa hundafuu qabenyaa kee kessaa hagaa tokko garaa matii debisii waan dhufuu hin bektuu osoo inni sirati hin barini
@ObseeAdaree
@ObseeAdaree 2 ай бұрын
Waqqayyoo jirenyaa kee haa siresuu, taszgaabayyi, ta, ii hin arini, mee karaa malaqaa kawwatan saan nuuf ibsii itti fayyadamnaa
@yusraoromo6322
@yusraoromo6322 2 ай бұрын
Ati yoo obboleeti too bultii ijartee hin digiin abba mana kee kaan biraa akka siratii laluu kaan gotee si nati fakkataa yeroo hin keenituufi kaanafu bultii kee jabefadhuu abba mana keetiti babareedi ishee calii argamii qabenyaa dubaa osso figduu ofi gatin si gahee kaan qabduu rabii sifi yee ebisuu bultii kee jabessi hiriyya tatirasi ofi qusadhuu hicitii kee qabdadhuu inni mana isaa dhisee akkam achi nyatee maal nyachuu fetaa ani sifan godhaa achii hin demiin jedhiin yoo didee alalaa jedhemoo qabenyaa kee itii caraqxee sutaa kaara inni hin bekene maqa matii keeti jijirii qulaa isa basi bultii kiyya yoo jedhee kabajee si waalin haa jiratuu alala jechuu dhisetoo gamana iti ta'ii ati garu duranuu gamana si diqisifadhee jabduu namati jabadhuu
@Biiyyaa7631
@Biiyyaa7631 Ай бұрын
Rakkoo uumamuu demu kana Abaa manaa kee amasisi suuta iti himi akka of eganno goduuf😢😢
@HhGg-fo6zv
@HhGg-fo6zv 2 ай бұрын
Rabbiin da'imaa sani kan jarsaa hin godhiin
@Biiyyaa7631
@Biiyyaa7631 Ай бұрын
Maasha Allah ❤❤❤❤
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 2 ай бұрын
Yaa rabbii jirenyaa Aduniyaa yoo toko gutee tokko hiirtaa
@grdb9860
@grdb9860 2 ай бұрын
Baga nagayan dhufte gamee ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢
@xajjeetube4778
@xajjeetube4778 2 ай бұрын
Welcome gamee gabaa nagaa dhuftee ❤❤❤❤❤
@AraarseeTasfaayee-n5s
@AraarseeTasfaayee-n5s 2 ай бұрын
Bagaa nagaan dhufte gammee kenya barumsa baredda nu dabarsa jirta ati haati dhimaa kan moo dubarti cimtu fakkenya nuf tatudha gaaruu rakkon kee hirriya jette nama kessa ofii icciti mana kan barsisa dina akka ta,u daggachu keti amas tanan of dhihisu dhisi falaa barbadii amantii qabdun waaqayyoo kee kadhadhu
@MadinaNura-n6q
@MadinaNura-n6q 2 ай бұрын
😢😢😢❤❤❤❤
@Emebetgirma-mh1df
@Emebetgirma-mh1df 2 ай бұрын
Baga nagaa dhufte gamee ❤❤❤
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 2 ай бұрын
Waaqayyoo jireenya kee hafe siif haa eebbisu jabaabdu durbaa
@MunaAbdumalik
@MunaAbdumalik 2 ай бұрын
Lammafa❤❤❤
@sanyiialiiwaaqo1079
@sanyiialiiwaaqo1079 2 ай бұрын
Welcome gammee seenaa koo akkamiin sitti hima bilbila kee naaf erguu dandeessa
@darasi-km4by
@darasi-km4by Ай бұрын
Me nutii homaa akamitii kawatanii
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Me hati sena kana of ibsi yada nu keni
@GenuAbdiisaa
@GenuAbdiisaa 2 ай бұрын
Jabiiduu koo❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu atii amayuu
@Gureetube23
@Gureetube23 2 ай бұрын
Seenaa ajabaya😢😢 Maati nafi ta'a oromoo koo ❤
@FanEerku
@FanEerku Ай бұрын
mee akkamiti olkawachuu dandenyaa😢 onlie irraan
@FroFro-e1w
@FroFro-e1w 2 ай бұрын
Welcome ❤❤
@Adano-q6i
@Adano-q6i 2 ай бұрын
welcom
@faaxeefaaxee100
@faaxeefaaxee100 2 ай бұрын
Ana duriii❤😂
@Fayoomartii
@Fayoomartii 2 ай бұрын
Gamee dhugaa rabii senaa atii dhiyesituu waa heduu nuu barsisaa jiraa galatomii❤❤😢 jolee oromoo subscrab naa gapdagaa plse😢
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 2 ай бұрын
Qarshii qabachu rakkodhaa situu qarshii jalataa kanaf faayidaa hin qabuu qarshii jalalaa hin bituu jalalatuu qarshii fidaan malee😂😂😂😂
@KuubaaAliyyii
@KuubaaAliyyii Ай бұрын
Total Situ rakkoo qaba 😮
@ayeewallggaasanyiioromoo4776
@ayeewallggaasanyiioromoo4776 2 ай бұрын
Hatii seenaa kan pls Lakkofsaa ke anii abbaf haadha qabuu nama iraa kadhu qabuu firaa iraa kadhaa turee isaan mo nurati ergite beektu jeedhan malaqaa kan ji'aa 4 na kadaan 😢
@VvvIid-y2d
@VvvIid-y2d 2 ай бұрын
Obboletti koo dafanii sitti himan kanaa. osoo wogaa dherafis si kadanii homaa gochu hin dandessu biyya galii account banadhuu debi'iin.
@LamlamLamlam-xv2so
@LamlamLamlam-xv2so 2 ай бұрын
Hangaa fendhan jabataniyuu qorimataa hin dhabanu hadhoo koo 😢 waaqayyon naga giduu kessaniti haa busuu
@ZenuLata-gp2zy
@ZenuLata-gp2zy 2 ай бұрын
Baayee ulftaa kunii😢😊
@Sifaanwabo
@Sifaanwabo 2 ай бұрын
Akkmin akkaa malqaa olinee irraan kawataan nufi himaa maloo
@AsmaAsma-cy7sp
@AsmaAsma-cy7sp 2 ай бұрын
Nagaan hunda keessanif haa ta'u obboleetti koo seenaa kee hanga dhumatti dhageefadhera irraa baradheeras garuu inni mallaqa online kawatan hangam amansiisadha ?maalumafuu baga itti milkoofte Seenaa jireenya keetti kana nuuf qooduu kee dursa osoo haala jiru mijeefatte bareeda jedheen yaada jechuun dhimma qabeenya kee jechuu kooti sababni isaa amma yoo abbaan manaa kee seenaa kana dheegeefate beeku danda'a waan ta'eef ilmaa dhiira waliin jiraachuun ogumma barbachisa osoo bultiin kee hin digaamiin waan sirreessu qabdu sirreefadhu
@Fenetoro
@Fenetoro 2 ай бұрын
Karaa biriicha nuf ibsii mee gammee
@darasi-km4by
@darasi-km4by Ай бұрын
Gamee rabii jedhii mee nuti aragisisaa
@Oromiyaa-co9gs
@Oromiyaa-co9gs 2 ай бұрын
Please lakkoofsa game naaf ergaa warrii Bektaan 😢😢😢😢
@Hababaye
@Hababaye 2 ай бұрын
Wel come 🫴 game qali
@Tamima-kz6cb
@Tamima-kz6cb 2 ай бұрын
Uufff 😢😢
@DUREETIWALLAGA430
@DUREETIWALLAGA430 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@Booniimetiku
@Booniimetiku 7 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@GenuAbdiisaa
@GenuAbdiisaa 2 ай бұрын
Bagaa miiliikofiitee❤❤❤❤❤❤❤❤
@FadumoMahmed-cx3jl
@FadumoMahmed-cx3jl 2 ай бұрын
Bayee bayee nati tole barnota guda irra argadhe galatoma
@RaRa-nw8xj
@RaRa-nw8xj 2 ай бұрын
Akkaa itti ol kawatan nuf hima mee maalo malaqa kanaa hadaraa
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 2 ай бұрын
Ati dura dhalaa tahi gaafas jirsa kee komata ati een si gorse jartiin jarsa taatii dhiirraa wani hundi fokotu garuu dhalaa iraa waa heddutu fokkota dhirti miskiina tahe dhalaa urgooftu jalaata ati yeroo saqatee fiigaa olte inni mal haagodhu sibira jira dogoogori bultii teetillee digbee tan nama biraalee diyde yoon mana kee keysa fi qamaa kee irati daleene inni waddala harreeti kan akkuma ati jirtuti si fudhatu amma deemii of si reesi dhalaa tahin
@AminaHajjii
@AminaHajjii 2 ай бұрын
Maloo ifaa nuu godhaa akkamitii malaqaa Online irraa kawataniii
@BontuMargaa
@BontuMargaa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@sisterlidiyatadeseasadagiye
@sisterlidiyatadeseasadagiye 2 ай бұрын
Wel come gamme❤❤❤
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 2 ай бұрын
Hiriyaa durbaa😷🤧
@user-qy9tl3ed3o
@user-qy9tl3ed3o 2 ай бұрын
ani kani jedhu atti wojja fana figgu dhissi bultti tee jabessi hirya tee irra fagadhu yo siffi mijatte mana jijiradhu
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢❤❤
@AsraseTekeste
@AsraseTekeste 2 ай бұрын
Senaa nama barsiusudha galatoomi game
@ObsyDabi
@ObsyDabi 2 ай бұрын
Online dhan akkamiti qarshii galchaa turte kana ifaa nuuf godhi gammee Dagmo telegram Kee hin dalaguu
@RoseGold-rh4ks
@RoseGold-rh4ks 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🫶🫶🫶🫶🫶🤙👍
@Maza-l8z
@Maza-l8z Ай бұрын
𝚠𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘𝚘 𝚏𝚞𝚛𝚖𝚝𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚏 𝚑𝚊𝚔𝚎𝚗𝚞 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚝𝚒 𝚔𝚘𝚘 𝚊𝚗𝚒𝚜 𝚜𝚞𝚕𝚞𝚕𝚝𝚊𝚍𝚑𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚐𝚘𝚏𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚒𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚒𝚐𝚛𝚊 𝚔𝚊𝚍𝚑𝚊𝚗𝚊 𝚔𝚎𝚎 𝚊𝚍𝚊 𝚔𝚞𝚝𝚒𝚗❤❤❤
@Biiyyaa7631
@Biiyyaa7631 Ай бұрын
Maasha Allah ❤❤❤❤
@خدامهالخدامه
@خدامهالخدامه 2 ай бұрын
💞💞💞💞💞💞
@BiftuuTulu
@BiftuuTulu 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉
walaloo ebaa marakazaa Hijiraa
13:57
Shamasii
Рет қаралды 2,8 М.
THE AMAZING DIGITAL CIRCUS - Ep 4: Fast Food Masquerade
23:20
GLITCH
Рет қаралды 24 МЛН
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
Интересно, какой он был в молодости
01:00
БЕЗУМНЫЙ СПОРТ
Рет қаралды 3,9 МЛН
Obboleettikoo Fuudheen Waliin Jiraachaa Jira
19:32
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 12 М.
Halkan Tokkoof Obsuun Dadhabe
26:35
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 8 М.
Waameen Akkan Barbaade Gochaan Ture
23:30
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 8 М.
Dursite Akkanatti Naaf Gochuu Qabda
26:57
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 10 М.
Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
27:40
Nuuralhudaa
Рет қаралды 167 М.
Faarfannaa Ajaa'ibaa|Foonkoo Lubbuukoo Maaliif Miitaa|#sambe_tube
15:06
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 2,6 М.
5 Abdurahman Hussen Secrets You Won't Learn Anywhere Else
25:07
Ibsa Damiinaa
Рет қаралды 18 М.
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41